eng
stringlengths
2
554
orm
stringlengths
3
691
Historian Will Durant wrote that Christians " were troubling the pleasure - mad pagan world with their piety and their decency . "
Hayyuu seenaa kan taʼan Wiil Duuraanti Kiristiyaanonni " ejjennoo hafuuraafi amalasaanii isa gaariitiin biyya lafaa gammachuun macheesse ceephaʼaa turan " jedhanii barreessaniiru .
Does it seem that your mate suddenly has acquired faults and foibles that were absent when you were dating ?
Hiriyaa gaaʼelaa keessanirratti hirʼinaafi balleessaa yeroo wal qorachaa turtanitti hin argine amma akka tasaa argaa jirtuu ?
Does your mate think that you are committed to your marriage ?
Hiriyaan gaa 'elaakee waadaa gaa 'elakeetiif galte eegdee akka jiraattu kan itti dhaga 'amu sitti fakkaataa ?
The chief told him : " This man is refusing to sign that he has stopped witnessing .
Hoggantichis akkana jedhe : " Namichi kun dhugaa baʼuu isaa dhiisuuf mallatteessuu didaa jira .
And the more active we are in work that supports God 's Kingdom , the less likely we are to be overcome by the spirit of the world .
Hojii Mootummaa Waaqayyoo deggerurratti caalaatti ennaa hirmaannu , hafuura biyya lafaatiin mo 'amuu keenya dhiisaa adeemna .
We spent 33 years in the traveling work , the last 21 of those in the district work .
Hojii daawwannaa irratti waggoota 33 kan dabarsine siʼa taʼu , isaan keessaa waggaa 21 warra dhumaa daawwattoota ol aanaa koonyaa taanee tajaajilleerra .
Carrying out this commission involves calling on people wherever they can be found , making return visits on those showing interest , and conducting Bible studies with such individuals .
Hojii kana raawwachuun , bakka namoonni itti argaman hunda dhaquudhaan lallabuu , namoota fedhii qabaniif deddeebii gaaffii gochuufi Macaafa Qulqulluu qayyabsiisuu dabalata .
Do you have a meaningful share in that work ?
Hojii kanarratti hamma dandeesse hirmaachaa jirtaa ?
How are we helped to endure in our preaching work ?
Hojii lallabaa keenyatti cimnee itti fufuuf gargaarsa akkamii argachaa jirra ?
I love serving here because what we do helps people to draw close to Jehovah . "
Hojiin nuti hojjennu namoonni gara Yihowaatti akka dhihaatan waan gargaaruuf , Betʼel keessa tajaajiluu nan jaalladha . "
My work involved everything from cutting the grass and handling literature needs for the 28 congregations to corresponding with headquarters in Brooklyn .
Hojiinkoo marga haamuurraa kaasee , gumiiwwan 28tiif barreeffamoota erguufi waajjira muummee Biruukiliinii wajjin wal qunnamuuf waan hunda hojjechuu kan dabalatu ture .
He was tossed into a life raft by a survivor and was given artificial respiration - and he lived .
Hojjetaa lubbuu baraarsuun bidiruudhaan bishaanicha keessaa erga baafamee booda , meeshaan ittiin hafuura baafatu kan kennameef si 'a ta 'u innis jiraachuu jalqabe .
Employees who are unwilling to make such sacrifices for their company risk losing their jobs .
Hojjettoonni aarsaa akkasii kaffaluu hin barbaanne hojii isaanii dhabuuf saaxilamuu dandaʼu .
Those of the great crowd should never be ashamed to identify themselves as companions of the " partakers of the heavenly calling . "
Hoolonni kan biraan , warra ' waamicha isa waaqa irraa keessaa hirmaatan ' deggeruusaaniitti matumaa yeella 'uu hin qaban .
How was the support of anointed Christians by their other sheep companions prophesied ?
Hoolonni kan biraan Kiristiyaanota dibamoo hiriyootasaanii ta 'an akka deggeran raajiidhaan kan dubbatame akkamitti ?
Above all , through prayer , you can count on help from Jehovah and his holy spirit .
Hundumaa caalaa garuu , Yihowaatti kadhannaa dhiheessuudhaan gargaarsa isaafi hafuura qulqulluusaarraa argattanitti akka hirkattan argisiisuu dandeessu .
First of all , Jehovah becomes our Father and our Friend .
