eng stringlengths 2 554 | orm stringlengths 3 691 |
|---|---|
Throughout the book , information is presented to help a Christian to imitate Jesus . | Kiristiyaanni tokko akkamitti Yesus duukaa bu 'uu akka danda 'u guutummaa kitaabichaa keessatti ibsameera . |
Living arrangements that a Christian judges acceptable but that give rise to unfavorable talk in the community would be a cause for concern . | Kiristiyaanni tokko mana tokko keessa waliin jiraachuun rakkoo hin qabu jedhee yaaduu danda 'a ; haata 'u malee , gochi kun namoota naannoo sanaa biratti sirrii akka hin taane kan yaadamu yoo ta 'e irratti yaadamuu qaba . |
Learn From God 's Word | Kiristiyaanonni Kan Cuuphaman Maaliifi ? |
True Christians refrain from such a distorted view of honoring humans . | Kiristiyaanonni dhugaan haala kanaan namootaaf ulfina kennuu irraa ni fagaatu . |
What should be done by Christians experiencing marital stress ? | Kiristiyaanonni gaa 'elasaanii keessatti dhiphinni isaanirra ga 'e maal gochuu qabu ? |
The second group included in " this generation " are anointed contemporaries of the first group . | Kiristiyaanonni garee lammaffaa ' dhaloota siʼanaa ' taʼan , warra garee tokkoffaa wajjin yeroo tokko keessa jiraachaa kan turanidha . |
What do the anointed indicate by partaking of the bread ? | Kiristiyaanonni hafuuraan dibaman maxinicharraa nyaachuunsaanii hiika maalii qaba ? |
The first - century Christians , especially those living in Jerusalem and Judea , were facing many trials and hardships . | Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa keessumaa warri Yerusaalemiifi Yihudaa keessa jiraatan qorumsaafi rakkina hedduu keessa turan . |
When Christ comes in his glory near the end of the tribulation , he will gather his faithful anointed ones to heaven . | Kiristos naannoo dhuma rakkina guddaatti ulfina isaatiin yeroo dhufu , dibamtoota amanamoo taʼan samiitti walitti qaba . |
How good it was that the unforgettable " Creation Drama " came just in time to bolster the courage of so many Christians about to face tests of faith during World War II ! - From our archives in Germany . | Kiriʼeeshin Diraamaan " hin irraanfatamneefi yeroo barbaachisaa taʼetti baʼe kun , Kiristiyaanonni hedduun qorumsa amantii Waraana Addunyaa Lammaffaatti isaanirra gaʼe jala dhaabachuuf jajjabina akka argatan isaan gargaareera . - Kuusaa keenya Jarmanitti argamurraa . |
Cherubs too have high rank and care for special responsibilities that are intimately associated with the Almighty 's glorious personage . | Kiruubeloonnis sadarkaa guddaa kan qaban siʼa taʼu , itti gaafatamummaa addaa hojii ulfina Waaqayyo isa Hundumaa Dandaʼuu wajjin walitti dhufeenya guddaa qabu raawwatu . |
In the Bible , the original Greek word that is sometimes translated " honesty " literally means " something that is intrinsically good . " | Kitaaba Qulqulluu keessatti jechi Afaan Giriikii yeroo tokko tokko " amanamummaa " jedhamee hiikame jechaa jechatti yeroo hiikamu " baayʼee gaarii kan taʼe " jechuu dha . |
This material might be used as part of the Family Worship evening . | Kitaaba kana Waaqeffannaa Maatiirratti itti fayyadamuu dandeessu . |
The Bible states : " A word spoken at the right time - how good it is ! " | Kitaabni Qulqulluun , " Dubbiin yeroo isaatti dubbatamu maal maal baʼeessa ! " |
The Bible says that they " considered others as nothing . " - Luke 18 : 9 - 14 . | Kitaabni Qulqulluun , isaan ' warra kaan akka tuffatan ' ibsa . - Luq . 18 : 9 - 14 . |
