eng
stringlengths
2
554
orm
stringlengths
3
691
" The wicked one " deserves to be called the Devil , for he is a slanderer .
Seexanni , inni " isa hamaa " jedhamee waamame , kan maqaa balleessu waan ta 'eef maqaan Diiyaabilos jedhamu isaaf kennamuunsaa sirriidha .
Can Satan force us to act against our own will ?
Seexanni wanta nuti gochuu hin barbaanne akka goonu nu dirqisiisuu dandaʼaa ?
Simon Peter answered : " Lord , whom shall we go away to ?
Simoon Phexros deebisee akkas jedheen : " Si dhiifnee eenyu bira dhaqna ree ?
And how can the pursuit of theocratic goals be reconciled with necessary secular activities ? - Read Psalm 71 : 15 ; 145 : 2 .
Sochiiwwan tiʼookraasii , hojiiwwan jireenyaaf barbaachisaa taʼanii wajjin wal madaalichisuun kan dandaʼamu akkamitti ? - Faarfannaa 71 : 15 ; 145 : 2 dubbisi .
To succeed , Solomon would need to be courageous and go to work .
Solomoon gama kanaan milkaaʼina argachuuf , ija jabaachuu fi hojii sana hojjechuu qaba .
TIMES SQUARE , MANHATTAN , NEW YORK CITY
TAAYIMSI ISKUWEER , MAANHAATAN , NIWUU YOORK SIITII
But recreation should refresh us , not endanger our spirituality or encroach on spiritual activities .
Ta 'us , bashannanni kan nu haaromsu ta 'uu qaba malee , karaa hafuuraa balaadhaaf kan nu saaxilu yookiin sochii hafuuraa keenya kan nu jalaa gufachiisu ta 'uu hin qabu .
As long as the Devil exists , however , we may be concerned about such questions as these : Should we fear Satan ?
Ta 'us , hanga Seexanni jirutti gaaffiiwwan kanaa gaditti argaman nu yaaddessuunsaanii hin oolu : Seexana sodaachuu qabnaa ?
Still , Jehovah is capable of maneuvering matters at the right moment , just as he did back there for the sons of Israel . - Proverbs 3 : 5 .
Ta 'us Yihowaan saba Israa 'el duriitiif akkuma godhe , har 'as yeroo barbaachisaa ta 'etti haalawwan sana sirreessuu danda 'a . - Fakkeenya 3 : 5 .
By converting to the extremism of the Pharisees , however , they took a turn for the worse , possibly becoming more extreme than their condemned teachers .
Ta 'us namoonni kun erga jijjiiramanii booda , Fariisota keessa ba 'an waan ta 'aniif , barsiisotasaanii warra balaaleffataman caalaayyuu hamoota ta 'u turan .
Yet , we would bear guilt before God if we hated a fellow Christian and wished him dead .
Ta 'uyyuu , nama hidhata amantii keenya ta 'e tokko kan jibbinu yookiin akka inni du 'u kan hawwinu yoo ta 'e Waaqayyo duratti itti gaafatamna .
If so , when ?
Taanaan , yoomi ?
Practicing for the field ministry can equip the family to be better prepared to preach effectively .
Tajaajilaaf shaakaluun , maatichi akka gaariitti lallabuudhaaf akka qophaaʼu gargaaruu dandaʼa .
Such faithful seniors merit the gratitude and respect of other servants of Jehovah God .
Tajaajiltoonni Yihowaa warri kaan , maanguddoota amanamoo kana galateeffachuufi ulfina kennuufi qabu .
Perhaps you wonder : ' Is it really possible for a mere human to have a close relationship with Almighty God ?
Tarii , ' Ilmaan namootaa dadhaboo taʼan Waaqayyo isa hundumaa dandaʼutti dhihaachuu ni dandaʼuu ?
Perhaps you have a close family member who suffers from a degenerative illness or from the effects of old age .
Tarii , miseensa maatii dhukkuba hammaachaa deemuun ykn rakkoowwan dullumaan dhufaniin rakkatu qabda ta 'a . ( Lal .