Hundumaa caalaatti , Yihowaan Abbaafi jaalallee keenya ta 'a .
TEACH YOUR CHILDREN
IJOOLLEE KEESSAN BARSIISAA
Hebrews 4 : 13 says that " all things are . . . openly exposed " to God .
Ibroonni 4 : 13 , Waaqayyo duratti " wanti hundinuu saaqamaa " akka taʼe dubbata .
Keep Your Place !
Iddoo Keessan Eegaa !
As what should parenthood be viewed , and why ?
Ijoollee godhachuun akkamitti ilaalamuu qaba ?
To your delight , your young children will soon be able to recognize , pronounce , and grasp the meaning of many words .
Ijoolleen keessan utuu baayʼee hin turin jechoota baayʼee beekuu , akkamitti akka dubbifaman hubachuufi hiika maalii akka qaban baruu dandaʼuunsaanii isin gammachiisa .
They may have been raised in the truth .
Ijoolleen kun dhugaa keessatti guddatan taʼa .
When they got older , would they identify themselves as Israelites ?
Ijoolleen kun yommuu guddatan Israa 'eloota akka ta 'anitti of ilaaluu danda 'uu ?
Jehovah 's attitude toward Saul changed from selecting him as king to that of rejecting him .
Ilaalchi Yihowaan yommuu Saaʼoliin mootii godhee filate isaaf qabu gara isa jibbuutti jijjiirameera .
That view prevailed for many centuries .
Ilaalchi jaarraawwan hedduudhaaf fudhatama qabu kana ture .
Look out ! "
Ilaalladhu ! '
He is Someone whom I can trust . "
Inni Waaqa ani itti amanamuu dandaʼudha . "
Jehovah was with Joseph and Jehovah made whatever he did successful . "
Inni Yoseefii wajjin ture , waanuma inni hojjetu wal isaaf qixxeesse . '
He continually sought Jehovah 's direction by consulting God 's Law .
Irra deddeebiʼee Seera Waaqayyoo dubbisuudhaan qajeelfama Yihowaa barbaaduu isaa itti fufeera .
They will not toil for nothing , nor will they bring to birth for disturbance . "
Isaan si 'achi akkasumaan dadhabanii hin hojjetan , ijoolleen isaaniis dingata du 'uuf hin dhalatan . "
These would then be moved to Brooklyn to teach , and four more would be trained .
Isaanimmoo warra kaan leenjisuuf gara Biruukiliiniitti kan ergaman siʼa taʼu , obboloonni afuris dabalataan leenjifamu .
Isaiah 32 : 17 says : " The result of true righteousness will be peace , and the fruitage of true righteousness will be lasting tranquillity and security . "
Isaayaas 32 : 17 , " Iddoo qajeelummaan jiru nagaan jira , iji qajeelummaa birʼaa malee gabiitti jiraachuu dha " jedha .
But , instead , my employer thanked me for my good work .
Ishiin garuu hojii gaarii ani hojjedheef na galateeffatte .
She had no children .
Ishiin ijoollee hin qabdu .
No doubt , you feel the same way . - Rom .
Isinis akkas akka isinitti dhagaʼamu hin shakkisiisu . - Rom .
Do you follow the Beroeans ' example of having eagerness of mind and keep your mind free of unnecessary distractions while you are studying the Bible ?
Isinoo fakkeenya warra Beriyaa hordofuudhaan yommuu Macaafa Qulqulluu qayyabattan , dubbicha fudhachuuf qophaa 'uufi yaanni keessan akka hin hiramne gochuuf yaalii ni gootuu ?
When the Israelites rejected Jesus as the Messiah , they ceased to represent God in any official capacity - including that of executioners .
Israaʼeloonni , Yesus Masiihii taʼuusaa fudhachuu yeroo didanitti , firdiisaa kan raawwachiisan taʼanii tajaajiluu dabalatee , bakka buʼoota Waaqayyoo taʼuunsaanii ni hafe .
In Jehovah 's eyes , how did Israel become ' a degenerate foreign vine ' ?
Israaʼeloonni Yihowaa duratti " muka waynii isa jibbamaa waaʼee hin baafne " kan taʼan akkamitti ?
He also crushed the copper serpent that Moses had made , " which by then had been misused for idolatrous purposes .
