eng stringlengths 2 554 | orm stringlengths 3 691 |
|---|---|
In the Sermon on the Mount , Jesus made a powerful statement regarding sexual morality - surely a point integrity keepers need to keep in mind . - Read Matthew 5 : 27 , 28 . | Yesus Lallabasaa Isa Gaararraatti , saala faallaa wajjin haala wal qabateen gorsa cimaa namoonni amanamummaasaanii eeganii jiraachuu barbaadan yaadatti qabachuu qaban kenneera . - Maatewos 5 : 27 , 28 dubbisi . |
" Among those born of women , " Jesus said , " there has not been raised up a greater than John the Baptist ; but a person that is a lesser one in the kingdom of the heavens is greater than he is . " - Matthew 11 : 11 . | Yesus akkas jedheera : " Nama taʼee lafa irratti kan dhalate keessaa , Yohannis cuuphaa irra kan caalu takkaa hin kaane ; garuu mootummaa waaqaatti inni hundumaa irra xinnaatu iyyuu isa irra in caala . " - Maatewos 11 : 11 . |
Jesus did not say that we should go to our brother just to convince him that we are right and he is wrong . | Yesus gara obboleessa keenyaa dhaquu kan qabnu , nuyi sirrii akka taaneefi innimmoo akka dogoggore isa amansiisuuf akka ta 'e hin dubbanne . |
The Jews charged Jesus with blasphemy . | Yesus garuu cubbamaas ta 'e arrabsituu hin turre . |
If you do not feel the same love for God and the truth that you once felt , this is not because anything has changed on his part . | Yesus gorsa akkamii kenneera ? Jaalalli Yihowaadhaafis ta 'e dhugaadhaaf qabdu akka qabbanaa 'e yoo sitti dhaga 'ame , akkas kan sitti dhaga 'ame Yihowaan waan jijjiirameef miti . |
" Do not be afraid of the things you are about to suffer , " Jesus told the congregation in Smyrna . | Yesus gumii Simiirnaatiin akkas jedheera : " Dhiphina isa sitti dhufuuf jiru hin sodaatin ! |
How did Jesus show courage on the final day of his earthly life ? | Yesus guyyaa itti ajjeefametti ija jabina kan argisiise akkamitti ? |
It was when Jesus was hungry after fasting for many days . | Yesus guyyoota hedduudhaaf soomee erga beela 'ee booda ture . |
In carrying out his God - given assignment , Jesus reflected his Father 's magnificent qualities . | Yesus hojii Waaqayyo isaa kenne yommuu raawwatu amalawwan Abbaasaa warra dinqisiisaa taʼan argisiiseera . |
Jesus exercised insight and looked for the good in Nathanael . | Yesus hubannaa waan qabuuf waan gaarii garaa Naataanaaʼel keessa jiru argeera . |
Christ 's deep interest in the flock is reflected in the letters to the elders of the seven congregations in Asia Minor . | Yesus karra hoolotaatiif akka yaadu , xalayaa gumiiwwan Asiyaa Ishee Xinnoo keessatti argaman torbaaf barreeffamerraa hubachuun ni danda 'ama . |
In his discussion with his disciples on this occasion , Jesus compared death to a sleeplike state . | Yesus maree dhimma kanarratti duuka buutotasaa wajjin godherratti du 'a hirribaa wajjin wal fakkeesseera . |
Though nearly 2,000 years have passed since Jesus said that the good news would be preached , the zeal that God 's people have for the work has not diminished . | Yesus misiraachoon kun akka lallabamu kan dubbate waggoota 2,000 dura yoo ta 'ellee , ammayyuu hinaaffaan sabni Waaqayyoo hojicha raawwachuuf qaban hin qabbanoofne . |
