eng stringlengths 2 554 | orm stringlengths 3 691 |
|---|---|
In like manner , Jehovah God and his beloved Son have purchased Adam 's offspring and canceled their debt of sin on the basis of Jesus ' shed blood . | Haaluma walfakkaatuun , Yihowaafi Ilmisaa inni jaallatamaan , dhiiga Yesus isa dhangalaʼerratti hundaaʼanii sanyii Addaam furuudhaan cubbuusaanii isaaniif dhiisaniiru . |
But as we become better acquainted with God 's Word , what we should pray for may more readily come to mind . | Haata 'u malee , Dubbii Waaqayyoo gadi fageenyaan hubachaa yommuu adeemnu , waa 'ee maalii kadhachuu akka qabnu salphaadhumatti gara yaada keenyaatti dhufa . |
However , Gordon began studying the Bible and was soon convinced that he had found the truth . | Haata 'u malee , Goordan Macaafa Qulqulluu qayyabachuu kan jalqabe si 'a ta 'u , dhugaa argachuusaa amanuuf yeroo isatti hin fudhanne . |
However , Nehemiah realized that the enemies remained a threat . | Haata 'u malee , Nahimiiyaan diinonnisaanii kun ammayyuu akka isaan yaaddessan hubatee ture . |
But if Jehovah sometimes uses the nonpriestly members of ancient Israel to picture these other sheep , should those with an earthly hope also partake of the Memorial emblems ? | Haata 'u malee , Yihowaan al tokko tokko waa 'ee hoolota kan biraa ibsuuf Israa 'eloota durii luboota hin taanetti fayyadamuunsaa , namoonni lafarra jiraachuuf abdii qaban maxinoofi wayinicharraa hirmaachuu akka qaban argisiisaa ? |
Of course , he took care to keep the bike within view of the others in order to prevent a stranger from " borrowing " it . | Haata 'u malee , biskileetiin kun akka hin hatamneef , ofeeggannoodhaan bakka obboloonni lamaan arguu danda 'an dhaaba . |
Still , adolescence is a vital phase of growth . | Haata 'u malee , dargaggummaan sadarkaa guddinaa barbaachisaa ta 'edha . |
For Peter , though , the night was far from over . Worse lay ahead . | Haata 'u malee , galgala gaafasii qorumsa kana caalutu Phexrosirra ga 'uuf jira . |
However , Jesus made this startling declaration to the Jews of his day : " The kingdom of God will be taken from you and be given to a nation producing its fruits . " | Haata 'u malee Yesus , " Mootummaan Waaqayyoo isin irraa fudhatamee , saba ija isaaf godhatuuf akka kennamu isinittan hima " jechuudhaan Yihudootatti waan nama naasisu dubbatee ture . Saba haaraa kana kan ta 'an eenyudha ? |
Since 1914 , however , the Messianic Kingdom has been taking progressive steps to restore that unity and harmony . | Haataʼu malee , bara 1914 kaasee Mootummaan Masiihichaa tokkummaa addaan citee ture kana iddoosaatti deebisuuf sadarkaa sadarkaadhaan tarkaanfii fudhachaa jira . |
Regardless of the circumstances of a loved one 's death , the bereaved need support and comfort . | Haataʼu malee , duuti nama kanaas gadda cimaa dafee nama keessaa hin baanne geessisuu dandaʼa . |
However , from early on , that iron has been mixed with clay . | Haataʼu malee , jalqabumaa kaasee sibiilichi suphee wajjin walitti makamee ture . |
However , when someone draws a specific failing to our attention , the tendency is to try to justify ourselves , minimize the problem , question the motive of the counselor , or object to the way in which the counsel was delivered . | Haataʼu malee , namni tokko dogoggora raawwanne yommuu nutti himu , sababa dhiheessuu , dogoggora sana salphisnee ilaaluu , kakaʼumsa nama gorsa nuu kenne sanaa shakkuu ykn akkaataa inni itti gorsa nuuf kenne mormuuf yaalla . |
However , other individuals interested in the Kingdom message were happy to visit her with letters of encouragement written by the elders . | Haataʼu malee , namoonni ergaa Mootummichaatiif fedhii qaban tokko tokko xalayaa jaarsoliin isheedhaaf barreessan ni geessuuf turan . |
