eng stringlengths 2 554 | orm stringlengths 3 691 |
|---|---|
The man whom I was journeying to see did not know I was coming today . | Namni ani barbaadu sun , har 'a garasaa akkan dhaqu hin beeku . |
Just as a gardener can direct the growth of some plants by gradually straightening their stems , you can gradually help some brothers to see the need to change their attitude toward accepting privileges . | Namni biqiltuu kunuunsu tokko suuta suuta jirma isaa qajeelchuudhaan mukni tokko utuu hin jalʼatin akka guddatu akkuma godhu , isinis gumii keessatti mirga fudhachuu ilaalchisee ilaalcha isaanii geddaruun barbaachisaa taʼuu isaa akka hubatan obboloota tokko tokko suutuma suuta gargaaruu ni dandeessu . |
How can he reach the heart of relatives who have a different religion - or no faith at all ? | Namni kun , garaa firootasaa warra amantii kan biraa hordofanii ykn sirumaa amantii hin qabnee tuquu kan dandaʼu akkamitti ? |
Agreeing to have a Bible study or being raised around the truth does not automatically mean that a person will develop a strong personal relationship with Jehovah . | Namni tokko Macaafa Qulqulluu qayyabachuudhaaf fedhii waan argisiiseef ykn mana dhugaa keessatti waan guddateef qofa , dhuunfaatti Yihowaa wajjin walitti dhufeenya cimaa qaba jechuu miti . |
As a result , that person might withdraw from the congregation or not fully support arrangements for Jehovah 's worship . | Namni tokko Yihowaatti haaloo qabachuudhaan walga 'iirratti argamuu ykn qophiiwwan waaqeffannaasaatiif godhaman guutummaatti deggeruu dhiisuu danda 'a . |
What determines whether a person will be classed as a sheep or a goat ? | Namni tokko hoolaa ykn re 'ee ta 'uusaa kan murteessu maalidha ? |
Of course , in today 's world there are no guarantees . | Namoonni baayʼee of eeggatanillee yakki isaanirratti raawwatama . |
Many have found that this arrangement has drawn them closer together in love and has strengthened their relationship with Jehovah . | Namoonni baayʼeen qophiin kun jaalala waliif qaban akka guddifataniifi walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qaban akka cimsatan akka isaan godhe hubataniiru . |
Most people prefer to go along with the crowd , so to speak , to avoid confrontation or conflict . | Namoonni baayʼeen warra kaanii wajjin wal loluu ykn walitti buʼuu sodaachuudhaan wanta namoonni naannoosaanii jiran godhan godhu . |
Some listeners liked the message . | Namoonni dhaggeeffatan tokko tokko saganticha jaallataniiru . |
He studies how humans recognize faces and do such seemingly simple things as catching a ball . | Namoonni fuula namaa adda baasanii beekuufi kubbaa qabuu dabalatee wantoota salphaa fakkaatan akkamitti akka raawwatan qorannoo godheera . |
Many have striven to be pious out of fear of hellfire , but God does not want you to serve him because you are terrified of him . | Namoonni hedduun ibiddaan gubachuu waan sodaataniif nama amantii taʼuuf carraaqu ; Waaqayyo garuu sodaa sitti dhagaʼamuun kan kaʼe akka isa tajaajiltu hin barbaadu . |
Many think that money will make them happy or that material possessions are the key to success . | Namoonni hedduun qarshiin gammachuu akka isaaniif argamsiisu ykn qabeenyi milkaaʼina akka isaaniif argamsiisu yaadu . |
No , those responding to Peter 's explanation could see now more than ever that Jehovah was a benevolent Father . | Namoonni ibsa Phexros kenne fudhatan , amma isa kanaan duraa caalaa Yihowaan Abbaa jaalala qabeessa ta 'uusaa hubachuu danda 'u . |
