eng
stringlengths
2
554
orm
stringlengths
3
691
If left alone , those excess embryos would soon cease to be viable .
Micireewwan kun gadameessa keessa utuu hin kaaʼamin yoo hafan jiraachuu hin dandaʼan .
Read Malachi 3 : 16 .
Miilkiyaas 3 : 16 dubbisi .
In his works , Milton referred to the reward that the faithful will receive in an earthly paradise .
Miiltan barreeffamootasaarratti namoonni amanamoo ta 'an eebba lafa jannata taaturra jiraachuu akka argatan caqaseera .
In case his family members might have done something displeasing to God or " have cursed God in their heart , " he regularly offered sacrifices .
Miseensonni maatiikoo Waaqayyoon gaddisiisaniiru ykn " isa arrabsaniiru ta 'a " jedhee yaaduudhaan , yeroo hundumaa aarsaa dhiheessa ture . ( Iyo .
They had grown spiritually , even though the missionary had no idea of the change that had taken place .
Misiyoonichi jijjiirama isaan godhan beekuu baatus , karaa hafuuraa guddina godhanii turan .
He turned off the engine , sighed deeply , and slowly followed her inside .
Mootara konkolaataasaa dhaamsee aariidhaan erga hafuura baafatee booda , suuta jedhee haadha manaasaa boodaan gara manaatti ol deebi 'e .
The king desperately needed help to get back on track .
Mootichi walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabu haaromsuuf gargaarsi isa barbaachisa .
Jesus Christ and a group of fellow rulers chosen from mankind make up God 's Kingdom
Mootummaan Waaqayyoo , Yesus Kiristosiifi tuuta bulchitoota isaa wajjin ilmaan namootaa akka bulchaniif filataman kan qabatedha
By means of a global preaching work , God 's Kingdom is already helping millions from all nations to learn God 's ways .
Mootummaan Waaqayyoo , hojii lallabaa addunyaa maratti raawwatamuutti fayyadamee , namoonni miliyoonaan lakkaaʼamaniifi sanyii addaddaarraa dhufan karaa Waaqayyoo akka baratan gargaaraa jira .
God 's Kingdom will rule from heaven .
Mootummaan Waaqayyoo samiirraa bulcha .
Samson 's hair in itself did not give him strength .
Mootummoonni dhaabbilee amantii sobaarratti kaʼu .
When people propose alternative " solutions " to the challenge raised in Eden , how may we be able to help them ?
Mormii Eeden keessatti ka 'eef deebii kennuu ilaalchisee , namoota akkas gochuun ' furmaata ' ta 'a ture jedhanii yaada kennan akkamitti gargaaruu dandeenya ?
But I want it !
Mucichis , " Kanas nan barbaada ! "
Referring to the time when all the anointed are in heaven , Revelation 17 : 14 tells us this about the enemies of God 's people : " These will battle with the Lamb , but because he is Lord of lords and King of kings , the Lamb will conquer them . Also , those with him who are called and chosen and faithful will do so ....
Mulʼanni 17 : 14 yeroo dibamtoonni hundi samii keessa itti taʼanitti diinonni Waaqayyoo maal akka godhan akkana jechuudhaan ibseera : " Isaan hoolichatti lola in kaasu ; hoolichi garuu gooftaa gooftotaa , mootii moototaas waan taʼeef , isaan in moʼa ; warri isaa wajjin jiranis warra waamaman , warra foʼaman , warra ama...
You can be sure that you will never regret it !
Murtoo keetti matumaa akka hin gaabbine mirkanaaʼaa taʼi !
Consider the potential impact that your decision will have not only on your financial health but also on your spiritual well - being .
Murtoon ati gootu karaa maallaqaas taʼe karaa hafuuraa dhiibbaa akkamii akka qabu yaadi .
News of the case hit the press , and the 49 brothers and sisters served terms ranging from 45 days to five and a half months .
Murtoon isaan irratti dabarfame gaazexaa irratti kan baʼe siʼa taʼu , obboloonnii fi obboleettonni 49 taʼan , hidhaa guyyaa 45 hanga jiʼa shanii fi walakkaa isaanitti murteeffamee ture .
After 40 years of leading the Israelites , Moses did not have the privilege of taking them into the Promised Land . - Num .
Museen wanta isatti dhagaʼame ifatti kan dubbate taʼus , Yihowaan isatti hin gammanne .
Moses once failed to sanctify Jehovah .