However , 18 difficult months would pass before I could hold her in my arms again . | Haataʼu malee , utuun deebiʼee ishee hin hammatin waggaa tokkoofi jiʼa jaʼaaf yeroo rakkisaa keessa darbuun qaba ture . |
But Job actually passed the test successfully , as implied by his words recorded in Job chapter 31 . | Haataʼu malee , wanta inni boqonnaa 31rratti dubbaterraa hubachuu akka dandeenyutti , Iyoob qorumsawwan kana akka gaariitti moʼuu dandaʼeera . |
But what if your parents - or your mate 's parents - cross the line and try to impose their views ? | Haataʼu malee , warrikee ykn warri hiriyaa gaaʼelaa keetii aboo abbaan manaa qabu tuffachuudhaan , ilaalchasaanii akka fudhattu si dirqisiisuuf yoo yaalanoo ? |
What , though , did Jesus mean about paying " God 's things to God " ? | Haataʼu malee Yesus , " Waaqayyoofis kan fudhachuun isaaf taʼu kennaa ! " |
Mother almost always reached that goal , which set a fine example for Lesley and me . | Haatikoo yeroo hundumaa jechuun ni dandaʼamaa , saʼaatii 60 tajaajiluudhaan anaafi Leesliidhaaf fakkeenya gaarii taateetti . |
How do we know that it is possible to sin against God 's holy spirit ? | Hafuura Waaqayyoorratti cubbuu hojjechuun akka danda 'amu akkamitti beekna ? |
It would appear that this canceled out any imperfection existing in Mary 's ovum and from the very start protected the developing embryo from anything hurtful . | Hafuurri kun hanqaaquu gadameessa Maariyaam keessa jiru guutummaatti cubbuurraa walaba akka ta 'u gochuudhaan , mucaan gadameessashee keessa jiru jalqabumaa kaasee mudaa tokko akka hin qabaanne utuu hin godhin hin oolu . |
What must we do for holy spirit to become the guiding force in our life ? | Hafuurri qulqulluun akka nu geggeessuuf maal gochuu qabna ? |
To this day , we do not know who put it there . | Hanga guyyaa harʼaatti , nama nyaata kana nuuf kaaʼe hin beeknu . |
Since Mother was an anointed Christian , the first ' skirt of a Jew ' I held on to , as it were , was that of my mother . | Harmeen Kiristiyaana dibamtuu waan turteef , ' namni Yihudii ani fiixee uffatasaa ' qabadhe jalqabaa haadha kooti jechuu nan dandaʼa . |
Take preventive measures so that desire does not lead to sin . | Hawwiinkee cubbuutti akka si hin geessine tarkaanfii fudhachuu qabda . |
As for himself , Enoch sensed Jehovah 's assurance , love , and approval . | Henok Yihowaan akka isa jaallatuu fi isa biratti fudhatama akka argate isatti dhagaʼamee ture . |
The meaning associated with that name is " I shall prove to be what I shall prove to be . " | Hiikni maqaa kanaa , " Wantan ta 'uu barbaadu hunda nan ta 'a " jechuudha . |
Notice that Satan expanded his accusations . | Himanni Seexanaa namoota kaanis akka dabalatu hubadhu . |
What does it mean to supplicate Jehovah ? | Himata Yihowaatti dhiheessuu jechuun maal jechuudha ? |
Why did he not ignore the Devil 's challenge ? | Himata sobaa Seexanni dhiheesse tuffatee kan hin dhiisne maaliifi ? |
Marriage mates must be faithful to each other . | Hiriyoonni gaa 'elaa waliif amanamoo ta 'uu qabu . |
What do we show Jehovah when we support his work ? | Hojii Yihowaa yeroo deggarru maal isatti argisiisna ? |
How can we show diligence in the preaching work ? | Hojii lallabaarratti jabaannee hojjechuu kan dandeenyu akkamitti ? |
What proves that the apostles ' work was from God ? | Hojiin ergamoonni hojjechaa turan hojii Waaqayyo isaanii kenne ta 'uusaa kan argisiisu maalidha ? |
During the restoration work that King Josiah organized , High Priest Hilkiah " found the book of Jehovah 's law by the hand of Moses . " | Hojiin haaromsaa Yosiyaas Mootichi qindeesse yommuu adeemsifamu , Hilqiiyaan Angafni Lubootaa , " macaafa seera Waaqayyoo isa karaa Musee kennamee ture sana in argate . " |