Jesus made this promise to his anointed brothers : " To the one who conquers and observes my deeds down to the end , I will give authority over the nations , and he will shepherd the people with an iron rod so that they will be broken to pieces like clay vessels , just as I have received from my Father . " | Yesus obbolootasaa warra dibamtoota taʼaniif abdii akkas jedhu kennee ture : " Nama moʼuuf , isa hojii koo hamma dhumaatti eeggatee hojjetuufis , saba hin amanne baayʼee irratti aboo nan kennaaf . Inni siiqqee sibiilaatiin saba sana in tiksa , akka qodaa suphees isaan in hurreessa . " |
Starting with the words recorded at Matthew 24 : 29 , Jesus focused primarily on events that would happen in our day . | Yesus yaada Maatewos 24 : 29rra jiruu kaasee , keessumaa wantoota bara keenyatti raawwatamanirratti xiyyeeffateera . |
When Jesus was immersed in the Jordan , he was baptized with water . | Yesus yommuu bishaan Yordaanos keessa lixe bishaaniin cuuphame . |
Jesus and his disciples had been traveling all morning through the hilly country of Samaria . | Yesusiifi bartoonnisaa ganamaa kaasanii Samaariyaa ishee tulluu hedduu qabdu keessa deemaa oolan . |
Jesus had this in mind when he taught : " When you spread a feast , invite the poor , the crippled , the lame , the blind ; and you will be happy , because they have nothing with which to repay you . " | Yesuus akkana jedhee kan barsiise kana yaadatti qabachuudhaan ture : " Yommuu afeerrii qopheessitu , hiyyeeyyii , warra qaamni isaanii hirʼate , warra naafatanii fi warra qaro dhabeeyyii taʼan waami ; isaan gatii sii deebisuu waan hin dandeenyeef , gammachuu argatta . Yeroo duʼaa kaʼuu qajeelotaatti gatiin kee sii deeb... |
Jehovah - Our Provider and Protector | Yihowaa - Waaqa Wanta Nu Barbaachisu Nuu Qopheessuufi Nu Eegu |
Jehovah is " rich in mercy . " - Ephesians 2 : 4 . | Yihowaan ' araarrisaa baay 'eedha . ' - Efesoon 2 : 4 . |
Jehovah performed the first marriage by creating Adam and Eve and bringing them together . | Yihowaan Addaamii fi Hewwaaniin erga uumee booda walitti isaan fiduudhaan gaaʼela isa jalqabaa hundeesseera . |
However , Jehovah 's blessing on David made Saul jealous , and he grew to hate David . | Yihowaan Daawit , Goliyaad isa goota Filisxeemotaa akka injifatuufi dandeettii waraanarratti qabuun Israa 'el keessatti ulfina akka qabaatu gargaareera . |
Jehovah Guides Our Global Teaching Work | Yihowaan Hojii Barsiisuu Addunyaa Mara Irratti Raawwannu Geggeessaa Jira |
Why does Jehovah stress obedience more than sacrifices ? | Yihowaan aarsaa dhiheessuu caalaa abboomamuu irra deddeebi 'ee kan ibse maaliifi ? |
How does Jehovah display those beautiful qualities ? | Yihowaan amalawwan gaggaarii kana kan argisiise akkamitti ? |
Jehovah wants the wicked to be warned about the consequences of their course . - Ezek . | Yihowaan hamoonni wanta gochi isaanii isaan irratti geessisu ilaalchisee akeekkachiisa akka argatan barbaada . - His . |
Jehovah dignifies us with the opportunity to support the grand work taking place today . | Yihowaan hojii guddaa yeroo harʼaa hojjetamaa jiru deggaruuf carraa nuu kennuudhaan nu kabajeera . |
Jehovah God loves and cares for humans . | Yihowaan ilmaan namootaa ni jaallata , isaaniifis ni yaada . |
Why does Jehovah not always answer our prayers immediately ? | Yihowaan kadhannaa keenya hundaaf battalumatti deebii kennuu dhiisuu kan dandaʼu maaliifi ? |
Jehovah certainly does this . | Yihowaan kana gochuu akka dandaʼu beekamaadha . |
