eng stringlengths 2 554 | orm stringlengths 3 691 |
|---|---|
Simple lifestyle changes may reduce some discomforts . | Akkaataa jireenyaa ofiirratti jijjiirama tokko tokko gochuun rakkina mudatu hirʼisuu dandaʼa . |
" I pray to Jehovah constantly , " he says . | Akkana jedheera : " Yeroo hundan Yihowaa kadhadha . |
" When I 'm truthful , " she says , " I have a clean conscience before Jehovah . | Akkana jetteetti " Dhugaa yommuun dubbadhu Yihowaa duratti sammuu qulqulluun qabaadha . |
That will help you keep your eyes on the prize . | Akkas gochuun keessan badhaasicharratti xiyyeeffachuuf isin gargaara . |
Doing so involves living in a way that allows for God 's holy spirit to operate freely in your life . | Akkas gochuunimmoo , karaa hafuurri qulqulluun gufannaa tokko malee akka sirratti hojjetu godhuun jiraachuu kan dabalatudha . |
That did it . | Akkas gochuunkoos na gargaareera . |
" The heavens are declaring the glory of God ; and of the work of his hands the expanse is telling , " David wrote . | Akkas jechuudhaan barreesseera : " Bantiiwwan waaqaa ulfina Waaqayyoo himaa jiru , wanti bantii waaqaa jalaan mul 'atus hojii harka isaa in labsa . |
" Bethel has been a real school for me , " he remarks . | Akkas jedha : " Betʼel keessatti waan baayʼee baradheera . |
The righteous themselves will possess the earth , and they will reside forever upon it . " " ' Look ! | Akkas jedha : " Warri jal 'oonni lafa irraa in balleeffamu , warri Waaqayyoon eeggatan garuu lafa in qabaatu . |
He wrote : " The heavens and the earth that are now are stored up for fire and are being reserved to the day of judgment and of destruction of the ungodly men . " | Akkas jedhe : " Bantiiwwan waaqaa fi lafti , warri amma jiran kun immoo sagalee Waaqayyoo sanaan ibiddaan balleeffamuudhaaf qopheeffamanii , hamma guyyaa warri Waaqayyo malee jiraatan firdii argatanii badaniitti kaa 'amanii jiru . " |
He said : " What I teach is not mine , but belongs to him that sent me . " | Akkas jedheera : " Barsiifni ani barsiisu kan koo miti , kan isa ana ergee ti malee . " |
And they believed that people would be classed as sheep because they lived by God 's law of love . | Akkasumas , namoonni akka hoolotaatti kan ilaalaman wanta raawwatan hundaan jaalala Waaqayyoo waan calaqqisiisaniif akka taʼe amanu turan . |
Also , follow through and apply in your daily life the things you learn . | Akkasumas , wanta barattan sirriitti hordofuudhaan sochii guyyaa guyyaadhaan gootan keessatti hojiirra oolchuuf carraaqaa . |
Also , many Bible examples taught me this fundamental truth : Serving my brothers and Jehovah leads to true happiness . " | Akkasumas fakkeenyonni Macaafa Qulqulluu , dhugaa barbaachisaa taʼe jechuunis obbolootakoofi Yihowaa tajaajiluun gammachuu dhugaa akka naaf argamsiisu na hubachiisaniiru . " |
They were worthless and posed a real spiritual threat . | Akkasumas gatii kan hin qabneefi karaa hafuuraa balaadhaaf kan nama saaxilan turan . |
" The head of a woman is the man , " just as " the head of every man is the Christ , " and " the head of the Christ is God . " - 1 Cor . | Akkuma " Kristos mataa warra dhiiraa " akkasumas " Waaqayyo mataa Kristos " ta 'e , " abbaan manaa mataa haadha manaa [ ti ] . " - 1 Qor . |
Like Jesus , keep focused on the prospects of a lifetime of joyful service and obedience to Jehovah . - Heb . | Akkuma Yesus , hamma lubbuudhaan jirtanitti Yihowaadhaaf ajajamaatii gammachuudhaan tajaajiluurratti xiyyeeffadhaa . - Ibr . |
In what way can we imitate Jesus ' balanced example ? | Akkuma Yesus of qabuu kan dandeenyu karaawwan kamiini ? |
Like the apostles in the first century , we obey God as ruler rather than men . | Akkuma ergamoota jaarraa jalqabaa , seera namootaa mannaa seera Waaqayyootiif ajajamna . |