What was the mission of Abraham 's servant , and what can be learned from the outcome that Jehovah gave ? | Hojiin hojjetaa Abrahaamiif kenname maal ture ? Deebii Yihowaan isaaf kennerraa maal baranna ? |
As sheep entered or left the pen , they would ' pass under the crook ' and he could count them . | Hoolonni karra keessaa yommuu ba 'an ykn gara karraatti yommuu galan , ' ulee tiksituu jala akka ba 'an ' gochuudhaan isaan lakkaa 'aa . |
Hebrews 5 : 1 explains : " Every high priest taken from among men is appointed in behalf of men over the things pertaining to God , that he may offer gifts and sacrifices for sins . " | Ibroonni 5 : 1 , " Angafni lubootaa tokko , qooda namootaa taʼee kennaa fi aarsaa cubbuu dhiʼeessuudhaaf , namoota gidduudhaa kaafamee hojii nama Waaqayyoo wajjin walitti fiduu irra in dhaabama " jedha . |
They feel that children raised in a religious household are somehow disadvantaged . | Ijoolleen maatii amantii tokko hordofu keessatti guddatan miidhamaniiru jedhanii yaadu . |
They should agree on how to discipline their children and how to care for aging parents . | Ijoolleesaanii adabuufi warrasaanii dullooman kunuunsuurrattis walii galtee qabaachuu qabu . |
Surrounded as we are by this world 's attitudes and conduct , we need courage to resist contamination . | Ilaalchaafi amalawwan biyya lafaa nu marsanii jiraniin akka hin mancaaneef ija jabinni nu barbaachisa . |
Does your attitude toward " the world " and " the things in the world " reflect your complete trust in God ? | Ilaalchi ati " biyya lafaa yookiis waan biyya lafaa " ilaalchisee qabdu guutummaatti Waaqayyotti akka amanamtu kan argisiisudhaa ? |
Can a person 's attitude affect how successfully he or she will deal with challenges ? | Ilaalchi nama tokkoo akkaataa inni ykn ishiin rakkinaaf furmaata itti kennan irratti dhiibbaa ni geessisaa ? |
What do my disposition and conduct at Christian meetings reveal about the depth of my spirituality ? | Ilaalchii fi amalli ani walgaʼiiwwan Kiristiyaanaa irratti argisiisu karaa hafuuraa sadarkaa akkamii irra akkan jiru argisiisa ? |
Jonathan , King Saul 's eldest son , would likely have been the heir to the throne of Israel - except for one thing . | Ilma Saaʼol Mootichaa isa angafaa kan taʼe Yonaataan wanti isa dhowwu tokko utuu hin jiru taʼee , bakka abbaasaa mootii Israaʼel akka taʼu hin shakkisiisu . |
Are you not touched by the compassion Jesus showed in restoring life to the only son of a widow ? | Ilma haadha hiyyeessaa tokkicha du 'aa kaasuudhaan jaalalli Yesus argisiise garaakee hin tuquu ? |
Regarding faithful humans living then , the Bible assures us that God " will wipe out every tear from their eyes , and death will be no more , neither will mourning nor outcry nor pain be anymore . " - Revelation 21 : 4 . | Ilmaan namootaa amanamoo taʼaniifi yeroo sana jiraatan ilaalchisee Macaafni Qulqulluun Waaqayyo , ' imimmaan hundumaa ija isaaniittii akka haqu , akkasumas wanti duraa waan darbeef , duuni deebiʼee akka hin argamne , gadduun , iyyuun , waraansis siʼachi akka hin jiraanne ' akka godhu nuu mirkaneessa . - Mulʼata 21 : 4 ... |
But he said : ' No , rather , Happy are those hearing the word of God and keeping it ! ' " - Luke 11 : 27 , 28 . | Inni garuu deebiseefii , ' Keessumatti immoo dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii kan raawwatan haa gammadan ! ' jedheen . " - Luqaas 11 : 27 , 28 . |
Just a little while longer , and the wicked will be no more . . . | Inni jalʼaan yeroo xinnoo booddee achitti hin argamu , . . . |