Through Isaiah , Jehovah told his people Israel : " Your dead ones will live . A corpse of mine [ " my killed ones , " ftn . ] - they will rise up . Awake and cry out joyfully , you residents in the dust ! | Yihowaan karaa Isaayaas saba Israa 'eliin akkas jedheera : " Warri kan keetii garuu in jiraatu , reeffi isaaniis du 'aa in ka 'a ; isin warri awwaala keessa ciiftan , ka 'aa , gammadaa faarfadhaa ! |
Do we look appreciatively at the way Jehovah has blessed the Kingdom work in our neighborhood ? - Psalm 68 : 11 . | Yihowaan naannoo keenyatti hojii Mootummaa kana eebbisuusaa ni dinqisiifannaa ? - Faarfannaa 68 : 11 . |
Jehovah used Jesus to deliver His message to humans on earth . - John 7 : 16 , 17 . | Yihowaan namoota lafarratti argamaniif ergaasaa dabarsuuf Yesusitti fayyadameera . - Yohannis 7 : 16 , 17 . |
Jehovah provided abundantly for those who gave themselves to his service . | Yihowaan namoota tajaajilasaatiif of kennaniif wanta jireenyaaf isaan barbaachisu baayʼinaan kenna . |
Jehovah told Daniel that the goat symbolized Greece and the large horn depicted one of its kings . | Yihowaan reʼichi Giriikiin , gaanfi guddaan sunimmoo mootiisaa keessaa isa tokko akka argisiisu Daaniʼelitti himeera . |
Jehovah has always organized his servants . | Yihowaan yeroo hunda tajaajiltootasaa ni qindeessa . |
By postponing the asserting of his sovereignty , Jehovah has allowed Satan time to prove his claim . | Yihowaan yeroo olaantummaasaa itti mirkaneessu yeroo kan biraatti dabarsuudhaan , Seexanni wanti inni dubbate dhugaa taʼuuf dhiisuusaa akka mirkaneessu yeroo isaaf heyyameera . |
To help the many Jews who by then spoke Greek rather than Hebrew to stay close to their " holy writings . " - 2 Timothy 3 : 15 . | Yihudoota hedduu yeroo sanatti Afaan Ibrootaa utuu hin taʼin Afaan Giriikii dubbatanii fi " Kitaabota Qulqulluu " isaanii akka hin irraanfanne gargaaruudhaaf ture . - 2 Ximotewos 3 : 15 . |
John opens his second letter by saying : " The older man to the chosen lady and to her children . " | Yohannis ergaasaa isa lammaffaa , " Ana isa maanguddicha biraa , haa ga 'u gara haadha warraa ishee fo 'atamtee fi gara ijoollee ishee " jedhuun jalqaba . |
From your study of the Bible , you very likely now know that your life should be focused on praising Jehovah , not on merely pleasing yourself or acquiring material possessions . | Yommuu Macaafa Qulqulluu qayyabattu , jireenyikee qabeenya argachuufi of gammachiisuurratti utuu hin ta 'in , Yihowaa jajachuurratti xiyyeeffachuu akka qabu utuu hin hubatin hin ooltu . |
Or perhaps you ponder the satisfaction you will feel as you work with others to tend to the earth and help transform it into a global park . | Yookiin , lafa kunuunsuufi gara jannataatti jijjiiruuf warra kaan wajjin hojjechuudhaan gammachuu yeroo sana argatturratti yaadda ta 'a . |
Or he may see to it that a corrupt or antagonistic official is unexpectedly replaced by a more reasonable one . | Yookiin bulchaan sirriitti hin hojjenneefi amantii dhugaa jibbu utuu hin yaadamin nama gaariidhaan akka bakka buufamu gochuu danda 'a . |
[ Picture on page 31 ] | [ Picture on page 11 ] |
[ Box on page 31 ] | [ Picture on page 31 ] |
Without hesitation , Esau gave up his birthright . | isaan jedhe . |