Israaʼeloonni akka waaqa sobaatti itti fayyadamaa waan turaniif ' bofa isa Museen sibiila boorrajjii irraa hojjetee tures in caccabse . '
Some Israelites were on their way to bury a man .
Israaʼeloonni muraasni nama duʼe tokko awwaaluuf deemaa turan .
This symbolism underscores the sacredness of prayer .
Ixaanaan fakkeeffamuunsaa kadhannaan qulqulluu ta 'uusaa kan argisiisudha .
GERMANY
JARMAN
Jack , whose wife suffered from postpartum depression after their second child , says : " I would often come home exhausted from work and then be up half the night with our newborn .
Jaak , inni haati manaasaa mucaashee ishee lammataa yeroo deessu dhiphina guddaatiin qabamte tokko akkas jedha : " Hojiitii dadhabee kanan deebi 'u si 'a ta 'u , halkan sa 'aatii dheeraadhaaf mucaa haaraa dhalatte kunuunsuudhaanan dabarsa .
Instead of taking the lead in worship , elders are trading on the Sabbath .
Jaarsoliin guyyaa Sanbataatti waaqeffannaa geggeessuu mannaa hojii daldalaarratti bobba 'aniiru .
At first , you may find it hard to believe that someone you love could hurt you so badly .
Jalqaba , namni ati jaallattu tokko miidhaa guddaa sirraan gaʼuu akka dandaʼu amanuun sitti ulfaata taʼa .
First , though , consider what could be contributing to it .
Jalqaba garuu , wanta amala kana akka inni argisiisu sababa ta 'uu danda 'u haa ilaallu .
Initially , our new territory seemed a bit difficult .
Jalqabarratti naannoon tajaajilaa keenyaa inni haaraa taʼe kun rakkisaa fakkaata ture .
They even claimed that some of my fellow Christians had secretly been ceremonially cleansed in this way . "
Jarri kun , namoonni hidhata amantiikoo taʼan tokko tokkos dhoksaatti sirna akkasiitiin akka qulqulleeffaman natti himan . "
The first edition of the King James Version has been described as " probably the single most influential book ever published " in English .
Jildiin jalqabaa hiika King James Version , " tarii kitaabota seenaa keessatti [ Ingiliffaan ] qophaaʼan hunda caalaa dhiibbaa guddaa kan geessise " akka taʼe ibsameera .
I had a comfortable life but felt that I was just giving God my surplus , as it were .
Jireenya gaarii jiraadhus , Waaqayyoof kennaa kanan jiru wanta narraa hafe qofa akka taʼe natti dhagaʼama ture .
When we make major decisions in life , one way to demonstrate our loyalty to God is by seeking help from his written Word and organization .
Jireenya keenya keessatti murtoo guguddaa yommuu goonu , karaan Waaqayyoof amanamoo akka taane itti argisiisnu tokko Dubbii isaa isa barreeffamaan jiruu fi jaarmiyaa isaa irraa gargaarsa argachuuf yaaluu dha .
In addition , Peter wrote : " What sort of persons ought you to be in holy acts of conduct and deeds of godly devotion , awaiting and keeping close in mind the presence of the day of Jehovah ! "
Jireenya qullaaʼaa , jireenya namoota Waaqayyoof taʼu jiraachuun isin irra jira . Akkasitti jiraattanii dhufa guyyaa Waaqayyoo in eeggattu , isaafis ariifattanii in hojjettu . "
If your life were an arrow , your values would aim that arrow .
Jireenyakee xiyyaan yoo fakkeessine , seerri ittiin geggeeffamtummoo xiyya sana akeekuuf si gargaara .
Christian Elders - ' Fellow Workers for Our Joy , ' 1 / 15
Jireenyi Keenya Kaayyoo Qabeessa Kan Ta 'e Akkamitti ?
When the activity dropped one month , I gave a talk to the congregation to stress that the brothers and sisters needed to do better .
Jiʼa sochiin gumichaa hirʼate tokkotti , gumichaaf haasaa cimaa obboloonni sochii dabalataa gochuun akka isaan barbaachisu isaan kakaasun kenne .
George Young arrived in Rio de Janeiro in March 1923
Joorji Yaangi , Riyoo de Jeneeroo kan dhaqe Bitootessa 1923tti ture
FIRST - CENTURY Christians made great efforts to reach as many people as possible with the " good news of the Kingdom . "
KIRISTIYAANOONNI jaarraa jalqabaa ' misiraachoo Mootummichaa ' hamma dandaʼame namoota hedduudhaaf lallabuuf carraaqqii guddaa godhaniiru .