Those receiving that gift , being declared righteous , become God 's spiritual sons . | Namoonni kennaa sana fudhatan , qajeelummaa argachuudhaan ijoollee Waaqayyoo warra hafuuraa taʼu . |
Some view the arch as a majestic work of art , others as a tribute to imperial Roman power , and yet others as an epitaph to fallen Jerusalem and its temple . | Namoonni tokko tokko siidaa kana hojii ogummaa dinqisiisaa akka taʼetti ilaalu ; kaan immoo yaadannoo humna mootiin moototaa warra Roomaa qabu dinqisiifachuuf kan dhaabame akka taʼetti ilaalu ; kaanis Yerusaalemii fi manni qulqullummaa ishii waan balleeffamaniif , barreeffama gabaabaa awwaala irratti bocame akka taʼett... |
How Some Were Helped to Cope | Namoota Tokko Tokkoof Gargaarsi Kan Godhame Akkamitti ? |
It has been estimated that 1 in 8 deaths in 2012 occurred as a result of air pollution . | Namoota bara 2012tti duʼan keessaa , duʼa namoota 8 keessaa isa 1f sababa kan taʼe faalama qilleensaa akka taʼe tilmaamama . |
That alone is staggering to those in the printing industry who understand the cost of presses , paper , ink , and other materials . | Namoota hojii maxxansaa hojjetaniifi waaʼee gatii maxxansaa , waraqaa , qalamaafi miʼawwan gara biraa beekaniif kana yaaduunsaayyuu ulfaataadha . |
Does the prospect of being reunited with a dead loved one appeal to you ? | Namoota jaallattuufi duʼaan dhabdee wajjin deebitee wal arguu ni barbaaddaa ? |
I can only conclude that you have a love for your fellow man and for the God who guides him along the paths of life . " | Namootaafi Waaqayyo isa karaa jireenyarra namoota geggeessuuf jaalala akka ati qabdu hubachuu danda 'eera . " |
How did Noah hear about Jehovah ? | Noh waaʼee Yihowaa kan dhagaʼe akkamitti ? |
At that time , wicked humans would drown in the waters of a global deluge . | Nohi ' inni qajeelina lallabu , ' namoota yommus turaniif amanamummaadhaan ergaa Waaqayyoo lallabeera . |
Noah and his family survived the end of that world . - Heb . | Nohii fi maatiin isaa badiisa addunyaa sana irra gaʼe irraa oolaniiru . - Ibr . |
But we do not breathe in " the spirit of the world , " for we are not driven by this sinful motivating force . - 1 Corinthians 2 : 12 . | Nuti garuu , cubbuu isa biyya lafaa to 'atuun waan hin geggeeffamneef , " hafuura biyya lafaa " hin baafannu . - 1 Qorontos 2 : 12 . |
We need courage to be loyal to Jehovah . | Nutis Yihowaadhaaf amanamoo taʼuuf ija jabina qabaachuun nu barbaachisa . |
Like Apollos , we strive to understand what we read in the Bible . | Nutis akkuma Apholos wanta Macaafa Qulqulluu keessaa dubbisne hubachuuf carraaquu qabna . |
Waiting for the other person to show humility is not the solution when we too are holding the key in our hand . | Nutis banticha harkatti qabannee utuu jirruu , jechuunis gad of deebisuu utuu dandeenyu namni kaan akka gad of deebisu eeguun furmaata hin argamsiisu . |
We too can learn something about a householder if we are observant . | Nuyis akka gaariitti kan ilaallu taanaan , waaʼee nama haasofsiisnuu hamma tokko beekuu dandeenya . |
As it is not a matter of the production of antibodies , a food intolerance can manifest itself the first time the food is ingested . | Nyaanni sifaaʼuu diduun farra dhukkubaa wajjin walitti dhufeenya waan hin qabneef , nyaata tokko yeroo jalqabaatiif akkuma nyaanneen nutti beekamuu dandaʼa . |
Having learned John 's native Gujarati , the Witness answered him from the Bible and gave him the booklet " This Good News of the Kingdom . " | Obboleettiin sun Afaan Gujaraatii isa qooqa Joon taʼe barattee waan turteef , gaaffii isaatiif Kitaaba Qulqulluu irraa deebii isaaf kennite , akkasumas buukleetii " This Good News of the Kingdom " jedhamu isaaf kennite . |