The fact is , anything that affects our relationship with God or our life as one of his servants is a proper subject of prayer . | jechuudhaan deebii nuu kenna . Wanta hariiroo isaa wajjin qabnu nu jalaa tuqus ta 'e , wanta jireenya keenya keessatti nu mudatu kamiyyuu ilaalchisee kadhannaa dhiheessuu ni dandeenya . |
We all stood up . | jedhe . |
he asked . | jedhee gaafate . |
asks James . | jedhee gaafatee ture . |
Yes , pray earnestly for Jehovah God to show you how to ' count your days ' wisely so that you can use the remaining days with your loved one in the best possible way . | jedhee kadhateera . ( Faarfannaa 90 : 12 ) Eeyyee , nama jaallattu sanaa wajjin guyyoota hafan akka gaariitti dabarsuuf , Yihowaan ' guyyoota jireenya kee ' ogummaadhaan ' lakkaaʼuu ' akka si barsiisuuf garaadhaa isa kadhadhu . |
POPULATION | utuu kennanii |
No resident will say : ' I am sick . ' | Namni tokko illee , ' Na dhukkuba ' kan jedhu hin jiru . |
She says , " I had so many studies - as many as 12 at one time - that I had to put some on a waiting list ! " | Qayyabattoota hedduu , jechuunis 12 ta 'an waanan qabuuf isaan keessaa tokko tokko dabaree akka eeggatan gochuun na barbaachiseera ! |
GOD is love . | WAAQAYYO jaalala . |
IF YOU were to somehow find out that your parents were going to die tomorrow , what would you most want to tell them today ? | WARRIKEE bor akka duʼan utuu beektee , harʼa hunda caalaa maal isaanitti himuu barbaadda ? |
" The discipline of Jehovah , O my son , do not reject , " says Solomon , " and do not abhor his reproof , because the one whom Jehovah loves he reproves , even as a father does a son in whom he finds pleasure . " | Yaa ilma ko , adaba Waaqayyoo hin tuffatin , ifata isaas hin jibbin ! Abbaan ilma isaa isa jaallatu akkuma adabu , Waaqayyo nama jaallatu in adaba . |
" Well , if I am a man of God , " he said , " let fire come down from the heavens and eat up you and your fifty . " | Yoo ani nama Waaqayyoo taʼeef , ibiddi waaqa irraa gad buʼee , sii fi loltoota kee shantamman xaph haa godhu ! |
" You young men and young women , . . . praise the name of Jehovah . " - PS . | " Dargaggoonni , durboonnis . . . maqaa Waaqayyoo haa jajatan ! " - FAR . |
" Be swift about hearing , slow about speaking , slow about wrath . " - James 1 : 19 . | " Dhagaʼuutti ariifataa , dubbachuutti suuta jedhaa , dheekkamuuttis suuta jedhaa [ taʼaa ] . " - Yaaqoob 1 : 19 . |
How will we act if we are " living by spirit " ? | " Jireenya hafuuraatti yoo jiraanne " namoota akkamii taana ? |
" The things you heard from me . . . , entrust to faithful men . " - 2 TIM . | " Waan ana irraa dhageesse , namoota amanamoo . . . taʼanitti hadaraa kenni ! " - 2 XIM . |
Jehovah , please help Daddy stop smoking . | " Yihowaa , maaloo Abbayyeen tamboo xuuxuu akka dhaabu isa gargaari " jennee kadhanne jedhaniin . |
" Be courageous and strong . . . . Jehovah your God is with you . " - JOSH . | ' Ani Waaqnikee Yihowaan sii wajjin jiraatii cimi , ija jabaadhu . ' - IYA . |
God 's " tender mercies " move him to act . | ' Araarri ' Waaqayyoo tarkaanfii akka fudhatuuf isa kakaasa . |
And " the work of his hands " - what Jehovah created by means of his holy spirit - brings him great glory . | ' Hojiin harkasaa ' jechuunis wanti Yihowaan hafuura qulqulluutti fayyadamee uume ulfina guddaa isaaf argamsiisa . |
Jehovah 's Slave Girl ! " | ' Kan Guddisu Waaqayyodha ! ' |
How will God 's " indescribable free gift " motivate you ? | ' Kennaan Waaqayyoo inni hammas hin jedhamne ' maal akka gootu si kakaasa ? |