Museen yeroo tokko Yihowaadhaaf ulfina utuu hin kennin hafee ture .
We can draw what lesson from the experience of Jonathan ?
Muuxannoo Yonaataanirraa barumsa akkamii argachuu dandeenya ?
You can see and hear them relate their experiences on JW Broadcasting .
Muuxannoo isaa JW Biroodkaastiing irraa dhaggeeffachuu dandeessa .
She recalled experiences of other Witness youths who had enjoyed success while preaching to classmates and teachers .
Muuxannoo obboloota dargaggoota taʼaniifi hiriyoota mana barumsaa , akkasumas barsiisotasaaniitiif lallabuudhaan milkaaʼina argatanii yaadatte .
Similar experiences have occurred in such countries as Argentina ; East Germany ; Papua New Guinea ; and Robinson Crusoe Island .
Muuxannoon akkasii Arjantiinaa ( Kitaaba Waggaa 2001 , fuula 186 , ( Ingiliffa ) ) , Jarmanii Bahaa ( Kitaaba Waggaa 1999 , fuula 83 , ( Ingiliffa ) ) , Paappuwaa Niiwu Giinii ( Kitaaba Waggaa 2005 , fuula 63 , ( Ingiliffa ) ) fi Odoola Roobiinsan Kiruusoo ( Masaraa Eegumsaa , Waxabajjii 15 , 2000 , fuula 9 , ( Amaarif...
These encouraging experiences were followed by interviews , chaired by Patrick LaFranca of the United States Branch Committee , with Gilead graduates now serving in various lands .
Muuxannoowwan nama jajjabeessan kanatti aansuudhaan , obboleessi Paatriik Laa Fraankaa jedhamuufi miseensa Koree Waajjira Damee Yuunaayitid Isteetis ta 'e , obboloota Giil 'aadii eebbifamanii yeroo ammaatti biyyoottan addaddaatti tajaajilaa jiraniif gaafannoo godhe .
Because he saw clearly that more than his personal safety or advantage was involved .
Nageenya ykn wanta isaaf gaarii ta 'e kan caalu akka jiru hubatee waan tureefidha .
It is not easy to convince a powerful man that his ways are corrupt and that he needs to reform .
Nama aboo guddaa qabu tokko karaansaa dogoggora taʼuusaafi fooyyaʼuu akka qabu amansiisuun salphaa miti .
When Someone We Love Leaves Jehovah
Namni Jaallannu Tokko Yommuu Yihowaa Dhiisu
A meek person can grow spiritually as he shows himself to be teachable and lets himself be molded .
Namni garraamiin leenjiifi qajeelfama waan fudhatuuf karaa hafuuraa guddina argisiisa .
Anyone facing a situation similar to that of Kim would do well to ponder the case of the naive young man described in Proverbs chapter 7 .
Namni haalli Kiimberlii wajjin wal fakkaatu irra gaʼaa jiru kam iyyuu , haala dargaggeessa gowwaa Fakkeenya boqonnaa 7 irratti ibsame irratti xiinxaluun isaa gaarii dha .
If a loved one dies , we grieve , but we do not lose hope .
Namni jaallannu tokko yoo nu jalaa duʼe kan gaddinu taʼus abdii hin kutannu .
To resist temptation to view pornography , a person needs to seek Jehovah 's help in prayer before starting to go down that route on the Internet .
Namni tokko miira fakkiiwwan fedhii saalqunnamtii kakaasan ilaaluuf isa qoru moʼuu yoo barbaade , teessoo Intarneetii fakkiiwwan kun irratti argaman banuusaa dura Yihowaa kadhachuu qaba .
A man in his 60 ' s told one publisher : " I read it many times over and was comforted .
Namni umurii waggoota 60mmanii keessatti argamu tokko , " Kitaabicha irra deddeebiʼee kanan dubbise siʼa taʼu , jajjabina irraa argadheera .
Just think of the great honor that 144,000 individuals have in being kings and priests in heaven under Christ when he rules over this earth !
Namoonni 144,000 yommuu Kiristos lafa kanarratti bulchu samiirratti isa jalatti moototaafi luboota ta 'an , ulfina guddaa akkamii akka argatan mee yaadaa .
By recording these prophecies , the Bible writers put their credibility - and that of the Scriptures - on the line .