What do the Scriptures teach us concerning respect for older ones ? | Kitaabni Qulqulluun namoota maanguddoo taʼaniif ulfina kennuu ilaalchisee maal nu barsiisa ? |
The Bible warns that those who marry " will have tribulation in their flesh . " | Kitaabni Qulqulluun warri gaaʼela godhatan , ' foon isaanii irratti rakkina akka fidan ' dubbachuudhaan isaan akeekkachiisa . |
The Bible foretold a time when love would " grow cold " and lawlessness would increase . - Matthew 24 : 3 , 12 . | Kitaabni Qulqulluun yeroo itti jaalalli ' qabbanaaʼuu ' fi hamminni itti dabalu akka dhufu ni dubbata . - Maatewos 24 : 3 , 12 . |
We are confident that this publication will move all of us to examine ourselves and ask : ' Am I really following Jesus ? | Kitaabni kun , hundi keenya akka of gamaaggamnuufi ' Ani dhuguma Yesus duukaa bu 'aan jiraa ? |
How can we avoid being caught in this trap ? | Kiyyoo kanaan akka hin qabamne maal gochuu dandeenya ? |
It was a " day of small beginnings " when that group of 36 Bible Students in Kobe held their first assembly . | Koobii keessatti walgaʼii jalqabaa kan godhatan Barattoota Macaafa Qulqulluu 36 qofa turan . ( Zak . |
Overcoming Pride and Jealousy | Kooraafi Hinaaffaa Moʼuu |
Take , for example , pride and greed . | Kooraafi sassata akka fakkeenyaatti haa ilaallu . |
This is the greatest and first commandment . " | Kun ajaja isa hunda irra caaluu fi isa duraa ti . " |
Why is that of vital importance ? | Kun baay 'ee barbaachisaa kan ta 'e maaliifi ? |
What a display of God 's power ! | Kun humni Waaqayyoo guddaa ta 'uusaa kan argisiisu mitii ! |
This includes lights , appliances , and electronic devices , such as TVs and computers . | Kun ibsaa , maashinoota garaa garaa , meeshaalee elektirooniksii kan akka Televijinii fi kompiitaraa dhaamsuu kan dabalatu dha . |
Thus , I had picked up enough English to interpret that talk and others on later occasions . | Kun immoo dandeettii Ingiliffaa koo guddifachuudhaan haasaa yeroo sana dhihaates taʼe sana booda dhihaatan hiikuuf na dandeessiseera . |
This involves your obeying your parents in all things that are in harmony with God 's laws . - Acts 5 : 29 . | Kun seera Waaqayyoo wajjin hanga wal hin faallessinetti , waan hundumaatiin warra keetiif abboomamuu qabda jechuudha . - Hojii Ergamootaa 5 : 29 . |
When was this ? | Kun yoom ture ? |
There seems to be no way out . | Kunimmoo iddoo keessaa ba 'uu hin dandeenye keessa kan galan fakkaata . |
This shows that the best way to conquer Satan and the evil influence he is exercising over the present system of things is to do good by our work of witnessing , preaching the good news of the Kingdom . | Kunis , Seexanaafi dhiibbaa gadhee inni biyya lafaarra geessisaa jiru mo 'uuf wanti nu gargaaru inni guddaan , dhugaa ba 'uu jechuunis misiraachoo Mootummichaa lallabuudhaan waan gaarii gochuu akka ta 'e nuu ibsa . |
This prompted the apostles and other brothers to submit to God 's will and accept uncircumcised Gentiles into the Christian congregation . | Kunis , ergamoonnii fi obboloonni fedha Waaqayyoo akka deggeran , akkasumas namoota saba Waaqayyoo hin turree fi dhagna hin qabanne gumii Kiristiyaanaa keessatti simachuuf isaan kakaaseera . |
Consequently , they saw themselves as sinners in more ways , and more people were exposed as sinners . | Kunis cubbamoo ta 'uusaanii caalaatti akka hubatan godheera . |
They both dedicated themselves to Jehovah and were baptized in November 2004 . | Lamaanuu Yihowaadhaaf of murteessanii Sadaasa 2004 cuuphamaniiru . |