" I Saw , but I Could Not Understand " ( O . Hamel ) , 3 / 1 | ' Namoota Kan Biraa Torbaa Wajjin Ooleera ' ( Nohi ) , 10 / 1 |
The Endurance of Job | ' Obsa Iyoob Argisiise ' |
By " putting up with one another in love , earnestly endeavoring to maintain the oneness of the spirit in the uniting bond of peace , " we can freely forgive those who may not be aware that they offended us . | ' Obsaa fi jaalalaan waliif dandeenye jiraachuudhaan , akkasumas hidhaa nagaa isa tokko godhuun tokkummaa hafuuraa eeguuf carraaqqii cimaa gochuudhaan ' namoota akka nu mufachiisan hin beekneef tola dhiifama gochuu dandeenya . |
Search for what is good , and not what is bad . . . | ' Wanta gaarii barbaadaa malee , wanta hamaa gochuu hin barbaadinaa ! |
On " the day of [ God 's ] warring " against his enemies , what will be the situation of those outside the valley ? | ' Yeroo Waaqayyo diinotasaa lolu , ' namoonni dachaa sanaa ala jiran maal taʼu ? |
( " What makes you feel that way ? " | ( " Akkas kan sitti dhagaʼame maaliifi ? " |
( Read 2 Peter 1 : 5 - 8 . ) | ( 2 Pheexiros 1 : 5 - 8 dubbisi . ) |
( Read 2 Samuel 15 : 23 - 25 . ) | ( 2 Saamuʼel 15 : 23 - 25 dubbisi . ) |
Take , for example , the way Jehovah saved his people at the Red Sea when they were being pursued by Pharaoh 's mighty army . | ( 2 Sen . 20 : 20 , 29 ) Fakkeenyaaf , wanta Yihowaan Galaana Diimaatti saboota isaa loltoota Faraʼooniin ariʼamaa turan oolchuuf godhe yaadaa . ( Bau . 14 : 21 - 30 ; Far . |
WHEN Flavia was a young girl , her grandmother , who was one of Jehovah 's Witnesses , spoke to her about the Bible . | ( Amaariffa ) FILAAVIYAAN waaʼee Macaafa Qulqulluu kan baratte yeroo ijoollee turtetti , akkooshee ishee Dhugaa Baatuu Yihowaa taaterraa ture . |
[ Box / Pictures on page 26 ] | ( Amaariffa ) [ Box / Picture on page 26 ] |
Today , it is so important that we follow the guidance that comes to us through " the faithful and discreet slave " ! | ( Ba 'uu 13 : 18 ) Nuyis yeroo har 'aatti , qajeelfama " hojjetaan amanamaa fi ogeessi " nuuf kennu hordofuun keenya barbaachisaadha ! |
The Law covenant made with fleshly Israel disclosed Jehovah 's purpose to have " a kingdom of priests . " | ( Ba 'uu 19 : 5 , 6 ) Kakuun inni Daawitii wajjin gale Sanyiin kun mootummaa tokkorratti bara baraaf mataa akka ta 'u kan argisiisu ture . |
( Read Jeremiah 8 : 21 ; 9 : 1 . ) | ( Ermiyaas 8 : 21 ; 9 : 1 dubbisi . ) |
All the causes of pain and suffering that have plagued mankind will be undone . | ( Faarfannaa 37 : 11 , 29 ) Wantoonni rakkinaaf sababa ta 'an hundi ni balleeffamu . |
Note that there is nothing wrong with feeling agitated . | ( Faarfannaa 4 : 4 , hiika bara 1899 ) Aariin namatti dhagaʼamuun isaa dogoggora akka hin taane hubadhu . |
Spiritually - minded associates will have a positive influence on you , moving you to imitate their course of life marked by self - control . | ( Fak . 13 : 20 ) Michoonni ilaalcha hafuuraa qaban dhiibbaa gaarii si irratti geessisuudhaan , akkaataa jireenyaa isaanii isa amala of toʼachuudhaan beekamu akka hordoftu si kakaasu . |
And remind yourself of the painful consequences of joining others in bad behavior . | ( Fak . 22 : 3 ) Akkasumas miidhaa guddaa namoota amala gadhee qabanitti michoomuun geessisu of yaadachiisi . |