Namoonni Macaafa Qulqulluu barreessan , raajiiwwan kana barreessuunsaanii amanamoo taʼuusaaniifi wanti Macaafni Qulqulluun dubbatu dhugaa taʼuusaa hubachuuf nu gargaara .
Standing in a muddy field , some 6,000 of us listened attentively to Brother Knorr 's encouraging talk , " Permanent Governor of All Nations . "
Namoonni gara 6,000 taanu dirree dhoqqee taʼe irra dhaabannee haasaa obboleessi keenya Noor kennee fi mata duree , " Bulchaa Bara Baraaf Saba Hunda Bulchu " jedhu qabu xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffanne .
How can prospective sheep support Christ 's brothers , and why should they do so now ?
Namoonni hoolota akka taʼanitti isaanii murteeffamu obboloota Kiristos deggeruu kan dandaʼan akkamitti ?
In contrast with those wicked kings , others saw God 's hand , even though they were in the same situation as those mentioned above .
Namoonni kaan mootota hamoo kana irraa haala adda taʼeen , haaluma wal fakkaatu keessatti harka Waaqayyoo arguu dandaʼaniiru .
What a grand privilege will be theirs !
Namoonni kun mirga guddaa argatu .
They hated war and were confused and disturbed when they saw the clergy blessing soldiers and weapons .
Namoonni kun miseensota jaarmiyaa amantii Phenxeqostee kan turan yommuu ta 'u , gaaffii isaanii hin deebine hedduu qabu turan .
Little do these churchgoers realize the danger of their situation .
Namoonni mana sagadaa dhaqan hedduun haala balaadhaaf isaan saaxilu keessa akka jiran hin beekan .
What awaits those who continue to walk in integrity ?
Namoonni mudaa tokko malee deddeebi 'an eebba akkamiitu isaan eega ?
It opened up the prospect for them and a limited number of others to become kings and priests with him in heaven .
Namoonni murtaaʼan samii irratti isaa wajjin moototaa fi luboota taʼanii akka bulchan abdii isaaniif kenneera .
Five Decades Near Arctic Circle ( A . and A . Mattila ) , 4 / 15
Namoota Kaan Gargaaruu , 11 / 15
We can reduce stress by associating with fellow believers , who care about us . - 4 / 15 , page 16 . After one marriage partner has been unfaithful , how can mates rebuild trust ?
Namoota hidhata amantii keenyaa garaadhaa nuu yaadanii wajjin taʼuudhaan dhiibbaa nurra gaʼu salphisuu dandeenya . - 4 / 15 , fuula 16 .
What can be said about using shame , criticism , or guilt to motivate others ?
Namoota kaan hojiidhaaf kakaasna jennee isaan qaanessuun , ceepha 'uun ykn akka of ceepha 'an gochuun sirriidhaa ?
Some of these Bible students entered the full - time service themselves .
Namoota qayyabsiisne keessaa tokko tokko tajaajiltoota yeroo guutuu ta 'aniiru .
Jacob , Rachel , Joseph , and Paul faced circumstances that were emotionally and physically draining , yet they proved that perseverance leads to rich blessings .
Namoota walʼaansoo gochuu irratti fakkeenya gaarii taʼan kana arfan hordofuu kan dandeenyu akkamitti ?
For many today , the only thing that matters is their personal happiness .
Namoota yeroo harʼaa jiran baayʼeedhaaf wanti iddoo guddaa qabu ofiisaaniitiif gammachuu argachuusaanii qofadha .
Do I tend to make friends with people who constantly talk about money and the things they own ?
Namoota yeroo hunda waaʼee qarshii fi waaʼee wantoota qabanii dubbatan michuu godhachuu nan barbaadaa ?
They should be helped to understand why they ought to hold doors for people , show kindness to the elderly and sick , and offer to help those carrying heavy packages .
Namootaaf balbala banuu , maanguddootaafi namoota dhukkubsatanitti gaarummaa argisiisuu , akkasumas warra ba 'aa ulfaataa baatan gargaaruu kan qaban maaliif akka ta 'e akka hubatan gargaaruu qabu .
Despite what circumstances did Noah ' walk with God ' ?
Nohi ' karaa Waaqayyoorra kan deddeebiʼe ' haala akkamii keessatti ture ?
Indeed , some of us have been reaping such blessings for decades , and we know from experience that no other life course could produce greater satisfaction . - Ps .