Immediately , Noah built an altar and offered sacrifices to worship Jehovah . | Akkuma markabicha keessaa baʼaniin , Nohi iddoo aarsaa ijaaruudhaan Yihowaadhaaf aarsaa dhiheesse . |
As many brothers in Korea and elsewhere know , when Christians are face - to - face with severe trials , it is helpful to have clearly in mind the reason why such trials come upon them . | Akkuma obboloota Kooriyaa hedduufi bakka biraa jiranii , kallattiidhaan qorumsi cimaan yeroo Kiristiyaanotarra ga 'u sababii rakkinni kun isaanirra itti ga 'uuf sirriitti beekuunsaanii barbaachisaadha . |
Suddenly , gunmen and suicide bombers dashed into their midst , shooting into the air and shouting . | Akkuma tasaa , namoonni miʼa waraanaa fi boombii isaaniinis taʼe namoota kaan ajjeesu hidhatan gidduu isaanii seenanii qilleensa irra dhukaasuu fi iyyuu jalqaban . |
Let me go up against God 's enemies , as I did then . ' Or would David seek Jehovah 's direction ? | Akkuman kanaan dura godhe mee kaʼeen diinota Waaqayyootti duula ' jedhee yaadamoo , qajeelfama akka isaaf kennu Waaqayyoon gaafata laata ? |
February 22 , 1997 , pages 3 - 10 . | Amajjii , 2009 fuula 10 , 11 ilaali . |
On January 22 , 1987 , the prosecutor 's office found the charges groundless . | Amajjii 22 , bara 1987 , waajjirri seeraa himanni kun ragaa kan hin qabne ta 'uusaa mirkaneesse . |
If we work hard to develop this valuable and enduring quality , we honor our caring and patient heavenly Father , and we will be counted among " those who through faith and patience inherit the promises . " - Heb . | Amala faayidaa guddaa qabuu fi waa dandaʼanii dabarsuu kana horachuuf jabaannee yoo hojjenne , Abbaa keenya isa samii nuu yaaduu fi obsa argisiisuuf ulfina fidna ; akkasumas " warra amantii fi obsaan abdii sana dhaalan " keessatti lakkaaʼamna . - Ibr . |
By your everyday conduct , you may either please or displease God . | Amala guyyaa guyyaadhaan argisiistuun , Waaqayyoon gammachiisuu ykn gaddisiisuu dandeessa . |
Do I focus on my mate 's good qualities ? | Amala hiriyaa gaaʼelaakoo isa gaariirratti nan xiyyeeffadhaa ? |
Strong faith in Jehovah and in his promises . - Romans 10 : 10 , 13 , 14 . | Amantaa cimaa isaan Yihowaafi abdii inni kennerratti qabanidha . - Roomaa 10 : 10 , 13 , 14 . |
We could now meet with our spiritual brothers and preach openly . | Amma Dhugaa Baatota kaanii wajjin wal ga 'uufi ifatti lallabuu ni dandeenya . |
Now I live in the city of Belgorod , and the brothers here are a huge support to me . | Amma magaalaa Beelgorood keessan jiraadha ; obboloonni as jiranis gargaarsa guddaa naaf gochaa jiru . |
Some 15,000 stood up . I did too . | Anaanis dabalatee tilmaamaan ijoolleen 15,000 taanu kaanee dhaabanne . |
" I learned to appreciate God 's organization as a modern - day miracle , " notes Andreas , who serves in Germany . | Andiree inni Jarmanitti tajaajilu akkas jedheera : " Yeroo harʼaa akkaataa jaarmiyaan Yihowaa itti hojjetu kan nama dinqisiisu taʼuusaa hubadheera . |
I cannot do that , because I have neither hands nor arms . | Ani garuu harka waanan hin qabneef akkas gochuu hin dandaʼu . |
Every Sunday , Joy and I cooked a huge roast dinner for the Irons family and about a dozen of their boarders - all hungry male railway laborers . | Aniifi Jooyi yeroo hunda guyyaa Dilbataa maatii Reeyiifi Esteeriif , akkasumas namoota baaburaan deeman , manasaanii kireeffatanii bulaniifi nyaata barbaadaniif foon hedduu waadnee irbaata isaanii qopheessina turre . |
I lost my temper and started saying things that irritated her even more . " | Anis garmalee waanan aareef , wanta caalaatti ishee aarsu dubbachuun jalqabe . " |