This might require that they work in a field where there is a specific need , even though they have skills and experience in another field .
Tarii kun , hojii kaan irratti dandeettii ykn muuxannoo kan qaban taʼus , iddoo caalaatti barbaadamanitti tajaajiluu kan dabalatu taʼuu dandaʼa .
Yet , evidence suggests that some things are more consistently associated with happiness .
Taʼu iyyuu , akka ragaan argisiisutti wantoonni yeroo hunda gammachuu keenyaa wajjin wal qabatan tokko tokko jiru .
Yet , your feelings about God 's love for you might be affected by your upbringing and background .
Taʼu iyyuu , akkaataan guddinaa kee fi haalli kanaan dura keessa turte , ilaalcha jaalala Waaqayyootiif qabdu irratti dhiibbaa geessisee taʼuu dandaʼa .
However , God can help others to do the work . - Ps .
Taʼus , Waaqayyo warri kaan hojicha akka raawwatan isaan ni gargaara . - Far .
But they are difficult to display when you only talk online .
Taʼus , intarneetiidhaan amaloota kana argisiisuun ulfaataa dha .
Still , she accepted my proposal and joined me in a rural life that she knew little about .
Taʼus gaaffii koo fudhattee , anaa wajjin jireenya baadiyyaa kanaan dura baayʼee hin beekne jiraachuu jalqabde .
However , we can reduce such stress by associating as often as possible with fellow believers , who genuinely care for us and whose hearts are complete toward God . - Ps .
Taʼus hamma nuu dandaʼame namoota hidhata amantii keenyaa garaadhaa nuu yaadaniifi garaa guutuudhaan Waaqayyoof bulanii wajjin taʼuudhaan dhiibbaa nurra gaʼu ni salphisna . - Far .
Yet , at this point , he was willing to accept the consequences of giving Jesus a dignified burial and of openly identifying himself as one of Christ 's disciples .
Taʼus yeroo kanatti wanta Yesuusiin ulfinaan awwaaluun isatti fidu fudhachuu fi barattoota Kiristoos keessaa tokko akka taʼe ifatti argisiisuuf qophaaʼaa ture .
Trisha , a regular pioneer , found this to be true when her parents got divorced .
Tiriishaa isheen qajeelchituu taate , yeroo warrishee wal hiikanitti yaanni kun dhugaa ta 'uusaa hubatteetti .
Many of our fellow servants - past and present - have made great sacrifices to serve Jehovah full - time .
Tokko tokko jaarraa tokkoffaatti akkamitti akka tajaajilan haa ilaallu .
First , Jehovah gave humans the gift of free will .
Tokkoffaa , Yihowaan namootaaf mirga filannoo kenneera .
Tim : I 'm not on the side of any of the candidates .
Tolaa : Ani warra filatamuuf kaadhimaman kamiiniyyuu hin deggeru .
Do we stop weekly and fill up or do we put only a little in our tank ?
Torban torbaniin bobaʼaa keenya guuttannamoo , bobaʼaa xinnoo qofa naqanna ?
What would you do if your clothing became dirty , perhaps even having a foul odor ?
Uffanni keessan yoo xuraaʼe , tarii immoo foolii gadhee yoo qabaate maal gootu ?
How great is Jehovah 's dignity ?
Ulfinni Yihowaa hangam guddaadha ?
You are a whole lifetime younger than I am , but you have taught me the most important thing I could ever learn . '
Umuriin koo umurii keetti dachaa lama taʼus , ati wanta baayʼee barbaachisaa ani barachuu qabuu fi hunda irra caalu na barsiisaa jirta . '
Before long , he was asked to serve as a microphone handler at the Kingdom Hall - a privilege he deeply appreciated .
Utuu baayʼee hin turin , Galma Walgaʼii keessatti maaykiroofoonii akka naannessu gaafatame ; innis mirga kana baayʼee dinqisiifate .
Our Maker , Jehovah , has given us his Word , the Bible , to teach us how to enjoy the very best way of life .