And second , because we have convincing testimony from people whom God has comforted - real people , both from our time and the past . | Lammaffaa , namoonni isa biraa jajjabina argatan ragaa nuuf taʼu ; kun namoota bara keenyattis taʼe bara duriitti dhugumaan jiraatan dabalata . |
When he starts to attend Christian meetings regularly , his spiritual training will progress as he participates in the Theocratic Ministry School , becomes an unbaptized publisher , and so forth . | Leenjiin kun , yommuu walgaʼii Kiristiyaanaarratti walitti aansee argamuu jalqabu , yommuu Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiirratti hirmaatu , yommuu babalʼisaa hin cuuphamne taʼuufi sochiiwwan kana fakkaatan godhu itti fufa . |
HELP FOR THE FAMILY | PARENTING | MAATIIDHAAF | GA 'EE WARRAA |
COVER SUBJECT | MATA DUREE FUULA JALQABAA |
MOSES knew what Egypt had to offer . | MUSEEN wanta biyya Gibxii keessatti argachuu dandaʼu beeka ture . |
We live in a world where people think and act in ways that are similar to those in ancient Canaan - they glorify sex and violence and promote materialism . | Maal gochuu qabna ? Yeroo harʼaatti addunyaa namoonni akkuma warra Kanaʼaanitti yaadanii fi akkuma isaanii qunnamtii saalaa fi lolaaf , akkasumas qabeenyaaf iddoo guddaa kennan keessa guutan keessa jiraachaa jirra . |
Instead , you ought to say : ' If Jehovah wills , we shall live and also do this or that . ' | Maal gochuu qabu turan ? " Kanaa mannaa , ' Gooftaan yoo jedhe in jiraanna , kana yookiis sana in goonas ' jechuutu isiniif ta 'a ture . " |
What are you determined to do ? | Maal gochuuf murteessiteetta ? |
Mary 's reverence for God is obvious in her words : " My soul magnifies Jehovah , and my spirit cannot keep from being overjoyed at God my Savior . " | Maariyaam , " Garaan koo gooftaa kootiif hooqubaa dhi 'eessa ; hafuurri koos Waaqayyo fayyisaa kootti in ililcha " jettee dubbachuunshee Waaqayyoof ulfina guddaa akka qabdu kan argisiisudha . |
How pleasantly surprised Mary and Joseph must have been to see Jesus honored in such a manner ! | Maariyaamii fi Yooseef , Yesuus haala kanaan ulfina argachuu isaa arguu isaanitti dinqisiifamanii taʼuu qaba ! |
" Esau went running to meet him , " the Bible tells us , " and he began to embrace him and fall upon his neck and kiss him . " - Gen . | Macaafni Qulqulluun , " Esaawuu . . . isa simachuutti fiigee , morma isaa irratti kufee ammatee in dhudhungate " jechuudhaan nutti hima . - Uma . |
The Bible says : " By faith Noah . . . constructed an ark . " | Macaafni Qulqulluun , " Nohi amantiidhaan . . . bidiruu tolfate " jedha . |
The Bible account tells us : " Jehovah was with Joseph . " | Macaafni Qulqulluun , ' Waaqayyo Yoseefii wajjin ture ' jedha . |
The Bible record tells what happened when Jesus was baptized in 29 C.E . : " The holy spirit . . . came down upon him , and a voice came out of heaven : ' You are my Son , the beloved ; I have approved you . ' " | Macaafni Qulqulluun , Yesus Dh.K.B . bara 29tti ennaa cuuphamu wanta raawwatame akkas jechuudhaan nutti hima : " Hafuurri qulqulluun . . . irra bu 'e ; sagaleenis waaqa irraa dubbatee , ' Ati ilma koo isa jaallatamaa dha ; gammachuun koos sitti in raawwatama ' jedhe . " |
The Bible confirms that the pain of losing a mate is both cruel and long lasting . | Macaafni Qulqulluun , gaddi hiriyaa gaa 'elaa ennaa du 'aan dhaban namatti dhaga 'amu baay 'ee cimaafi yeroo dheeraadhaaf kan turu akka ta 'e mirkaneessa . |
We have heard of the endurance of Job , and we are determined , with Jehovah 's help , to imitate Job 's example . | Macaafni Qulqulluun akkas jechuudhaan abdii nu kenna : " Namni qoramsa isatti dhufu obsaan danda 'e , [ jabaatee dhaabate , NW ] haa gammadu ! |