In both countries , they remain politically neutral , being " no part of the world , " and continue zealously " declaring the good news of the word . " - John 15 : 19 ; Acts 8 : 4 . | Isaan " kutaa addunyaa waan hin taaneef " biyyoota lamaan keessatti iyyuu siyaasa keessa utuu hin seenin , hinaaffaadhaan ' dubbii Waaqayyoo lallabuu ' isaanii itti fufaniiru . - Yoh . 15 : 19 ; HoE . 8 : 4 . |
He said : " They will listen to my voice , and they will become one flock , one shepherd . " | Isaan , " Sagalee koos in dhaga 'u ; walitti karra tokko in ta 'u , tikseen isaaniis tokko in ta 'a " jedheera . |
Any of these could potentially become our focus in life . | Isaan kana keessa tokko jireenya keenya keessatti bakka guddaa kan qabate ta 'uu danda 'a . |
Which ones are the most terrifying ? ' | Isaan keessaa miidhaa hunda irra caalu kan geessisan kam faʼi ? ' |
We should not only pray for them but also act in harmony with our prayers . | Isaaniif kadhachuu qofa utuu hin taʼin , tarkaanfii kadhannaa keenyaa wajjin wal simu fudhachuu qabna . |
There they remained " until the decease of Herod , for that to be fulfilled which was spoken by Jehovah through his prophet [ Hosea ] , saying : ' Out of Egypt I called my son . ' " | Isaanis , " hamma yeroo Herodis duʼetti . . . waan Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin , [ Hoseʼaatiin ] ' Ani biyya Gibxii [ tii ] ilma koo waame ' jedhee dubbate haa raawwatamuuf " achuma turan . |
Why was Isaiah a good example for us ? | Isaayaas fakkeenya gaarii kan nuuf taʼu maaliifi ? |
When the Israelites were in the wilderness , how did Jehovah assure them that he was backing them ? | Israa 'eloonni lafa onaa keessa adeemaa ennaa turanitti , Yihowaan akka isaanii wajjin jiru kan isaaniif mirkaneesse akkamitti ? |
Is Unfailing Love Possible ? | Jaalala Hin Badne Qabaachuun Ni Dandaʼamaa ? |
A Balanced View of Love and Hate | Jaalalaafis Taʼe Jibbaaf Ilaalcha Sirrii Qabaachuu |
But what about love ? | Jaalallihoo ? |
Centuries earlier , a Bible prophecy foretold the place of Jesus ' birth : " You , O Bethlehem Ephrathah , the one too little to get to be among the thousands of Judah , from you there will come out to me the one who is to become ruler in Israel . " | Jaarraa hedduu dura bakka Yesus itti dhalatu ilaalchisee raajiin Macaafa Qulqulluu , " Ati immoo yaa mandara Betlihem - Efraataa , mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha ; Israaʼelin kan moʼu tokko si keessaa anaaf in baʼa " jedhu dubbatamee ture . |
How can the elders reinforce the efforts of parents who are helping their children progress to baptism ? | Jaarsoliin carraaqqii warri ijoolleen isaanii guddina argisiisanii akka cuuphan gargaaruuf godhan cimsuuf warra deggeruu kan dandaʼan akkamitti ? |
After preaching there , we faced the long trek home . | Jalqabarratti akkas gochuun hamma tokko abdii nu kutachiisee ture . |
A German general , it has been said , admitted that one reason for defeat in World War I was that the people " were hypnotized by the enemy propaganda as a rabbit is by a snake . " | Janaraalli Jarmanii tokko Waraana Addunyaa isa Tokkoffaa irratti sababiin itti moʼamne sabni keenya " akkuma bofti illeettii fajachu olola diinaatiin waan fajajeefi " jechuudhaan dhugaa isaa dubbateera . |
They remind me of Paul , who said : ' When I am weak , then I am powerful . ' | Jecha Phaawulos , ' yeroon dadhabutti nan jabaadha ' jedhu na yaadachiisan . |
I began to view the word ' foreign ' as pejorative and created a rule within CNN that the word could not be used either on air or in conversation around the office . | Jechi ' orma ' jedhu kan nama mufachiisu akka taʼetti ilaaluu waanan jalqabeef , jechi kun oduu Sii.En.En . irratti darburrattis taʼe biiroo keessatti waliin haasaʼuuf akka itti hin fayyadamnen qajeelfama baase . |