Others may be assigned to another country if they make themselves available .
Kaanimmoo fedhii yoo qabaatan , biyya kan biraatti ramadamuu dandaʼu .
" When Jehovah became my Father , I finally had someone to whom I could express my inner feelings , " says Caroline .
Kaarolaayin , " Yihowaan abbaa yeroo naaf taʼetti , qaaman wanta natti dhagaʼamu itti himachuu dandaʼun argadhe .
In order to accomplish his loving purpose for mankind , he can become whatever he pleases , filling whatever role is needed .
Kaayyoosaa jaalalarratti hundaaʼeefi ilmaan namootaatiif qabu galmaan gaʼuuf , wanta barbaade hunda taʼuufi gaʼee barbaachisu hunda raawwachuu ni dandaʼa .
In his inspired letter to them , the apostle Paul wrote : " I thank my God always upon every remembrance of you in every supplication of mine for all of you , as I offer my supplication with joy , because of the contribution you have made to the good news from the first day until this moment . "
Kadhata koo keessattis guyyaa duraatii jalqabdanii hamma harʼaatti hojii wangeelaa keessaa waan qabaattaniif , Waaqayyoon nan galateeffadha . " Phaawulos , Liidiyaafi maatiinshee yeroo cuuphamanitti , inniifi namoonni isaa wajjin tajaajilan manashee akka buufatan cimsitee isaan kadhattee akka turte akka gaariitti yaada...
For everyone asking receives , and everyone seeking finds , and to everyone knocking it will be opened . " - Matt .
Kan kadhatu hundinuu in fudhata , kan barbaadus in argata , balbala kan rukutuufis in banama " jedheera . - Mat .
More important , it reveals truths that will benefit us during times of adversity .
Kana caalaattis , gorsa yeroo rakkinaatti nu gargaaru qabateera .
Doing so will fortify us to have the same determination as Paul , who wrote : " Since we have this ministry according to the mercy that was shown us , we do not give up . "
Kana gochuun keenya murtoo Phaawulos godhee wajjin wal fakkaatu gochuuf nu gargaara . Phaawulos , " Akkuma araara Waaqayyoo fudhannetti , hojii ergaa kanaa hojjechuudhaaf abdii hin kutannu " jechuudhaan barreesseera .
In this regard , the disciple James wrote : " Let [ such a person ] call the older men of the congregation to him , and let them pray over him , greasing him with oil in the name of Jehovah .
Kana ilaalchisee Yaaqoob akkas jechuudhaan barreesseera : " Inni [ namni akkasii ] jaarsolii waldaa kristiyaanaa haa waamsifatu ; isaan immoo maqaa gooftaatiin dibata dibanii kadhata haa godhaniif .
After all , " each of us will render an account for himself to God . "
Kana malees , " Nu keessaa hundumtinuu adda addaan waan godhe sababii isaa wajjin Waaqayyotti himuuf jira . "
Additionally , we appreciate the example set by the faithful anointed ones who took the lead during that time of testing and thereby served as the symbolic two witnesses .
Kana malees , dibamtoonni amanamoon yeroo rakkisaa taʼe sanatti saba Yihowaa geggeessuudhaan akka dhuga - baatota fakkeenyaan ibsaman lamaaniitti tajaajilan fakkeenya gaarii nuu taʼu .
What is more , each victory - large or small - will have at least two positive effects .
Kana malees , guddaas haataʼu xinnoo injifannoon argattu yoo xinnaate buʼaa gaarii lama siif argamsiisa .
In addition , it has opened up a completely new way to ' commit adultery in our heart . ' - Matt .
Kana malees , karaa haaraa namoonni ' garaasaaniitti ejja ' akka raawwatan godhu baneera . - Mat .
The board also thanked Jehovah 's Witnesses for their patient handling of a difficult situation .
Kana malees , koreen sun Dhugaa Baatonni Yihowaa haala rakkisaa sana keessatti obsa argisiisuusaaniitiin isaan galateeffate .
Further , Christ 's subjects follow his example by taking the initiative to do good to others . - Matthew 7 : 12 ; John 13 : 3 - 17 .