The Bible acknowledges the need for money . | Macaafni Qulqulluun qarshiin barbaachisaa taʼuusaa ni dubbata . |
How do the Scriptures highlight this truth ? | Macaafni Qulqulluun waaʼee dhimma kanaa maal jedha ? |
What became of those evil angels ? | Maleekota hamoo kana irra maaltu gaʼe ? |
Some houses sat secluded within gardens , with porches for enjoying the breeze , high windows for ventilation , and many rooms , including a large dining room and quarters for servants . | Manneen tokko tokko iddoo dhaabaa keessa kan jiran siʼa taʼu , barandaa aara itti galfatan , foddaawwan qilleensa akka gaariitti galchan , kutaa nyaanni keessatti nyaatamuu fi kutaa hojjettootaa dabalatee kutaa hedduu qabu turan . |
The Council of State recognized on November 2 , 2012 , that Jehovah 's Witnesses , a widely known Christian religion , have the right to own houses of worship | Manni Maree Mootummaa Sadaasa 2 , 2012 amantiin Dhugaa Baatota Yihowaa addunyaa maratti kan beekamu waan ta 'eef mana waaqeffannaa mataasaanii qabaachuuf mirga akka qaban murtoo dabarseera |
That school is continuing at various other locations , with trained field instructors . | Manni barumsaa kun , barsiisota leenjii fudhataniin naannoowwan kan biraattis kennamuu jalqabe . |
The name Judas has been synonymous with " traitor " ever since , especially one who betrays another under the guise of friendship . | Maqaan Yihudaa jedhu , maqaa " gantuu " jedhuu wajjin hiika wal fakkaatu kan qabu siʼa taʼu , keessumaa nama michuu fakkaatee dabarsee nama kennu kan argisiisudha . |
How can you prevent a discussion from becoming heated ? | Mareen tokko gara aariitti akka hin geessine gochuu kan dadneessu akkamittii ? |
It was more than 100 feet [ 30 m ] longer than the schooner Wyoming , which was reportedly the largest wooden - hulled ship ever built . | Markabni kun , dheerinnisaa markaba Waayoomiing jedhamtuufi markaboota hamma yoonaatti mukaan hojjetaman hunda caalturra meetirii 30 caala . |
The series of articles called " Was It Designed ? " | Mata dureen " Qaamni Kana Tolche Jiraa ? " |
Study Article 3 PAGES 13 - 17 | Mataduree Qayyabanna 3 FUULA 13 - 17 |
In the following article , we will see what the Memorial of Christ 's death means to those Christians whose hope is heavenly . We will also learn why millions whose hope is to live forever on earth should be intensely interested in what the Memorial symbolizes . | Mataduree itti aanurratti , Yaadannoon du 'a Kiristos Kiristiyaanota gara samii dhaquuf abdii qabaniif hiika maalii akka qabu , akkasumas namoonni miliyoonaan lakkaa 'amaniifi bara baraan lafarra jiraachuuf abdii qaban Ayyaana Yaadannootiif xiyyeeffannaa guddaa kan kennan maaliif akka ta 'e ilaalla . |
These articles highlight ten events we need to have in mind . | Matadureewwan kun wantoota yaadachuu qabnu kudhan addeessu . |
Hardly . | Matumaa ! |
Consider how a congregation elder in Canada learned the value of throwing his anxiety on Jehovah . | Mee fakkeenya jaarsa gumii Kaanaadaa jiraatuu fi wanta yaaddoo isatti taʼu Yihowaa irratti gatuun faayidaa guddaa akka qabu hubate tokkoo haa ilaallu . |
Take , for example , the congregations on the island of Crete . | Mee fakkeenyaaf waldoota odoola Qareexis keessaa haa ilaallu . |
Let us consider Jehovah 's perfect example . | Mee gama kanaan Yihowaan akkamitti fakkeenya gaarii akka nuuf taʼu haa ilaallu . |
Moreover , think of what he will do as High Priest during his Millennial Reign . | Mee wanta Yesus Hangafa Lubootaa ta 'uudhaan bulchiinsasaa isa Barkumeetti raawwatu yaadaa . |