Uumaan keenya Yihowaan jireenya gaarii akkamitti jiraachuu akka dandeenyu nu barsiisuuf Macaafa Qulqulluu nuu kenneera .
How should Jehovah 's creation affect us ?
Uumamni Yihowaa maal akka goonu nu kakaasuu qaba ?
Imagine , the only other Bible that Valentina had ever seen was the one in the hands of the brother who witnessed to her in 1945 !
Vaalentiinaan , obboleessa bara 1945 isheef lallabe harkatti malee , Macaafa Qulqulluu argitee hin beektu turte !
Jephthah 's vow was of a different sort than wedding vows , but his keeping it serves as a fine example for Christian husbands and wives as to their vows .
Waadaan Yiftaan gale waadaa gaa 'elaaf galamurraa adda ta 'uyyuu , Kiristiyaanonni abbaa manaafi haadha manaa ta 'an waadaa galan eeganii jiraachuu akka qaban fakkeenya gaarii ta 'a .
We owe it to our holy God , to our spiritual brothers and sisters , as well as to the people in our territory to wear clothing that dignifies the message we bear and that brings glory to Jehovah .
Waaqa keenya isa qulqulluu , obboloota keenya hafuuraa fi namoota tajaajila irratti argannuuf jecha , uffata ergaa dubbannuu fi Yihowaadhaaf ulfina fidu uffanna .
Nothing can stop the Almighty from fulfilling his promise to bring an end to this satanic system of things .
Waaqani Hundumaa dandaʼu , abdii sirna Seexanaa kana balleessuuf kenne akka hin raawwanne wanti dhowwuu dandaʼu tokkoyyuu hin jiru .
God asked him : " Will you get the mastery over it ? "
Waaqayyo , " Ati garuu isa irratti aboo godhadhu ! "
God created Jesus before creating Adam .
Waaqayyo Addaamiin uumuusaa dura Yesusiin uume .
Will God Answer Me ?
Waaqayyo Deebii Naaf Kennaa ?
God 's provision of the ransom sacrifice ?
Waaqayyo aarsaa furii nu kennuusaatti
Just as in the case of this brother , God will pick you up from a fallen state .
Waaqayyo akkuma obboleessa kana gargaare , siinis iddoo ati kuftee si kaasa .
This has helped her to try to remain as positive as possible .
Waaqayyo duratti fudhatama akka qabdu kan sitti dhagaʼamu maaliifi ?
Through this arrangement , God not only emphasized the sacredness of life but also illustrated how the elders assist us , what true repentance involves , and why we can be completely confident of Jehovah 's forgiveness .
Waaqayyo karaa qophii kanaatiin , jireenyi qulqulluu taʼuu isaa qofa utuu hin taʼin , jaarsoliin akkamitti akka nu gargaaran , dhugumaan yaada geddarachuun maal akka dabalatuu fi Yihowaan dhiifama akka godhu guutummaatti amanamuu akka dandeenyu ibseera .
Abraham , Isaac , and Jacob could have visualized a grand future because God had promised that by means of their offspring , all nations of the earth would obtain a blessing .
Waaqayyo karaa sanyii isaanii saboonni lafa irraa hundi akka eebbifaman waadaa seenee waan tureef , Abrahaam , Yisihaqii fi Yaaqoob yeroo gara fuulduraa gammachiisaa taʼe yaadaan ilaaluu ni dandaʼu turan . ( Uma .
What an awe - inspiring experience for Job - to be questioned by Almighty God himself !
Waaqni Hundumaa Dandaʼuun kallattiidhaan isa gaafachuunsaa , Iyoobiif muuxannoo dinqisiisaa mitii ?
What about subtle attacks ?
Waaʼee dhiibbaa dhoksaadhaan nurra gaʼuuhoo maal jechuu dandeenya ?
Whenever we feel anxious about ourselves or our loved ones , reminding ourselves of Jesus ' question can help us to put our anxieties in perspective .