After decades of hard work raising six children , Antonio , one of Jehovah 's Witnesses , received the following note from one of his daughters : " Dear Dad , I just wanted to thank you for raising me to love Jehovah God , my neighbor , and myself - that is , to be a well - rounded individual . | Antooniyoo inni Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼe , waggoota hedduudhaaf ijoollee jaʼa carraaqqii cimaa gochuudhaan erga guddisee booda , intallisaa tokko xalayaa akkas jedhu isaa ergitee turte : " Abbayyee , Yihowaa , ofiikoofi namoota akkan jaalladhu , akkasumas nama madaalliisaa eeggatu akkan taʼu gootee waan na guddisteef... |
The JW Language app is a tool that can help you do that . | Appilikeeshiniin JW Laanguweej jedhamu meeshaa kana gochuuf si gargaaru dha . |
Fourth , we have God 's Word , the Bible , which is " beneficial for teaching , for reproving , for setting things straight , for disciplining in righteousness , that the man of God may be fully competent , completely equipped for every good work . " | Arfaffaa , Dubbii Waaqayyoo kan ta 'e Macaafa Qulqulluu kan qabnu si 'a ta 'u , innis " barsiisuuf , balleessaa hubachiisuuf , qajeelchuuf , qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa . |
Page through the Watch Tower Publications Index , or browse through Watchtower Library . | Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa ykn Waachtaawar Laayibirarii banaa ilaalaa . |
Marine biologists have confirmed that clown fish cannot live in the wild without a host anemone . | Baayooloojiistoonni uumama bishaan keessaa qoratan , kilaawun fiishiin gargaarsa aneemanii malee jiraachuu akka hin dandeenye mirkaneessaniiru . |
Maintaining the same residence and schedule is helpful , but even more important is keeping a good spiritual routine , including Bible reading and family worship . - Deuteronomy 6 : 6 - 9 . | Bakka jireenyaafi sagantaa dhaabataa taʼe qabaachuun gaariidha ; wanti hunda caalaa barbaachisaa taʼe garuu , maatiidhaan wantoota hafuuraarratti mariʼachuu , jechuunis Macaafa Qulqulluu waliin dubbisuufi waaqeffannaa maatii gochuudha . - Keessa Deebii 6 : 6 - 9 . |
By 1885 , about 300 Bible Students were sharing in the colporteur service . | Bara 1885tti , Barattoonni Macaafa Qulqulluu kolportarii taʼanii tajaajilan gara 300 turan . |
In 1916 , Mom heard that Charles Taze Russell would be at a convention in Sioux City , Iowa . | Bara 1916 , haatikoo Chaarlis Teez Raasil walga 'ii koonyaaf magaalaa Suu Siitii , Aayiwaa akka dhufu dhageesse . |
The 1930 ' s saw further light shed on three doctrinal truths . | Bara 1930ttimmoo barumsa bu 'uuraa sadiirratti ifni dabalataa ifeera . |
In 1954 we arrived in Ecuador and have been serving as missionaries in this country ever since . | Bara 1954 Ikuwaador kan dhaqne yommuu taʼu , yeroo sanaa kaasee biyya kanatti misiyoonota taanee tajaajilaa jirra . |
When Jehovah 's Witnesses started studying the Bible with Oly 's mother in 1982 , Oly and I were already engaged . | Bara 1982tti yeroo haati Uul Dhugaa Baatota Yihowaa wajjin Macaafa Qulqulluu qayyabachuu jalqabde , aniifi Uul gaaʼela godhachuuf wal naqannee turre . |
With Paul , Stephany , Kimberly , and Brian at the Malawi branch office , in the year 2002 | Bara 2002tti Pool , Isteefanii , Kiimbarlii fi Biraayanii wajjin waajjira damee Maalaawwiitti |
The well - researched material that we receive through Jehovah 's organization helps us discern his beautiful qualities in the world around us . | Barreeffamni qorannoo cimaan irratti godhamee karaa jaarmiyaa Yihowaa nuu qophaa 'e kun , amalawwan gaggaarii Yihowaan qabuufi uumamawwan naannoo keenya jiranirraa mul 'atu hubachuuf nu gargaara . |
When I showed her some literature , she pointed to one book and said : " I have that one . | Barreeffamoota muraasa yeroon isheetti argisiisu , kitaaba tokkotti quba qabdee akkas naan jette : " Kitaaba sana qaba . |