Because the equipment belonged to someone else . | Meeshaawwan kun qabeenya nama kan biraa waan ta 'aniifidha . |
If we repeated the same words to some friend or relative every time we spoke to him , would he find that pleasant ? | Michuu ykn fira keenya tokkotti yeroo hunda yaaduma tokko irra deddeebinee utuu itti dubbannee isa gammachiisaa ? |
Even if we have been removed from a position of responsibility in the congregation , we still have an opportunity to examine the quality of our faith and demonstrate our love for Jehovah . | Mirga gumii keessatti qabnu yoo dhabnellee , amantiin keenya hammam cimaa akka taʼe qoruufi jaalala Yihowaadhaaf qabnu argisiisuuf ammayyuu carraa qabna . |
Privileges in the Congregation | Mirgawwan Gumii Keessatti Qabu |
How excited the 2,039 in attendance were when Brother Geoffrey Jackson of the Governing Body released the complete New World Translation of the Holy Scriptures in the Bulgarian language ! | Miseensa Qaama Olaanaa kan taʼe obboleessi keenya Jeefrii Jaaksan guutummaan Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa afaan Bulgaariyaatiin baʼuusaa yommuu beeksisu namoonni 2,039 walgaʼicharratti argaman baayʼee gammadanii turan ! |
We do not lobby , vote in political elections , run for government office , or try to change governments . | Mootummaa jijjiiruuf ykn bulchitoota siyaasaa irratti dhiibbaa gochuuf hin yaallu ; kana malees , filannoo siyaasaa irratti hin hirmaannu ykn nama siyaasaa hin taanu . |
God 's righteous government will bring blessings that no human government ever could . | Mootummaan Waaqayyoo inni qajeelummaan keessa buufatu , eebbawwan mootummoonni ilmaan namootaa fiduu hin dandeenye fida . |
Its establishment is good news because it means that God has set up a government in heaven to take full control of earth 's affairs . | Mootummaan kun , bulchiinsa Waaqayyo samiirratti dhaabeefi dhimmawwan biyya lafaa to 'achuuf itti fayyadamu waan ta 'eef , hundeeffamuunsaa misiraachoodha . |
Values Meekness , 8 / 1 | Mucaan Du 'ee Dhalate , Du 'aa Ka 'uuf Abdii Qabaa ? |
She survives the earthquake , but her parents do not . | Mucaan kun balaa sochoʼa lafaa sanarraa ooltus , warrishee garuu balaa kanaan duʼaniiru . |
The tree of life , on the other hand , represented a gift that only God can bestow - everlasting life . - Romans 6 : 23 . | Mukti jireenya kennummoo , kennaa Waaqayyo qofti kennuu dandaʼu , jechuunis jireenya barabaraa kan argisiisudha . - Roomaa 6 : 23 . |
In that vision , Ezekiel sees six men with weapons in their hands as well as a seventh man clothed in linen with a secretary 's inkhorn at his side . | Mul 'ata sanarratti , Hisqi 'el namoota mi 'a waraanaa harkatti qabatan ja 'a , akkasumas nama uffata quncee talbaarraa hojjetame uffateefi qodaa qalamaa ittiin caafan mudhiitti hidhate tokko arge . |
Implement the decision . | Murtoo goote hojiirra oolchi . |
If we make the right decisions , for what do we put ourselves in line , but what is expected of us ? | Murtoo sirrii yoo goone gara fuulduraatti maal arganna ? Haataʼu malee nurraa maaltu eegama ? |
We keep on track by making decisions that enable us to stay focused on our ministry . | Murtoo tajaajila keenya irratti xiyyeeffachuuf nu dandeessisu gochuudhaan akkaataa jireenyaa filanne irra deemuu keenya itti fufna . |
Will my decisions help me to set spiritual goals ? | Murtoon godhu galmawwan hafuuraa baafachuuf kan na gargaaru dhaa ? |