Waaʼee keenya ykn waaʼee namoota jaallannuu dhiphinni yommuu nutti dhagaʼamu , gaaffii Yesus kana of yaadachiisuun , wanta nu yaaddessuuf ilaalcha sirrii akka qabaannu nu gargaara .
When she became a Witness more than 20 years ago , her husband , John , felt no need for God in his life .
Waggaa 20 dura yommuu isheen Dhugaa Baatuu taate , abbaan manaashee Joon Waaqayyotti hin amanu ture .
Two years later , I was invited to attend a ten - month Gilead course to be held at Bethel in Brooklyn , New York .
Waggaa lama booda , jiʼa kudhaniif koorsii Giilʼaad isa Betʼel Biruukiliin , Niiwu Yoorkitti geggeeffamurratti akkan hirmaadhun afeerame .
During the years we served alongside those dear brothers in Amagansett , we learned that being content with the basics results in a satisfying life .
Waggoota obboloota jaallatamoo Amaaganseet jiranii wajjin tajaajille hundatti , wantoota bu 'uuraa jireenyaaf barbaachisanitti gammadanii jiraachuun gammachuu kan argamsiisu ta 'uusaa baranneerra .
In it , she described the misery of loneliness in old age and stressed the importance of kindness .
Walaloo sana keessatti , rakkoo kophummaan dulluma keessa nama mudatu qabu barreessiteetti , gaarummaa argisiisuun hammam barbaachisaa akka taʼes cimsitee ibsiteetti .
Despite this clear direction , most churches are sidetracked by collecting money or by making efforts to survive financially .
Waldaalee hedduun qajeelfamni ifa taʼe akkanaa utuu jiruu , qarshii sassaabuu fi dinagdee isaanii fooyyeffachuu irratti xiyyeeffatu .
I love to attend our international conventions , where emphasis is put on learning about our heavenly Father , Jehovah , and Bible truth .
Walgaʼii biyyoolessaa keenya isa waaʼee Abbaa keenya isa samiifi dhugaa Macaafa Qulqulluu itti barannu baayʼeen jaalladha .
I faced another test of my " new personality " on the very day that I was baptized at a convention of Jehovah 's Witnesses .
Walgaʼii guddaa Dhugaa Baatota Yihowaa tokko irratti guyyuman cuuphametti immoo qorumsa murtoon " namummaa haaraa " uffachuuf godhee wajjin wal faallessu tokkotu na mudate .
Delivering a talk at a convention with a Cebuano interpreter
Walgaʼii guddaa tokko irratti utuun haasaa kennuu , obboleessa gara Afaan Keebuwaanootti hiiku wajjin
Something rather unusual took place at this assembly .
Walgaʼii kanarratti wanta nama ajaaʼibsiisu tokkotu taʼe .
Christian meetings help us to discern the intentions of our heart
Walgaʼiiwwan keenya akeeka garaa keenyaa beekuuf nu gargaaru
The link between emotional health and physical health .
Walitti dhufeenya miira gaarii fi fayyaa qaamaa gidduu jiru .
Whether it is a one - night stand , a casual relationship or a live - in , commitment does not have to be on the agenda . "
Walitti dhufeenyi isaanii kan halkan tokkoo ykn kan akka tasaa uumame yoo taʼe ykn seeraan ala waliin kan jiraatan yoo taʼes waaʼee gaaʼelaa hin yaadan . "
When we meditate on what Jehovah does for us each day , we come to realize that he is a true Friend .
Wanta Yihowaan guyyaa guyyaadhaan nuuf godhurratti yommuu xiinxallu , Michuu dhugaa taʼuusaa ni hubanna .
To what ancient situation should we give attention , and why ?
Wanta bara duriitti raawwatame akkamiitiif xiyyeeffannaa kennuu qabna ?
How will confidence in your beliefs enable you to be more confident when you are with your peers ?
Wanta barattanirratti amanannaa cimaa qabaachuun keessan , yommuu hiriyoota keessanii wajjin taatan caalaatti ofitti amanuuf kan isin gargaaru akkamitti ?