It is God 's righteousness . - Romans 1 : 17 ; 3 : 21 . | Jechi kun qajeelummaa Waaqayyoos kan argisiisudha . - Roomaa 1 : 17 ; 3 : 21 . |
If you do , resolve what you will do in the weeks ahead . | Jira taanaan , torban si fuuldura jiranitti wanta gootu murteessi . |
Leading a balanced life is good for our mental and physical health . | Jireenya keenya keessatti madaallii keenya eeggachuun fayyaa sammuu fi qaamaatiif barbaachisaa dha . |
It was a life of surprises , adjustments , challenges , and joys , and one in which I received great affection from dear brothers and sisters . | Jireenya wanti hin eegamne , sirreeffamni , haalli rakkisaaniifi gammachuun keessa guute , akkasumas obbolootarraa jaalalli guddaan itti argamu ture . |
Months earlier when John the Baptizer came preaching , many were saying : " May he perhaps be the Christ ? " | Jiʼoota muraasa dura Yohannis Cuuphaan yommuu lallabaa dhufu , namoonni hedduun , " Yohannis kun Kristos taʼinna laataa ? " jechaa turan . |
An interesting and realistic observation made by Jonathan Turley is found in Cato Supreme Court Review , 2001 - 2002 : " Mention the Jehovah 's Witnesses , and most people immediately think of preachers visiting our homes at inconvenient hours . | Jonaataan Tarleen barreeffama Kaatoo Suupriim Koorti Riiviiwu , 2001 - 2002 jedhamurratti haqa hubatan tokko haala qalbii namaa hawwatuun akkas jedhanii dubbataniiru : " Maqaan Dhugaa Baatota Yihowaa yeroo kaʼu , yeruma sana gara samuu keenyaatti kan dhufu namoota saʼaatii namatti hin tolletti dhufanii mana keenya rurr... |
John was so shocked by the priest 's behavior that he told the priest , " I will never set foot in a Catholic church again . " | Joon amalli qeesiin sun argisiise baayʼee waan isa naasiseef , " Lammata miilli koo waldaa Kaatolikii keessa hin ejjetu " isaan jedhe . |
How did John and his family cope with this difficult situation ? | Joonii fi maatiin isaa haala ulfaataa kana akkamitti moʼan ? |
DO YOU believe that the Bible is from God ? | KITAABNI QULQULLUUN Dubbii Waaqayyoo taʼuu isaa ni amantaa ? |
Others , desperate to know what the future holds for them personally , look to astrology or spiritism for answers . | Kaanimmoo yeroon gara fuulduraa maal akka isaaniif qabate baruu waan hawwaniif , namoota urjii lakkaa 'an ykn gara hafuurota hamoo dhaqu . |
For what purpose ? | Kaayyoo maaliitiif ? |
If he insists on going ahead with his endeavor , he will be forced to recognize his error . | Kaayyoo sirrii hin taane hordofuusaa yoo itti fufe garuu dogoggorasaa amanee fudhachuunsaa hin oolu . |
The purpose of God 's undeserved kindness is to ' reconcile a world to himself ' by means of Christ . - 2 Cor . | Kaayyoon gaarummaa Waaqayyoo , karaa Kiristos ' biyya lafaa ofitti araarsuudha . ʼ - 2 Qor . |
They are appointed after prayer and under the guidance of the holy spirit , so they too can be regarded as under Christ 's direction , or guiding hand . | Kadhannaafi qajeelfama hafuura qulqulluutiin waan muudamaniif , isaanis akkuma qajeelfama ykn geggeessaa Kiristos jala jiranitti ilaalamu . |
His life was not about himself but about his heavenly Father . | Kan jiraate mataasaatiif utuu hin taʼin abbaasaa isa samiitiif ture . |
Sadly , after inheriting the Promised Land , the Israelites adopted the sensuous , murderous worship of Canaanite gods . | Kan nama gaddisiisu garuu , Israa 'eloonni Biyyattii Abdachiifamte erga dhaalanii booda , waaqeffannaa Kana 'aanotaa isa ajjeechaan itti raawwatamu fudhachuudhaan xuraa 'ummaa raawwatan . |
That specific assignment is given to each one of us . | Kana gochuun hojii tokkoon tokkoon keenyaaf kennamedha . |
Granted , doing so is not always easy . But with God 's help and with support from your fellow Christians , you can succeed . | Kana gochuun yeroo hunda salphaa taʼuu baatus , gargaarsa Waaqayyoofi Kiristiyaanota hidhata keenya taʼaniin milkaaʼina argachuu dandeenya . |