The writer of Third John calls himself " the older man . " | Barreessan Yohaannis Isa Sadaffaa " maanguddicha " jedhee of waameera . |
The Gospel writers Matthew and Luke state that Mary was a virgin who became pregnant through the operation of God 's spirit . - Matt . | Barreessitoota Wangeelaa kan taʼan Maatewosiifi Luqaas , Maariyaam durba akka turteefi hafuura qulqulluutiin akka ulfoofte dubbataniiru . - Mat . |
There are features in The Watchtower and Awake ! that provide an excellent basis for family discussion . | Barruu Masaraa Eegumsaa keenyarratti , matadureewwan marii maatiif bu 'uura gaarii ta 'an addaddaa ni argamu . |
Says The Economist : " The explosion of available goods has only made time feel more crunched , " as consumers " struggle to choose what to buy or watch or eat " in the limited time they have available . | Barruun The Economist jedhamu , namoonni yeroo muraasa qaban keessatti ' maal bituu ykn ilaaluu ykn nyaachuu akka qabanii fi akka hin qabne murteessuun waan isaan rakkisuuf , meeshaaleen gabaa irratti argaman baayʼachuun isaanii , namoonni yeroo gaʼaa akka dhaban akka isaanitti dhagaʼamu ' taasiseera . |
This is common in many countries of Africa and also in some other parts of the earth . | Barsiifanni akkasii biyyoota Afriikaa hedduufi biyyoota kaan tokko tokko keessatti kan baramedha . |
They are of fundamental importance and are likely among the first truths we learned when we began to study God 's Word . | Barumsawwan kun baayʼee barbaachisoo dha ; tarii wantoota kana yeroo Dubbii Waaqayyoo qoʼachuu jalqabne barannee taʼuu dandaʼu . |
It is embodied in the words displayed there from our yeartext : " Those hoping in Jehovah will regain power . " - Isa . | Barumsi kun caqasa waggaa , " Warri Yihowaa abdiidhaan eeggatan . . . humni isaanii ni haareffama " jedhu irratti argama . - Isa . |
Why not choose the type of relaxation that you will be able to enjoy throughout eternity ? | Bashannana bara baraaf itti gammaddan maaliif hin filattan ? |
Our living in harmony with that knowledge also plays a vital part in our showing that we have come to know God intimately . | Beekumsa arganne kanaa wajjin haala walsimuun jiraachuunis , karaa Waaqayyoon akka gaariitti beekuu keenya itti argisiisuu dandeenyudha . |
How Are You Affected ? | Beekumsi Kun Maaltu Akka Sitti Dhaga 'amu Godha ? |
Decide whether an appointment or deadline will realistically fit your schedule before agreeing to it . | Beellama qabachuuf ykn hojii tokko yeroo kennametti xumuruuf walii galuu kee dura , sagantaan kee kan siif heyyamu taʼuu isaa mirkaneeffadhu . |
What caused you to start thinking about serving in a foreign country where there is a greater need ? | Biyya alaatti iddoo gargaarsi caalaatti barbaachisu deemtanii tajaajiluu akka yaaddan wanti isin kakaase maali ? |
And God certainly was with him , for the major conquest of the Promised Land was completed in only six years - by 1467 B.C.E . | Biyyattii Abdachiifamte gara caalaasaa injifachuudhaan kan qabatan waggaa jaʼa qofa keessatti , jechuunis Dh.K.D . bara 1467tti waan tureef Waaqayyo isaa wajjin akka ture hin shakkisiisu . |
The world wants young people to focus their energies on secular goals . | Biyyi lafaa kun dargaggoonni galmawwan addunyaa kanaa hordofuuf akka carraaqan barbaada . |
In some lands , our work is under restriction or outright ban . | Biyyoota tokko tokko keessatti , hojiin keenya kan daangeffame ykn guutummaatti kan dhorkame dha . |
In time , we were able to get a ride in the back of a truck crammed with people . | Booddee konkolaataa fe 'umsaa namni irra guuterratti fe 'amnee deemuu dandeenyeerra . |