( Read Proverbs 23 : 20 ; Titus 2 : 2 , 3 . ) | ( Fakkeenya 23 : 20fi Tiitoos 2 : 2 , 3 dubbisi . ) |
Others imagine that God is not interested in us humans , so there is no point in our being interested in him . | ( Far . 53 : 1 ) Kaanimmoo Waaqayyo waaʼee namootaa waan hin yaanneef , waaʼeesaa yaaduun nu hin barbaachisu jedhu . |
For example , when someone on the job or at school flirts with us , do we see this as an opportunity to " take pleasure in [ Jehovah 's ] ways " by rejecting such advances ? | ( Far . 61 : 8 ) Fakkeenyaaf bakka hojiitti ykn mana barumsaatti namni tokko yoo nu kolomse dhiibbaa sana irraa fagaachuudhaan haala kana carraa ' karaa Yihowaatti akka gammannu ' itti argisiisnu goonee ilaallaa ? |
This indicates that those to whom the bones belonged had been dead for a very long time . | ( His . 37 : 2 , 11 ) Kun , namoonni kun erga duʼanii yeroo dheeraan akka darbe argisiisa . |
( Read Ezekiel 38 : 23 . ) | ( Hisqi 'el 38 : 23 dubbisi . ) |
( Read Hebrews 12 : 5 - 11 . ) | ( Ibroota 12 : 5 - 11 dubbisi . ) |
Despite the disease that still plagued him , Job rejoiced that this adjustment in his thinking had drawn him closer to God . | ( Iyoob 42 : 3 , 6 ) Iyoob dhibee fayyaatiin yoo rakkateyyuu , gorsi kennameef kun Yihowaatti akka dhihaatu waan isa gargaareef gammadeera . |
When Jesus was 12 years old , his whole family may have made the trip to Jerusalem for the Passover . | ( Keessa Deebii 16 : 16 ) Yesus yommuu mucaa waggaa 12 turetti , maatiinsaa ayyaana Faasikaa kabajuuf gara Yerusaalem dhaqanii turan . |
When they serve on judicial committees , they must carefully determine whether a Christian guilty of serious sin is repentant . | ( Kes . 13 : 12 - 14 ) Jaarsoliin koree murtii keessa galanii yommuu tajaajilan , Kiristiyaanni cubbuu cimaa raawwate tokko yaada geddarachuu fi dhiisuu isaa akka gaariitti hubachuu qabu . |
But not every pastime is beneficial , relaxing , or refreshing ; nor is it good to engage in recreation too much or too often . | ( Lal . 3 : 4 ) Haa taʼu malee , kan nu fayyadan , kan nu gammachiisanii fi miira keenya kan nuu haaromsan bashannanawwan hunda miti ; bashannana baayʼisuunis taʼe yeroo dheeraa irratti dabarsuun gaarii miti . |
Although on our own we are unable to satisfy that desire , the ransom makes it possible for us to do so . | ( Lallaba 3 : 11 ) Fedhii keenya kana ofii keenyaan guutuu kan hin dandeenye taʼu illee , furichi fedhii keenya kana akka guuttannu nu dandeessisa . |
( Read Mark 7 : 20 - 23 . ) | ( Maarqos 7 : 20 - 23 dubbisi . ) |
Recall the account of the needy widow whom Jesus observed at the temple in Jerusalem . | ( Miikiyaas 6 : 6 - 8 ) Seenaa haadha hiyyeessaa Yesus mana qulqullummaa Yerusaalem utuu jiruu argee mee yaadadhu . |
On another occasion , he expressed his concern over who would be saved when God rendered judgment against the wicked in Sodom and Gomorrah . | ( Uumama 15 : 2 , 3 ; 17 : 18 ) Yeroo biraammoo , Waaqayyo namoota jal 'aa Sodoomiifi Gomoraa keessa turan yommuu balleessu badiisa sanaarraa kan oolu eenyu akka ta 'e kan isa yaaddesse ta 'uusaa argisiiseera . |
( a ) Why might it be dangerous to follow other travelers when we are unsure about which way to go ? | ( a ) Karaa kam akka deemnu yommuu wallaallutti , kara deemtota kaan duukaa buʼuun balaa kan qabu maaliifi ? |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.