Nu keessaa tokko tokko eebbawwan akkasii waggoota hedduudhaaf argachaa turreerra ; akkasumas , akkaataan jireenyaa gammachuu akkanaa argamsiisuu dandaʼu kan biraan akka hin jirre muuxannoo keenya irraa argineerra . - Far .
One older Witness came to our house and explained what the Bible says about " the last days . "
Obboleessi maanguddoon tokko gara mana keenyaa dhufee , Kitaaba Qulqulluu irraa waaʼee " guyyoota dhumaa " nuuf ibse .
A brother comes to a meeting for the first time in months .
Obboleessi tokko jiʼoota hedduu booda gara gumii dhufe .
Suppose a brother or sister from another land offered you a suggestion .
Obboleessi ykn obboleettiin biyya kan biraatii dhufan tokko yaada tokko sii kennan haa jennu .
Discerning that he might not have realized what the Trinity teaching is all about , she tactfully asked , " Do you believe that God is God , that Jesus is God , and that the holy spirit is God ; yet , there are not three Gods but one God ? "
Obboleettiin kun , waaʼee barumsa Sillaasee sirriitti akka inni hin hubanne waan barteef malaan , " Waaqayyo Waaqa , Yesus Waaqa , hafuurri qulqulluun Waaqa akka taʼan , garuu Waaqayyolii sadii utuu hin taʼin Waaqa tokko akka taʼan amantaa ? "
Some adults too may find it difficult to approach congregation elders concerning the wrongdoing of a friend or a family member .
Obboloonni gaʼeessa taʼan tokko tokkos , hiriyaansaanii ykn miseensi maatiisaanii tokko balleessaa yoo raawwate jaarsoliitti himuun itti ulfaachuu dandaʼa .
The sons and their wives visited the parents in the Far East to see what help could best be provided and how .
Obboloonni kun haadhotii manaasaanii wajjin warrasaanii Baha Fagoo jiraatan kanaaf gargaarsi akkamii akka isaan barbaachisu hubachuuf garasaanii dhaqan .
Following Scriptural guidelines , the two brothers met time and again but without finding a solution to the problem .
Obboloonni lamaan kun seerawwan bu 'uuraa Caaffata Qulqullaa 'oorratti hundaa 'uudhaan yeroo baay 'ee dhimmicharratti kan haasa 'an ta 'us , rakkina kanaaf furmaata hin arganne .
How do those who serve full - time feel about assistance and encouragement that others give ?
Obboloonni tajaajila yeroo guutuu keessa jiran gargaarsaafi jajjabina warri kaan isaaniif kennan ilaalchisee maaltu isaanitti dhagaʼama ?
Some are caught alive by the Devil because they allow personal differences to disrupt the peace and unity and the beautiful spiritual prosperity that Jehovah has brought into existence . - Psalm 133 : 1 - 3 .
Obboloonni tokko tokko walta 'iinsa dhabuunsaanii nagaafi tokkummaa badhaadhina hafuuraatiin argatan akka jalaa balleessu waan heyyamaniif , fedha Diiyaabilos raawwachuudhaan kiyyoosaatiin qabamaniiru . - Faarfannaa 133 : 1 - 3 .
We can learn what from the example of longtime servants of God ?
Obboloota yeroo dheeraaf Waaqayyoon tajaajilanirraa maal barachuu dandeenya ?
More than a hundred brothers and sisters from abroad ( ranging in age from 19 to 79 ) have served where the need is greater in Micronesia .
Obbolootaafi obboleettonni dhibba tokkoo ol taʼan ( waggaa 19 hanga 79 gidduutti argaman ) Maayikrooneeshiyaatti bakka labsitoonni caalaatti barbaachisanitti tajaajilaa jiru .
For more information , you may contact the Charitable Planning Office , either in writing or by telephone , at the address listed below , or you may contact the branch office that serves your country .
Odeeffannoo dabalataa argachuuf , Biiroo Kennaa Karooraan Godhamu jedhamu teessoo ykn bilbila armaan gadiitiin ykn waajjira damee biyyakeetti argamu gaafachuu dandeessa .
Humbly boasting in Jehovah , not in ourselves , promotes unity in the congregation .
Ofii keenyatti utuu hin ta 'in , gad of deebisnee gocha Yihowaatti of jajuun keenya , gumii keessatti tokkummaan akka jiraatu godha .
Jehovah 's wisdom is revealed in the cycles that sustain life on earth .
Ogummaan Yihowaa marsaawwan jireenyi lafarra jiru akka itti fufu godhanirratti mul 'ateera .