Will our heavenly Father approve of any decision we make as long as it does not break a Bible law ? | Murtoon nuti goonu Seera Kitaaba Qulqulluu kan nu cabsiisu hamma hin taanetti , abbaa keenya isa samii biratti fudhatama qabaa ? |
Moses was not distracted by " the temporary enjoyment of sin . " | Museen " Yeroo gabaabduudhaaf cubbuu keessa jiraatee gammaduu [ n ] " yaadasaa akka jalaa hihhiru hin goone . |
Moses wrote : " O Jehovah , you yourself have proved to be a real dwelling for us during generation after generation . " | Museen , " Yaa gooftaa , ati dhalootaa hamma dhalootaatti , iddoo kooluu itti gallu nuuf taateetta " jechuudhaan barreesseera . * ( Far . |
A true - life experience illustrates the positive effect of such healthy concern , or fear . | Muuxannoon jireenyaa dhugaa taʼe tokko , sodaan akkasii kun faayidaa akka qabu argisiisa . |
SOME who believe the doctrine of hellfire point to Jesus ' words recorded at Mark 9 : 48 ( or verses 44 , 46 ) . | NAMOONNI barumsa ibidda qilillee [ Gahaannamitti ] amanan tokko tokko , wanta Yesus Maarqos 9 : 48 ( ykn lakkoofsa 44 , 46 ) irratti dubbate akka ragaatti caqasu . |
Some 20 years later , the apostle Paul reminded the older men of the congregation in Ephesus : " I did not hold back from telling you any of the things that were profitable nor from teaching you publicly and from house to house . " | Naannoo waggaa 20 booda , Phaawulos jaarsolii gumii Efesooniin , " Kamiin illee taanaan waan waa 'ee isiniif baasu hundumaa , waldaatti , mana manattis isinitti lallabuudhaaf isin barsiisuu irraa ani of hin qusanne " jedheera . |
They have deep concern for the welfare of those who desire to serve God , and Jehovah has repeatedly used them to strengthen and protect his faithful servants on earth . - Hebrews 1 : 14 . | Nageenyi namoota Waaqayyoon tajaajiluu barbaadanii isaan yaaddessa ; Yihowaanis tajaajiltoota isaa amanamoo lafa irra jiran jajjabeessuu fi eeguuf yeroo baayʼee isaanitti fayyadameera . - Ibroota 1 : 14 . |
How sad if one entertains no hope beyond life in this present world ! | Nama abdii hin qabneefi jireenyi isuma ammaa qofa jedhee yaaduuf haallisaa baay 'ee gaddisiisaadha ! |
How can you continue to help an interested person ? | Nama fedhii argisiise gargaaruukee itti fufuu kan dandeessu akkamitti ? |
So it is easy to see who proved to be the real neighbor of the wounded man . | Nama miidhaan irra gaʼe kanaaf kan ooʼe eenyu akka taʼe salphaadhumatti hubachuu dandeenya . |
We witnessed to the owner of the stable , and he became one of many who accepted the truth . | Namicha moonaa sana nuu kenneef kan lallabne yommuu taʼu , innis namoota hedduu dhugaa fudhatan keessaa tokko taʼeera . |
Likely , he preferred to stay at home and wait until his father died rather than follow Jesus and care for that family responsibility when it came . | Namichi kun Yesus duukaa bu 'uufi yeroo barbaachisuttimmoo maatiisaa gargaaruu mannaa , hanga abbaansaa du 'utti manasaa turuu barbaadee ta 'uu danda 'a . |
That man lacked faith like that of Abraham , but others have shown implicit trust in God . | Namichi sun amantii kan akka Abrahaam hin qabu ture ; warri kaan garuu guutummaatti Waaqayyotti akka amanaman argisiisaniiru . |
During the time period between the lives of Abraham 's great - grandson Joseph and the prophet Moses , there lived a man named Job . | Namni Iyoob jedhamu kan jiraate , bara Yoseef ilma ilma Abrahaamiifi Musee raajichi jiraachaa turan gidduu ture . |
That God - fearing man was Cornelius . | Namni Waaqayyoon sodaatu kun Qorneelewos jedhama . |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.