In this regard , let us compare the attitude of David and Manasseh with that of the wayward people of Israel and Judah . | Kana ilaalchisee amala Daawitiifi Minaaseen argisiisan , amala namoonni Israaʼeliifi Yihudaa warri abboomamoo hin taane argisiisanii wajjin walbira qabnee haa ilaallu . |
She was referring to her emotional state , caused by the loss of her mate of 25 years . | Kana kan dubbatte hiriyaa gaa 'elaashee waggaa 25 waliin jiraatan dhabuusheetiin miirrishee hammam akka hubame ibsuufidha . |
Because Pilate succumbed to pressure from the mob . | Kana kan godhe dhiibbaa namoonni baayʼeen isarraan geessisaniif waan moʼameefidha . |
Moreover , our own ' treacherous heart ' could interfere with how well we respond to Jehovah 's directives . | Kana malees , ' garaan keenya inni jalʼaan ' akkaataa nuti qajeelfama kana itti fudhannurratti dhiibbaa guddaa geessisa . |
But Jesus stated : " I am the light of the world . " | Kana malees , Yesus , " Ani ifa biyya lafaa ti " jedheera . |
Also , people in general cannot explain why mankind has a strong desire to live forever . | Kana malees , ilmaan namootaa bara baraaf jiraachuuf fedhii cimaa akka qabaatan kan godhe maal akka taʼe ibsuu hin dandaʼan . ( Lal . |
Spiritual assignments or privileges also identify people . | Kana malees , itti gaafatamummaan karaa hafuuraa qaban ykn mirgi tajaajilaa namoota addaan baasee beeksisuu dandaʼa . |
Punctuality also enhances a person 's reputation . | Kana malees , saʼaatii kabajuun maqaa gaarii namaaf argamsiisa . |
Furthermore , because of his respect for himself and his holy name , Jehovah will not permit the death of his loyal ones as a group . | Kana malees , ulfinasaafi maqaasaa isa qulqulluuf jecha , sabnisaa guutummaatti lafarraa akka badan hin heyyamu . |
With that in mind , let us consider how we can be steadfast in our loyalty to our marriage mate and to our God . | Kana yaadatti qabachuudhaan , hiriyaa gaaʼelaa keenyaafi Waaqayyoof amanamoo taanee akkamitti jiraachuu akka dandeenyu haa ilaallu . |
On the contrary , Satan no doubt rejoices when one of God 's servants becomes stained with serious sin . | Kanaa mannaa , Seexanni tajaajilaan Waaqayyoo tokko cubbuu cimaa yeroo hojjetuu akka gammadu beekamaa dha . |
Rather , Jehovah , as the ultimate Head of the family , confers on parents the authority to train and discipline their children lovingly . | Kanaa mannaa , aangoo Yihowaan inni Mataa maatii isa guddaa ta 'e , ijoolleesaanii akka leenjisaniifi jaalalaan akka adaban isaaniif kenne godhanii ilaalu . |
France explains that in the original Greek , the word here translated " be obedient " is not " the normal term for obedience , but literally ' be persuaded , ' implying a willing acceptance of their leadership . " | Kanaa mannaa , jechi kun kallattiidhaan yommuu hiikamu geggeessituu ta 'uusaanii fedha ofiitiin amananii fudhachuu kan argisiisudha . " Sababii garabiraan jaarsoliidhaaf itti abboomamnu , Macaafni Qulqulluun akkas akka goonu waan nu ajajuufidha . |
Instead , they think of him as a spiritual man with potential who is performing a valuable service in behalf of the congregation . | Kanaa mannaa , nama hafuuraa gara fuulduraatti gumicha tajaajiluuf dandeettii guddaa qabu akka taʼetti yaadu . " Ani . . . |
How much better to keep a full tank ! | Kanaa mannaa bobaʼaa guuttachuun baayʼee gaarii mitii ? |
Rather , it says that he or she will choose not to carry out that desire . | Kanaa mannaa inni ykn ishiin fedhii sana raawwachuu dhiisuuf filachuu akka dandaʼan dubbata . |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.