Kana malees , namoonni Kiristosiif bitaman warra kaaniif waan gaarii gochuuf dursa fudhachuudhaan fakkeenyasaa hordofu . - Maatewos 7 : 12 ; Yohannis 13 : 3 - 17 .
Additionally , about 100 million books and Bibles are printed each year .
Kana malees , waggaa waggaadhaan kitaabonniifi Macaafni Qulqulluun gara miliyoona 100 taʼan ni maxxanfamu .
In addition , when we see a bad situation developing , we do well to do what we can to defuse it .
Kana malees , wanti gaarii hin taane tokko uumamaa akka jiru yeroo argine , halli sun akka hin uumamne gochuuf tarkaanfii fudhachuu qabna .
Nausea can be another result , as during stress the brain triggers the ENS to change the gut 's normal contractions .
Kana malees , yeroo dhiphannutti sammuun keenya sirni narvii bullaaʼiinsa nyaataa toʼatu akkaataa marʼimaan keenya itti shuntuuru akka jijjiiru waan taasisuuf , ol ol nu jechuu dandaʼa .
They put faith in Jehovah and seek to do his will , thus taking refuge in his name . - 1 / 15 , pages 5 - 6 .
Kanaa mannaa , Yihowaatti amanamuufi fedhasaa raawwachuudhaan maqaasaatti kooluu galu .
Rather , it simply means that to find the treasures , we must put forth strenuous effort , and our attention must be directed to Jesus Christ .
Kanaa mannaa , badhaadhummaa kana argachuuf , carraaqqii cimaa gochuufi Yesus Kiristosirratti xiyyeeffachuu qabna jechuudha .
The reverse was true - they were happy because they were able to give .
Kanaa mannaa , gammadoo kan taʼan kennuu waan dandaʼaniif ture .
On the contrary , he gives wisdom " generously to all " and gives " power beyond what is normal " to help us deal with our anxieties . - James 1 : 5 , 13 ; 2 Corinthians 4 : 7 .
Kanaa mannaa , inni " nama hundumaaf harka guutee " ogummaa ni kenna ; akkasumas yaaddoowwan keenya akka moonu nu gargaaruuf , ' humna humna gararraa ' nuu kenna . - Yaaqoob 1 : 5 , 13 ; 2 Qorontos 4 : 7 .
Rather , we should accept hospitality with genuine appreciation for whatever our hosts have to offer .
Kanaa mannaa , namoonni nu keessummeessan maal iyyuu yoo nuuf dhiheessan garaadhaa dinqisiifannee fudhachuu qabna .
As such , they would stand out as different by their Christian conduct and by their preaching " this good news of the Kingdom . . . for a witness to all the nations . "
Kanaaf , amala Kiristiyaanummaa argisiisuudhaan , akkasumas ' saba hundumaatti wangeela mootummichaa ' lallabuudhaan adda baʼanii beekamuu qabu .
If past wrongs trouble you , rectify them to the extent that you can and then believe Jehovah 's assurance that he has forgiven you ! - Ps .
Kanaaf , dogoggorri kanaan dura raawwanne kan nu jeequ yoo taʼe , hamma nuu dandaʼame sirreessuuf haa yaallu ; akkasumas waadaa Yihowaan dhiifama akka nuu godhu kennetti haa amanamnu . - Far .
So I learned to read English in order to study a number of our books .
Kanaaf , kitaabota hedduu qayyabachuuf jecha Ingiliffa dubbisuun baradhe .
Hence , were we to base our decisions solely on what we feel is good and reasonable , we might be deceiving ourselves , no matter how much we ponder the decision before us . - Prov .
Kanaaf , murtoo gochuuf jirrurratti hamma fedhe yoo yaanneyyuu , of gowwoomsuudhaan wanta gaariifi sababa qabeessa akka ta 'e yaannurratti hundoofnee murteessaa turre . - Fak .
He therefore gave clear instructions on how Jehovah 's Witnesses should handle his funeral .
Kanaaf , sirna awwaalasaa geggeessuu kan qaban Dhugaa Baatota Yihowaa akka taʼan dubbate .
Thus , even in our dress and grooming , we can show that we want to ' walk in modesty with our God . ' - Mic .
Kanaaf , uffannaa keenyaa fi akkaataa itti of miidhagsinuun illee , ' gad of deebisnee Waaqayyo keenyaa wajjin deddeebiʼuu ' akka barbaannu argisiisuu dandeenya . - Mik .