" When talking about spiritual matters , " says Pedro , who moved his family to Australia from South America , " the heart and emotions should be involved . " - Luke 24 : 32 .
Peedroon inni maatii isaa qabatee Ameerikaa Kibbaatii gara Awustiraaliyaa deeme , " Dhimmoota hafuuraa irratti yeroo mariʼattan garaa fi miirri keessan tuqamuu qaba " jedheera . - Luq . 24 : 32 .
Paul spoke of it as " the Israel of God . " - Gal .
Phaawulos , gumiin kun " Israa 'el Waaqayyoo " akka ta 'e dubbateera . - Gal .
The apostle Paul found it fitting to remind them that Christians have one God , Jehovah . - Read 1 Corinthians 8 : 5 , 6 .
Phaawulos ergamaan Kiristiyaanonni Waaqa tokko , jechuunis Yihowaa qofa akka qaban isaan yaadachiisuun barbaachisaa akka taʼe kan isatti dhagaʼame kanaafi . - 1 Qorontos 8 : 5 , 6 dubbisi .
The apostle Paul explained : " If you publicly declare with your mouth that Jesus is Lord , and exercise faith in your heart that God raised him up from the dead , you will be saved .
Phaawulos ergamaan akkana jechuudhaan ibseera : " Yesuus Gooftaa akka taʼe afaan keetiin ifatti yoo lallabde , akkasumas Waaqayyo duʼaa akka isa kaase garaa keetti yoo amante ni fayyita .
It is also why Paul included " the breastplate of righteousness " when he listed the various parts of our spiritual armor . - Ephesians 6 : 14 .
Phaawulos waa 'ee mi 'a lolaa hafuuraa adda addaa yeroo ibsetti , waa 'ee ' qajeelummaa maddaa sibiilaa ' kan dubbates kanumaaf ture . - Efesoon 6 : 14
Similarly , after Paul asked " Who will rescue me ? "
Phaawulosis , " Kana harkaa eenyutu na baasa ? "
The apostle Peter wrote two letters to anointed Christians , whom he called " the ones chosen . "
Phexros ergamaan Kiristiyaanota dibamoo warra " foʼaman " jedhee waameef ergaa lama barreessee ture .
No sooner were the words out of his mouth than a cock crowed - the second one Peter heard that night . - John 18 : 26 , 27 ; Mark 14 : 71 , 72 .
Phexros kana dubbatee utuu hin turin , halkanuma sana indaanqoon al lammaffaa yommuu iyyitu dhaga 'e . - Yohannis 18 : 26 , 27 ; Maarqos 14 : 71 , 72 .
Praslin , Seychelles , where in 1881 General Gordon found his garden of Eden
Piraasliin , Siisheelsi , bakka bara 1881tti ajajaan waraanaa Goordan iddoo dhaabaa Eeden akka argate itti dhagaʼame
Ken Berding , an associate professor whose field of study is the Christian Greek Scriptures , gives this comment about how the canon emerged : " The church did not establish a canon of its choosing ; it is more proper to speak of the church recognizing the books that Christians had always considered to be an authoritat...
Piroofeesara gargaaraa Keen Baardiingi jedhamaniifi Caaffata Qulqullaa 'oo afaan Giriikiirratti qorannaa godhan , kutaawwan Macaafa Qulqulluu akkamitti akka filataman ilaalchisee yaada armaan gadii kennaniiru : " Manni sagadaa macaafota ofiisheetiin filatte kana kutaa Macaafa Qulqulluu akka ta 'an hin murteessine ; kan...
While the police were preparing to clear the hall by force , the church president came to one of our elders and asked : " Do you have something special planned for this evening ? "
Poolisoonni humnaan galmicha keessaa isaan baasuuf qophaaʼaa utuu jiranii , pireezidaantiin amantichaa gara jaarsa gumii tokkoo dhufee , " Galgala kana sagantaa adda taʼe qabduu ? " jedhee isa gaafate .
Yes , we should .
Qabaachuu qabna .
How can your conscience serve as a moral compass ?
Qalbiin keessan akka koompaasii taʼuu kan dandaʼu akkamitti ?
Use the tracts as stepping - stones for starting Bible studies .
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf tiraaktotatti akka riqichaatti itti fayyadamaa .
She acknowledges how a study of the Bible affected her , saying : " I was molded with a new heart and mind .
Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu ishii irratti jijjiirama fiduu isaa akka hubatte yommuu dubbattu akkana jetteetti : " Amma garaa fi sammuu haaraa argadheera .
How can we contribute to the congregation 's cleanness ?
Qulqullina gumiitiif gumaacha gochuu kan dandeenyu akkamitti ?
The reference is to the kingdoms , or governments , pictured by the various parts of the metal image explained by Daniel . - 6 / 15 , page 17 .
Raajiin kun mootummoota qaama bifa fakkeenyichaa addaddaa isa Daaniʼel ibse argisiisa . - 6 / 15 , fuula 17 .
Meeting the Challenges of the House - to - House Ministry
Rakkoowwan Manaa Gara Manaatti Tajaajiluuf Gufuu Ta 'an Mo 'uu
Robert Wallen
Roobart Woolan
THE Biblical account found at Genesis 22 : 6 states that , in order to prepare to offer a sacrifice at a distant location , Abraham " took the wood for the burnt offering and put it on his son Isaac .
SEENAAN Kitaaba Qulqulluu Uumama 22 : 6 irratti argamu , Abrahaam bakka fagoo deemee aarsaa dhiheessuuf yommuu kaʼetti maal akka godhe yommuu ibsu akkana jedha : " Qoraan qalmi ittiin gubamu Yisihaq ilma isaa baachisee , ofii isaatii immoo ibiddaa fi haaduu harkatti baate ; lamaanuus walii wajjin in adeeman . "
She woke up several hours later and found that she had been raped by her so - called friend . - Compare Genesis 34 : 2 .
Sa 'aatii dheeraa booda yommuu dammaqxu , namichi hiriyaasheeti jedhame sun akka ishee gudeede hubatte . - Uumama 34 : 2 waliin ilaali .
What reasons do we have for displaying courage ?
Sababiiwwan ija jabina itti argisiisnu kamfaa qabna ?
The captivity of the ancient nation of Israel lasted a long time .
Sabni Israaʼel durii boojuu jala kan turan yeroo dheeraadhaaf ture .
She was surprised and thrilled when all three accepted her offer and also began to attend congregation meetings .
Sadanuu afeerraa ishee kan fudhatan taʼuu isaa irra iyyuu , walgaʼii gumii irratti argamuu jalqabuun isaanii baayʼee ishee dinqisiiseera , akkasumas ishee gammachiiseera .
Make use of government or community health - care programs .
Sagantaa tajaajila fayyaa mootummaan ykn hawaasni kennutti fayyadami .
A clean conscience , peace of mind , and self - respect - such rewards show that it really does pay to be honest .
Sammuu qulqulluun , nagaan sammuu fi kabaja ofiif qabaachuun eebbawwan amanamaa taʼuudhaan argamani dha ; kun immoo amanamaa taʼuun faayidaa akka qabu argisiisa .
Guilt can be a harsh taskmaster .
Sammuun nama ceephaʼu baayʼee nama miidhuu dandaʼa .
Thereafter , " the spirit impelled him to go into the wilderness . "
Sana booda immoo , " hafuurri gara lafa onaatti isa geesse . "
If you formerly practiced another religion , how did you feel when God 's purposes were explained to you in the light of Scripture or when teachings that were once difficult to understand were clarified ?
Sanaan dura amantii gara biraa hordofaa kan turte yoo ta 'e , kaayyoon Waaqayyoo Caaffata Qulqullaa 'oorraa yeroo sii ibsamu ykn barumsawwan sanaan dura sitti ulfaatan yeroo ifa sii ta 'an maaltu sitti dhaga 'ame ?
Practically all of them must die and be replaced .
Seelonni hundi duʼuufi seelii kan biraatiin bakka buufamuu qabu .
What can you learn from the account of the widow ?
Seenaa haadha hiyyeessaa kanaarraa maal barachuu dandeessa ?
Reading about that deliverance strengthens our faith .
Seenaa waa 'ee sabasaa walaba baasuusaa ibsu dubbisuun amantaa keenya jabeessa .
How does the account of the jailer relate to our preaching work ?
Seenaan waaʼee eegduu mana hidhaa kanaa hojii lallabaa keenyaa wajjin kan wal qabatu akkamitti ?
It is fundamental to true justice . - Psalm 37 : 28 .
Seerri kun eegamuun isaa haqa argamsiisuuf murteessaa dha . - Faarfannaa 37 : 28 , NW .