Out of our heart 's abundance and out of appreciation for all that Jehovah has done for us , let us continue to make whole - souled sacrifices for Jehovah .
Wanta garaa keenya keessa guuteefi dinqisiifannaa wanta inni nuu godhe hundaaf qabnuun kakaanee , garaa guutuudhaan Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuu keenya itti haa fufnu .
We can also have a close personal relationship with Jehovah because of his great act of love .
Wanta guddaa inni jaalalaan kakaʼee nuuf godheen kan kaʼe , isaa wajjin dhuunfaatti hariiroo qabaachuu ni dandeenya .
Perhaps he tried to pick up any words or phrases that he could .
Wanta isaan dubbatan keessaa jecha ykn gaalee tokko tokko qabachuuf yaalee taʼuu dandaʼa .
Confiding in our parents , our spouse , or a trusted friend who views things from God 's standpoint may help to relieve our anxiety .
Wanta nu yaaddessu warra keenyatti , hiriyaa gaaʼelaa keenyatti ykn michuu amanamaa ilaalcha akka Waaqayyoo qabu tokkotti himachuun keenya dhiphina irraa nu furuu dandaʼa .
Before choosing a course of action , we need to ask ourselves , ' Is this my decision to make ? '
Wanta tokko raawwachuu keenya dura , ' Murtoo kana gochuuf aboo nan qabaa ? '
That is not the way things are to be among Jehovah 's people .
Wanti akkasii saba Yihowaa gidduutti ta 'uu hin qabu .
All things with God , and nothing without him . "
Wanti hundinuu fiixaan kan baafamu Waaqayyoo wajjini , wanti tokkoyyuu isa malee hin taʼu . "
What he did in the past gives us basis for confidence .
Wanti inni kanaan dura raawwate , isarratti amantaa akka qabaannu nu gargaara .
What helped them years ago to make the move to a foreign country ?
Wanti jalqaba irratti gara biyya alaa deemanii akka tajaajilan isaan kakaase maali dha ?
Even if we have few of this world 's goods , we can share what we have .
Wanti qabnu hammam xinnoo ta 'ullee , waanuma qabnu namaaf hiruu dandeenya .
A month before the burglary took place , Riana had started a Bible study with two Antandroy men .
Wanti qabu hatamuu isaa jiʼa tokko dura , Riin namoota Antaandirooy lama Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuu jalqabee ture .
The events foretold for the last days can make individuals aware of their spiritual need .
Wantoonni guyyoota gara dhumaa ilaalchisee raajiidhaan dubbataman namoonni karaa hafuuraa akka dammaqan isaan gochuu dandaʼu .
They are the direct results of the rebellion against Jehovah on the part of three wicked individuals - Satan , Adam , and Eve .
Wantoonni kun kan nu irra gaʼan qaamonni hamoon sadii , jechuunis Seexanni , Addaamii fi Hewwaan Yihowaa irratti fincila waan kaasaniifi dha .
Rather than striving to obtain at any cost some of the " better " things in life that are presently beyond our reach , can we do without them ?
Wantoota gaggaarii yeroo ammaatti argachuun rakkisaa ta 'e argachuuf jecha waanuma hundumaa gochuu mannaa , jireenya salphaa jiraachuun sirrii mitii ?
What role does singing play in true worship ?
Wantoota gufuu sitti taʼan moʼuudhaan , miira hoʼaadhaan Yihowaa faarfachuu kan dandeessu akkamitti ?
Why have we been encouraged to do these things ?
Wantoota kana akka goonu kan jajjabeeffamne maaliifi ?
We may find that the mercy we have shown to others will triumph over any adverse judgment that God might otherwise bring to bear against us when we are brought into judgment .
Warra kaaniif oo 'a qabaachuun keenya , Waaqayyo yeroo firdii nuu kennu oo 'a akka nuu godhu isa kakaasuu danda 'a .
When you honor your parents by obeying them , you also honor God because he is the one who commands you to obey them .
Warra keetiif yommuu abboomamtu , kana akka gootu kan si abboome Waaqayyo waan ta 'eef isaafis abboomamaa jirta jechuudha .