Many have also appreciated the benefit of maintaining a full schedule of Christian activities , which helps to keep the mind focused on upbuilding spiritual thoughts . | Obboloonni baayʼeen sammuunsaanii sochiiwwan Kiristiyaanaa warra karaa hafuuraa nama ijaaranirratti akka xiyyeeffatu gochuunsaanii faayidaa akka isaanii argamsiise hubataniiru . |
Those brothers were convinced that Jehovah had answered their prayer in a most interesting way . | Obboloonni kun Yihowaan karaa dinqisiisaa taʼeen kadhannaa isaaniitiif deebii akka isaaniif kenne amananiiru . |
Some brothers were taking fellow believers to court . | Obboloonni tokko tokko namoota hidhata amantii isaanii taʼan mana murtiitti dhiheessu turan . |
Our loving , united brotherhood is a blessing from Jehovah . | Obbolummaan amantoota addunyaa maraa jaalalaafi tokkummaa qabu eebba Yihowaa biraa argannedha . |
But what can help you to endure ? | Obsaan dandaʼuuf maaltu si gargaaruu dandaʼa ree ? |
How do we know that Jehovah 's patience is not limitless ? | Obsisaa daangaa akka qabu akkamitti beekuu dandeenya ? |
For more information , see chapter 4 of this book , What Does the Bible Really Teach ? , published by Jehovah 's Witnesses . | Odeeffannoo dabalataa argachuuf , boqonnaa 4ffaa kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa ? jedhamuufi Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana ilaali . [ Fakkii fuula 11rra jiru ] |
For more information , see chapter 10 of this book , What Does the Bible Really Teach ? , published by Jehovah 's Witnesses | Odeeffannoo dabalataa argachuuf , kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa 10ffaa ilaali |
Do these stories or allegations further Jehovah 's purpose ? | Oduun ykn hamiin kun kaayyoon Yihowaa akka raawwatamu kan gargaarudhaa ? |
Maybe you lacked confidence during your formative years . | Ofitti amanamummaa kan dhabde ijoollummaa keetti taʼuu dandaʼa . |
But if you 're confident with who you are , it 's easier to recognize peer pressure for what it is and then ignore it . " | Ofitti kan amanamtu yoo taʼe garuu , hiriyoonnikee dhiibbaa akkamii akka sirraan geessisan hubachuufi fuula kennuufii dhiisuu dandeessa . " |
Ancient Wisdom for Modern Living | Ogummaa Bara Durii Jireenya Ammayyaatiif Taʼu |
Full of Mercy " | Oo 'aan . . . |
Paul wrote : " When insulted , we bless ; when persecuted , we patiently endure ; when slandered , we answer mildly . " - 1 Cor . | Phaawulos , " Yommuu nu arrabsan ni eebbisna ; yommuu nu ariʼatanis obsaan jabaannee dhaabanna ; yommuu maqaa keenya balleessan gaarummaadhaan deebii kennina " jedhee barreesseera . - 1 Qor . |
Others may have tried to use what was holy for selfish gain . | Phaawulos , ' nama Waaqayyoo ta 'uu waan ittiin bu 'aa argatan godhanii akka hin yaanne ' isaan akeekkachiiseera . |
The apostle Paul counseled Christians in Rome " not to be pleasing " themselves and reminded them that " even the Christ did not please himself . " | Phaawulos , Kiristiyaanonni Roomaatti argaman " ofii [ isaanii ] gammachiisuudhaaf dhama 'uu " akka hin qabne erga isaan gorsee booda , ' Kiristos ofiisaa akka hin gammachiisne ' isaan yaadachiiseera . |
Paul encouraged young Timothy to have respect for all members of the congregation . ( Read 1 Timothy 5 : 1 , 2 . ) | Phaawulos , Ximotewos inni dargaggeessa ture miseensota gumii hundaaf kabaja akka qabaatu gorseera . |