Later , underpriests also rendered this service , except on the Day of Atonement . | Booddees , Guyyaa Araaraarraa kan hafe guyyaa hundumaatti luboonni tajaajila akkasii kana ni raawwatu turan . |
Contributions willingly given can help with relief work and the spread of Bible publications | Buusiin fedhiidhaan godhamu , hojii gargaarsaafi barreeffamoota Macaafa Qulqulluu qopheessuuf gargaaruu danda 'a |
What was achieved ? | Buʼaan isaa hoo maali dha ? |
In view of her past experience with the music and trappings of church ceremonies , Lois may sense that being present would be particularly dangerous for her . | Caaltuun muuxannoo darberraa ka 'uudhaan muuziqaafi sochiiwwan mana sagadichaatti godhaman maal isheerraan geessisuu akka danda 'an waan beektuuf , achitti argamuunshee isheedhaaf gadhee ta 'uusaa ni amanti . |
By his second trip , in May 1903 , public meetings in Belfast and Dublin were being advertised in local newspapers . | Caamsaa 1903tti , deemsa isaa isa lammaffaa irratti , gaazexoonni naannoo sanaa , Beelfaastii fi Dabliinitti walgaʼiin akka geggeeffamu beeksisanii turan . |
From that verse , I know that Christ Jesus died " for me . " | Caqasa kana irraa , Yesus Kiristos kan duʼe " anaaf " taʼuu isaan hubadhe . |
While that scripture applies primarily to the body of anointed Christians , the principle it contains can apply to all Christians today . | Caqasni kun adda durummaadhaan Kiristiyaanota dibamoodhaaf kan hojjetu ta 'us , seerri bu 'uuraa achi keessatti ibsame , Kiristiyaanota yeroo har 'aa jiran hundaaf kan hojjetudha . |
The yeartext for 2010 will be : ' Love endures all things . | Caqasni waggaa 2010 , ' Jaalalli hundumaa obsa . |
Despite our imperfection , we can remain in Jehovah 's favor . | Cubbamoota taanuyyuu Yihowaa duratti fudhatama argachuu ni dandeenya . |
RECENTLY , on her own initiative , a nine - year - old girl in Brazil separated the money she had saved into two parts - 18 dollars and 25 dollars . | DHIHEENYA kana intalli waggaa sagalii Biraaziil keessa jiraattu tokko ofumasheetiin kakaatee qarshii walitti kan qabde si 'a ta 'u , qarshichas doolaara 18fi doolaara 25 gootee bakka lamatti hirte . |
Could DNA store man - made data ? | DNAn odeeffannoo namtolchee of keessatti qabachuu ni dandaʼaa ? |
What attitude did David recommend in Psalm 131 , and how should this affect our behavior within the congregation ? | Daawit Faarfannaa 131rratti amala akkamii akka qabaannu gorseera ? Kunoo gumii keessatti amala argisiisnurratti dhiibbaa akkamii gochuu qaba ? |
David was inspired to write : " May my prayer be prepared as incense before you . " | Daawit hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee , " Kadhanni koo akka ixaana aarfamuutti . . . si duratti anaaf haa fudhatamu ! " jechuudhaan barreesseera . |
David does not have a vindictive spirit . | Daawit ijaa baʼuu hin barbaadu ture . |
A businessman in New Zealand had his car broken into and his briefcase stolen . | Daldalaan biyya Niiwu Ziilaand jiraatu tokko , konkolaataansaa caccabsamee , boorsaansaas jalaa hatame . |
The drug dealers beat me so badly that I ended up with a fractured jaw . | Daldaltoonni kun garmalee na reebuudhaan mangaagaakoo cabsan . |
Help him to develop his good qualities by giving him increased responsibility when possible . | Dandaʼamnaan itti gaafatamummaa dabalataa isaaniif kennuudhaan , dandeettiiwwan gaggaarii qaban akka guddifatan isaan gargaaraa . |
Why do our young people deserve warm praise ? | Dargaggoonni keenya garaadhaa galateeffamuu kan qaban maaliifi ? |
Some months later , David wrote to a friend : " There is nothing more satisfying than being fully involved in serving Jehovah with one 's family . | Deevid ji 'oota muraasa booda hiriyaasaa tokkoof akkas jechuudhaan xalayaa barreessera : " Maatii ofii wajjin ta 'uudhaan guutummaatti Yihowaa tajaajiluu caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru . |
The World Health Organization recommends several methods to improve water quality at home , including chlorination , solar disinfection , filtration , and boiling . | Dhaabanni Fayyaa Addunyaa tooftaalee bishaan mana keessatti qulqulleessuuf gargaaran hedduu , kan akka kilooriinii itti naquu , ifa aduutti fayyadamanii bishaan qulqulleessuu , meeshaa bishaan calalu fayyadamuu fi bishaan danfisuu ni jajjabeessa . |
The diagnosis of depression among the young appears to be increasing at an alarming rate , and depression is " the predominant cause of illness and disability for both boys and girls aged 10 to 19 years , " says the World Health Organization ( WHO ) . | Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa ( WHO ) akka gabaasetti , lakkoofsi dargaggoota dhukkuba kanaan qabamanii haala nama naasisuun dabalaa jira . Dhukkubni kun " dhiironnis taʼan shamarran umurii waggoota 10 hanga 19 gidduu jiran , gama sammuutiinis taʼe qaamaan akka miidhaman gochaa jira . " |
The distributor reluctantly returned the Dawns . | Dhaabbatichis gocha kanatti gammaduu baatus Miileeniiyaal Daawuunii ni deebise . |
Because she suffered from a chronic heart condition , the doctors feared for her life and tried to convince her to have an abortion . | Dhibee onnee baayʼee cimaa taʼe waan qabduuf duʼuu dandeessi jedhanii waan yaadaniif , dooktoroonni akka ishiin ulficha baastu ishii amansiisuuf yaalan . |
They are thankful for all that Jehovah has done for them by means of his Son , including the extending of forgiveness on the basis of Christ 's shed blood . | Dhiiga Yesus Kiristos isa dhangala 'een dhiifama cubbuu akka argatan karaa isaaniif banuusaa dabalatee , qophiiwwan Yihowaan karaa Ilmasaa isaaniif godheef ni galateeffatu . |
Help Men to Progress Spiritually | Dhiironni Karaa Hafuuraa Akka Guddatan Gargaaraa |
A study of the Bible has helped many men to make needed changes | Dhiironni hedduun Macaafa Qulqulluu qayyabachuunsaanii jijjiirama barbaachisu gochuuf isaan gargaareera |
These are verses that Jehovah 's Witnesses often use in their ministry . | Dhugaa Baatonni Yihowaa yeroo baayʼee tajaajilarratti caqasoota kanatti ni fayyadamu . |
True , in some lands , it is customary for families to look after elderly parents at home . | Dhugaadha , biyyoottan tokko tokkotti maanguddoota manasaaniitti maatiisaaniitu isaan kunuunsa . |
If Jesus really were God , don 't you think that Jesus , as the Great Teacher , would have thought of the same comparison - or an even clearer example of equality ? | Dhuguma Yesus Waaqayyo utuu taʼee , Barsiisaa Guddaa waan taʼeef fakkeenya akkasiitti yookiinimmoo fakkeenya yaada kana caalaatti ifa godhu fayyadamuu hin dandaʼu turee ? |
Then we see that a Christian who diligently and faithfully serves Jehovah enjoys real security . | Dhugumayyuu Kiristiyaanni jabinaafi amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilu tasgabbii dhugaa akka qabaatu hubachuu dandeenya . |
Finally , Jehovah acts ! | Dhumarratti Yihowaan deebii kenneef . |
Finally , Jesus ' death fulfilled one of the most important elements of Isaiah 's prophecy . | Dhumarrattis , duuti Yesus raajii Isaayaas warra gurguddaa keessaa inni baay 'ee barbaachisaa ta 'e tokko akka raawwatamu godheera . |
While on earth , anointed ones live in a way that gives evidence that Jehovah is their share . | Dibamtoonni yommuu lafarra jiranitti , Yihowaan gaʼaasaanii akka taʼe haala argisiisuun jiraatu . |
We talked about almost everything . " - Isaiah 40 : 25 , 26 . | Dimshaashumatti waanuma hundumaa waliin haasofna jechuun ni dandaʼama . " - Isaayaas 40 : 25 , 26 . |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.