If you are a parent , you may have asked yourself : ' Is my child really ready to get baptized ?
Warra yoo taatan akkana jettanii of gaafattanii beektu taʼa : ' Dhuguma mucaan koo cuuphamuuf qophaaʼeeraa ?
Runners sped through the land carrying letters of invitation . - 2 Chron .
Warri ergamanis xalayaa afeerrii qabatanii biyyattii keessa darbaa turan . - 2 Sen .
Those whom he healed or resurrected later died .
Warri inni fayyise ykn duʼaa kaase , booda duʼaniiru .
One of the greatest tests of obedience that some parents have involves their relationship with a disfellowshipped child .
Warri tokko tokko ajajamuun baayʼee kan isaanitti ulfaatu yeroo mucaan isaanii gumiidhaa baafamu dha .
Those gathered constitute " a mighty nation " of more than eight million happy people who " are rendering [ God ] sacred service day and night . "
Warri walitti qabaman kun , " saba humna qabeessa " namoota gammadoo miliyoona saddeetii ol qabate taʼaniiru ; akkasumas ' halkanii fi guyyaa tajaajila qulqulluu Waaqayyoof dhiheessu . '
Although parents and children yearn to be close to one another , communication is sometimes difficult .
Warriifi ijoolleen walitti dhihaachuu kan hawwan taʼanis , yeroo tokko tokko walii galuun isaan rakkisa .
Another letter said : " The time once spent looking up words and explaining expressions is now spent gaining an understanding of the cited scriptures and how they tie into the lesson . "
Xalayaan kan biraammoo akkas jedha : " Yeroon kanaan dura hiika jechootaafi yaadasaanii beekuuf dabarsinu , amma caqasoonni barumsichaa wajjin akkamitti akka wal qabatan hubachuuf itti fayyadamna . "
As you listen to it being read , you notice that Paul often quotes from " the holy writings , " that is , the Hebrew Scriptures .
Xalayaan kun yommuu dubbifamu yeroo dhaggeeffattu , Phaawulos " caaffata qulqullaaʼaa " afaan Ibrootaa irraa siʼa baayʼee akka caqase hubatte .
Timothy was reared in a religiously divided home .
Ximotewos maatii amantii tokko hin hordofne keessatti guddate .
For some 15 years , Timothy stuck with Paul .
Ximotewos utuu walirraa hin kutin waggoota 15f Phaawulosii wajjin tajaajileera .
PARENTS may at times feel overwhelmed by the responsibility of training their children .
YEROO tokko tokko warri itti gaafatamummaan ijoolleesaanii leenjisuuf qaban humnasaaniitii ol akka taʼe itti dhagaʼama .
Who will not really fear you , Jehovah , and glorify your name , because you alone are loyal ? "
Yaa gooftaa ! Namni si hin sodaanne , maqaa kees kan hin guddifne eenyu ? Si duwwaatu qulqulluu [ " amanamaa , " NW ] dha . "
What thinking must we avoid ?
Yaada akkamii irraa fagaachuu qabna ?
Used properly , the conscience can help us to do good and to avoid wrongdoing .
Yaada garaa keenya karaa sirrii taʼeen yoo itti fayyadamne , wanta gaarii taʼe hojjechuu fi dogoggora irraa fagaachuuf nu gargaaruu dandaʼa .
It was as if feeling good was more important than being good .
Yaadni kun , gaarii taʼuu mannaa gaarii akka taʼan itti dhagaʼamuun isaa caalaatti barbaachisaa dha ergaa jedhu dabarsa .
" That 's fine " might really mean " That 's not fine " - depending on how it is said .
Yaanni , " Gaaridha " jedhu , akkaataa itti dubbatamerratti hundaaʼee hiika , " Gaarii miti " jedhu qabaachuu dandaʼa .
How can the words found at Romans 14 : 21 move us to respect the conscience of others ?
Yaanni Roomaa 14 : 21 irratti argamu qalbii warra kaanii kabajuuf kan nu kakaasu akkamitti ?