Paul indicates that there is a fundamental reason to resist wrong inclinations , including the urge to retaliate , when he states : " Consequently I entreat you by the compassions of God , brothers . " | Phaawulos , fedhii ijaa ba 'uu dabalatee fedhiiwwan gadhee ta 'an ofirraa ittisuuf wanti nu kakaasu inni guddaan maal akka ta 'e yeroo ibsu , ' Ammas yaa obboloota ko , araara Waaqayyoof jedheen isin gorsa ' jedheera . |
After noting that spiritual gifts vary and are present among some believers , Paul mentions a quality that should be cultivated by all Christians . | Phaawulos , kennaawwan hafuuraa adda adda akka ta 'aniifi namoonni amanan tokko tokko kennaawwan akkasii akka qaban erga dubbatee booda , amala Kiristiyaanonni hundi horachuu qaban ibseera . |
Paul counsels Christians : " Put them all away from you , wrath , anger , badness , abusive speech , and obscene talk out of your mouth . | Phaawulos akkas jechuun Kiristiyaanota gorseera : " Isin dheekkamsa , aarii , hammina , maqaa walii balleessuus hundumaa of irraa fageessaa ! Dubbiin nama yeellaasisus afaan keessan keessaa hin ba 'in ! |
In his letter to the Hebrew Christians in Jerusalem and Judea , Paul again made reference to features of athletic games or races . | Phaawulos ergaa Ibroota Kiristiyaana taʼaniifi Yerusaalem , akkasumas Yihudaa jiraniif barreesserratti irra deebiʼee waaʼee fiigichaa ykn dorgommee atleetiksii yaada tokko tokko caqaseera . |
The apostle Paul drew attention to the golden calf episode and warned : " These things became examples for us , in order for us not to . . . become idolaters , as some of them did . | Phaawulos ergamaan seenaa dibicha warqee sanaa caqasuudhaan akkana jedhee akeekkachiiseera : " Wantoonni kun fakkeenya nuuf taʼaniiru . . . Akkuma isaan keessaa tokko tokko godhan warra waaqolii tolfamoo waaqeffatan hin taʼinaa . |
In answer , Peter said : " Yes , Lord , you know I have affection for you . " | Pheexiros , " Eeyyee yaa Gooftaa , baayʼee akka ani si jaalladhu ati iyyuu beekta " jedhee deebise . |
The concept of humans becoming spirit creatures and ruling in a heavenly Kingdom was foreign to Peter . | Phexros , yaanni namoonni qaama hafuuraa taʼanii Mootummaa samiirratti bulchu jedhu isaaf hin galle ture . |
His self - assurance was unfounded , though , for that very night he failed to show a spirit of self - sacrifice . | Phexros galgaluma guyyaa sanaatti amala fedhii ofii aarsaa gochuu argisiisuu waan dadhabeef , wanta ofitti amanamuudhaan dubbate utuu hin raawwatin hafeera . |
The interrogator asked if she believed in that Witness . | Poolisiin ishee qoru sun , Dhugaa Baatuu kanatti kan amanamtuu taʼuushee ishee gaafate . |
Similarly , Phil states : " You see how Jehovah is able to change people who were unsuccessful when they tried to change on their own . " | Qajeelchaan Fiil jedhamus , " Namoonni milkaa 'ina kan argatan carraaqqii mataasaaniitiin utuu hin ta 'in , gargaarsa Yihowaatiin akka ta 'e arguunkee dandeettii Yihowaan qabu hubachuuf si gargaara " jedheera . |
Pioneers who could not afford a vehicle headed into the outback on bicycle . | Qajeelchitoonni Konkolaataa bitachuu hin dandeenye immoo biskileetiidhaan gara baadiyyaa deemu turan . |
Why Trust Jehovah 's Guidance ? | Qajeelfama Yihowaatti Kan Amanamnu Maaliifi ? |
Following direction . | Qajeelfama hordofuu . |
By taking advantage of all these provisions and by meditating on and imitating fine examples of courageous servants of God , we have the assurance that we can face difficulties successfully . | Qophiiwwan kana hundatti fayyadamuudhaan , akkasumas fakkeenya tajaajiltoota Waaqayyoo ija jabeeyyii taʼanirratti xiinxaluufi fakkeenyasaanii hordofuudhaan , rakkoowwan akka gaariitti akka moonu mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya . |
You eagerly await news of any developments . | Qorannoo doktoorichi godhu hundumaa beekuuf hawwita . |
Because you cannot always predict what challenges you will face in the future . | Qorumsa gara fuulduraatti si mudachuu dandaʼu hunda dursitee beekuu waan hin dandeenyeefi . |
The cleanliness , orderliness , and particularly the openness with which the work was carried out greatly impressed him . | Qulqullinnisaa , sabrii qabeessa taʼuunsaafi hojichi dhoksaa malee kan hojjetamu taʼuunsaa baayʼee isa dinqisiise . |
" You have asked a difficult thing , " said the prophet . | Raajichi , " Gaaffii cimaa gaafatte " isaan jedhe . |
Rahab | Rahaab |
In what ways did Rahab show faith and courage ? | Rahaab amantiifi ija jabina kan argisiiste karaawwan kamiinidha ? |
Imperfection , the source of most problems in human relations , is present in all people . | Rakkina namoota gidduutti uumamu hedduuf sababii kan taʼe namoonni hundi cubbuu kan dhaalan taʼuusaaniiti . |
What do we need to do now before the start of the great tribulation ? | Rakkinni guddaan jalqabuu isaa dura amma maal gochuun keenya barbaachisaa dha ? |
If your parents ' problems cannot be resolved , changes may need to be made in their care or living arrangements . | Rakkinni warrakee mudate furmaata argachuu hin dandaʼu yoo taʼe , kunuunsa isaaniif godhamu ykn akkaataa jireenyaasaaniirratti jijjiirama gochuun barbaachisaa taʼuu dandaʼa . |
Rita told Renato at an early age that she was not his real mother . | Reenaatoon mucaa xinnoo yommuu turetti , Rittaan haadha isa deesse akka hin taane itti himte . |
" One of our priorities was that of finding a congregation with young ones who were doing well spiritually , " says Ricky . | Riikiin , " Wanti barbaannu inni guddaan , gumii ijoollee karaa hafuuraa ciccimoo taʼan qabu argachuu ture . |
When resurrected on earth in God 's new world , she will be delighted to learn that she became an ancestress of Jesus Christ . | Ruut addunyaa haaraa keessatti duʼaa kaatee abaabilii Yesus Kiristos taʼuushee yommuu beektu baayʼee akka gammaddu hin shakkisiisu . |
Scientists believe that the earth will gradually - perhaps over many billions of years - lose the ability to sustain human life . | Saayintiistonni , lafti kun suutuma suutaan , tarii waggoota biliyoonaan lakkaa 'aman booda , ilmaan namootaa jiraachisuu dadhabdi jedhanii amanu . |
Hence , said Barnes , " Saul raged against the church like a wild beast . " | Saaʼol , Yihudii waan tureef , Kiristiyaanota balleessuun itti gaafatamummaa Waaqayyo isaa kenne akka taʼe ni amana ture . |
It can be hard to control our feelings when we have to put up with unfair criticism . | Sababii sirrii hin taaneen namoonni yommuu nu ceephaʼanitti , miira keenya toʼachuun ulfaataa taʼu dandaʼa . |
Because the official Church Bible ( the Vulgate ) was written in Latin . | Sababiin isaas Kitaabni Qulqulluun ( Vulgeet ) Waldaa keessatti itti hojjetamu afaan Laatiiniin kan barreeffame ture . |
For these and other reasons , we made a wise decision when we chose to follow him . | Sababiiwwan kanaafi kaaniin kan ka 'e , isa duukaa bu 'uuf yommuu filanne murtoo gaarii gooneerra . |
This was because , once again , new circumstances arose . | Sababni isaas , yeroo kanattis haalawwan haaraatu jira ture . |
God 's people find refreshment in spiritual things . | Sabni Waaqayyoo wantoota hafuuraatiin boqonnaa argatu . |
After that , he got ready to go to work , not sure if he would even have a job . | Sana booda , hojiitti deebiʼuusaa beekuu baatullee hojii dhaquuf qophaaʼuutti kaʼe . |