Therefore , if you have a basic knowledge of Jehovah and his purposes , a sincere desire to do his will , and a good reputation in the congregation and you are faithfully attending meetings and sharing in preaching the good news of the Kingdom , why would you put off getting baptized ? - Matthew 28 : 19 , 20 .
Kanaaf , waa 'ee Yihowaafi kaayyoosaa beekumsa bu 'uuraa kan qabdu , fedhiisaa raawwachuu kan barbaaddu , gumii keessatti maqaa gaarii kan qabdu , yeroo hundumaa walga 'iiwwan gumiirratti kan argamtuufi hojii misiraachoo Mootummichaa lallabuurratti hirmaachaa kan jirtu taanaan , maaliif hin cuuphamtu ? - Maatewos 28 : ...
By all means , then , let us accept the loving and consoling expressions of fellow Christians , apply the kind counsel and faith - strengthening reminders heard at Christian meetings , and pour out our heart to Jehovah in prayer .
Kanaaf , yaada Kiristiyaanonni hidhata amantii keenya taʼan nu jajjabeessuuf jaalalaan kakaʼanii nuu kennan haa fudhannu ; gorsa gaariifi barumsa amantii namaa jabeessu isa walgaʼiiwwan Kiristiyaanaarratti argannu hojiirra haa oolchinu ; akkasumas wanta nutti dhagaʼamu hundumaa kadhannaadhaan Yihowaatti haa himannu .
So after the conventions , we had convention reviews in our backyard for the benefit of those who had not been able to attend .
Kanaaf walga 'ii koonyaa booda , qe 'ee keenyatti warra walga 'ii koonyaarratti argamuu hin dandeenyeef barumsichi irra deebi 'ama ture .
So on April 29 , 1999 , the Justice Ministry renewed the national registration of Jehovah 's Witnesses .
Kanaafuu , Ebla 29 , 1999 Ministeerri Haqaa , Dhugaa Baatota Yihowaa akka haaraatti galmeesse .
So to remain spiritually watchful , we too must stay alert in prayer . - 1 Pet . 4 : 7 , ftn .
Kanaafuu , karaa hafuuraa dammaqinaan eeguu yoo barbaadne , nutis kadhannaadhaan dammaqoo taʼuu qabna - 1 Phe .
Thus , as time went on , I became less ambitious .
Kanaafuu , yeroon darbaa yeroo deemu hawwiin bakka guddaa gaʼuuf qabu hirʼachaa dhufe .
So when preparing meals , I have learned to be resourceful . "
Kanaafuu , yommuun nyaata qopheessu malaan fayyadamuu baradheera . "
Thus , they could approach God as freely as a child approaches his father .
Kanaafuu akkuma mucaan tokko sodaa malee abbaasaa haasofsiisuu danda 'u , Waaqayyoon haasofsiisuu danda 'u turan .
Rather than risking that outcome , we might forgo the opportunity to conduct a study .
Kanaan kan ka 'es , carraa qayyabannaa geggeessuuf arganne of jalaa dabarsuu dandeenya .
As a result , the prophet was saved " from the paw of the lions . " - Dan .
Kanaan kan kaʼes Waaqayyo " harka leencotaa keessaa " isa oolcheera . - Dan .
We thereby follow the example of the faithful servants of Jehovah described at Psalm 99 : 1 - 3 , 5 .
Karaa kanaan fakkeenya tajaajiltoota Yihowaa amanamoo taʼanii fi Faarfannaa 99 : 1 - 3 , 5 irratti caqasamanii hordofna .
One way that parents can do this is by making the most of opportunities for their children to associate with those who are in the full - time service .
Karaa warri kana itti godhan keessaa inni tokko , hanga danda 'ametti ijoolleensaanii obboloota tajaajila yeroo guutuurratti hirmaatanii wajjin hiriyoota akka ta 'an gochuudha .
While finding such a gift may not always be possible , keeping in mind certain factors would likely increase the chances for success .
Kennaa akkasii argachuun kan dandaʼamu yeroo hunda taʼu baatus , wantoota tokko tokko sammuutti qabachuun carraan kennaa gaarii argachuuf goonu akka dabalu godha .
How important it was that Christine never gave up hope !
Kiristiin abdii kutachuu dhiisuunshee buʼaa guddaa argamsiiseera !