I was very shy and had never been away from home before . | Sanaan dura ija laafessa taʼuu koorrayyuu manaarraa fagaadhee deemee hin beekun ture . |
Mighty in the earth his offspring will become . As for the generation of the upright ones , it will be blessed . " | Sanyiin isaa biyyicha keessatti guddaa [ " lafarratti jabaa , " hiika bara 1899 ] in ta 'a , dhaloonni warra gara - qajeelotaa in eebbifama . " |
Knowing when these events took place in the stream of time helps us to understand God 's view on the matter . - See the chart on page 15 . | Seenaa keessatti yeroo wantoonni kun itti raawwataman beekuun keenya , ilaalcha Waaqayyo dhimma kanaaf qabu hubachuuf nu gargaara . - Chaartii fuula 27rra jiru ilaali . |
Maybe that 's why I did well with principles of accounting ! | Seera akkaawuntiingii wajjin haala wal qabateen milkaaʼina kanan argadhes kanaaf taʼuu dandaʼa ! |
He actually mentioned the Golden Rule when he was discussing how we are to treat people in general and even our enemies . | Seera beekamaa taʼe kana dubbachuusaa dura , diinota keenya dabalatee namoota hunda akkamitti qabuun akka nurra jiru barsiiseera . |
We submit to the authority of the government under which we live by obeying its laws , respecting its officials , and paying the taxes it levies . | Seera mootummaan jala jirru baasuuf ajajamuudhaan , abbootii taayitaa isaa kabajuudhaan akkasumas qaraxa nu irraa barbaadamu kaffaluudhaan aangoo mootummaatiif akka ajajamnu argisiisna . |
Why might that be the case ? | Seera warra keessanii jala jiraachuun isinitti ulfaataa ? |
But we should remember that our choice of therapy matters to Jehovah . | Seerawwan bu 'uuraa Macaafa Qulqulluu kabajuun keenya , ' dhiiga akka hin nyaanneefi akka hin dhugne ' nu godha . |
What Bible counsel helps us to be balanced in our relationship with our workmates ? | Seerri bu 'uuraa Macaafa Qulqulluu , namoota nuu wajjin hojjetanii wajjin walitti dhufeenya gaarii qabaachuu ilaalchisee ilaalcha sirrii qabaachuuf nu gargaaru maalidha ? |
What is one important principle that we need to remember ? | Seerri buʼuuraa barbaachisaa taʼeefi yaadachuu qabnu kamidha ? |
Satan is doing all he can to corrupt us and make us lose Jehovah 's approval . | Seexanni amala keenya mancaasuufi Yihowaa biratti fudhatama nu dhabsiisuuf carraaqqii cimaa godha . |
What important issue did Satan raise ? | Seexanni olaantummaa Yihowaarratti gaaffii akkamii kaase ? |
When is it a bad idea ? ' | Sirrii kan hin taanehoo ? ' |
He knew Jehovah 's warning about unbelieving wives : " They will incline your heart to follow their gods . " | Solomoon dubartoota Waaqayyoon hin beekne fuudhuu ilaalchisee akeekkachiisa Yihowaan , ' Isaan yaada keessan gara waaqayyoliisaaniitti in jalʼisu ' jechuudhaan kenne beeka . |
A potter can make any sort of vessel he is capable of making from a lump of clay . | Suphe dhooftuun tokko dhoqqee supheerraa miʼa barbaade tolchuuf dandeettii qaba . |
But only a very limited number were used to write the books of the Bible and oversee the Christian congregation . | Ta 'us , kitaabota Macaafa Qulqulluu kan barreesseefi gumii Kiristiyaanaa olaantummaadhaan to 'achaa kan ture muraasasaanii qofadha . |
Still , the main reason we obey Jehovah is that we love him . | Ta 'uyyuu , sababiin Yihowaadhaaf abboomamnuuf inni guddaan waan isa jaallannuufidha . |
In what ways can we show that we are watchful in our ministry ? | Tajaajila keenyarratti dammaqoo taʼuu keenya argisiisuu kan dandeenyu akkamitti ? |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.