eng
stringlengths
2
554
orm
stringlengths
3
691
Why did you start doubting the church ?
Amanticha shakkuu kan jalqabde maaliifi ?
Would you like to have faith like David 's ?
Amantii akka Daawit qabaachuu ni barbaaddaa ?
God 's spirit is needed to produce strong faith .
Amantii cimaa qabaachuuf hafuurri Waaqayyoo barbaachisaa dha .
How can lack of faith lead to wrong conduct ?
Amantii dhabuun gocha dogoggora taʼe raawwachuutti geessuu kan dandaʼu akkamitti ?
What is needed from Jehovah to build faith ?
Amantii keenya cimsuuf Yihowaa irraa maal argachuutu nu barbaachisa ?
Jehovah 's name is magnified when we make a defense of our faith
Amantii keenyaaf yeroo falminu maqaan Yihowaa akka kabajamu godha
Why is faith a precious possession ?
Amantiin qabeenya gati jabeessa kan taʼe maaliifi ?
Sisera was now vulnerable to Jael 's decisive act of courage to put him to death .
Amma Siseraan Yaaʼel ishii ija jabinaan tarkaanfii isa irratti fudhachuudhaan isa ajjeeste harka galeera . ( Abo .
So I turned in my application , and within a few months , on December 1 , 1946 , I went to Bethel .
Anis foormii naaf kenname guutee kanan deebise yommuu taʼu , jiʼoota muraasa gidduutti , jechuunis Muddee 1 , 1946 Betʼelittan waamame .
This reconciliation enables us to be at peace with Jehovah .
Araarri kun Yihowaa wajjin nagaa qabaachuuf nu dandeessiseera .
We find here a picture of food rationing so severe that a quart ( 1.08 L ) of wheat would cost one denarius , a whole day 's wage in the first century !
As irratti hanqinni nyaataa waan uumameef qamadiin kiiloo tokko dinaaree tokkoon akka gurguramu kan ibsame siʼa taʼu , jaarraa jalqabaatti dinaareen tokko miindaa guyyaa tokkoo ture !
' But I was , ' you tell yourself .
Ati garuu akka ishee dhaggeeffachaa turte sitti dhagaʼama .
But you are the same , and your own years will not be completed . " - Psalm 102 : 25 - 27 .
Ati garuu isuma sana , waggoonni kees dhuma hin qaban . " - Faarfannaa 102 : 25 - 27 .
Will you be a part of this future ?
Atoo namoota wanta gaarii argatan keessaa tokko ni taataa ?
When Eugenio saw that such a large group of my relatives had an interest in the Bible , he arranged to give personal attention to each family .
Awukaaniyoon firoottankoo hedduun Macaafa Qulqulluu qayyabachuuf fedhii akka qaban yommuu argu , tokkoo tokkoon maatichaa dhuunfaatti qayyabsiisuuf qophii godhe .
The festival gave them ample opportunity to reflect on Jehovah 's fatherly care .
Ayyaanichi Yihowaan akka abbaa ta 'ee akka isaan kunuunse kan isaan yaadachiisu ture .
LANDS AND PEOPLES
BIYYOOTAAFI UUMMATA
Barzillai the Gileadite is a fine example in this regard .
Baarzilaayi Giil 'aadichi karaa kanaan fakkeenya gaarii ta 'a .
To me , it was a daunting prospect , so I heaved a huge sigh of relief when I was transferred to another congregation just before I was scheduled to deliver it .
Baay 'ee sodaadhee waanan tureef , haasicha dhiheessuukoo dura gara gumii kan biraatti yommuun jijjiiramu gammachuu guddaatu natti dhaga 'ame .
How happy I was to learn that he had become an unbaptized publisher !
Babalʼisaa hin cuuphamne taʼuu isaa yeroon dhagaʼu baayʼeen gammade !
To say that all the treasures of wisdom and of knowledge are " concealed in " Christ does not mean that they are locked away , out of the reach of anyone .
Badhaadhummaan ogummaafi beekumsaa Kiristos " keessa dhokfamee " jira jechuun , eenyuyyuu bira ga 'uu akka hin dandeenyetti itti cufameera jechuu miti .
As to how to find refuge , we can look for the answer in the history of God 's ancient people .
Bakka itti kooluu gallu akkamitti argachuu akka dandeenyu ilaalchisee , deebii argachuuf seenaa saba Waaqayyoo durii ilaaluu dandeenya .
Did she wonder what she was doing there ?
Bakka sanatti kan argamte kaayyoo maaliitiif akka taʼe hubachuun ishii rakkisee turee ?
After an accident on a waterslide , he became permanently confined to a wheelchair .
Balaa utuma bishaan irra sigiggee taphatuu isa irra gaʼeen kan kaʼe umurii guutuu wiilchariitti fayyadamuuf dirqame .
When you open that door and consider some of its detailed prophecies and their fulfillment , you will find evidence that God exists .
Balbala kana banuudhaan raajiiwwaniifi raawwiisaanii tokko tokko gad fageenyaan yommuu qortu , ragaa Waaqayyo akka jiru mulʼisu argatta .
During one session in 1958 , Yankee Stadium and the Polo Grounds were packed with 253,922 from 123 lands .
Bara 1958 walgaʼii Istaadiyomii Yaankii , akkasumas Pooloo Giraawundis jedhamanitti godhame tokkorratti namoonni 253,922 taʼaniifi biyyoota 123 keessaa dhufan argamanii turan .
In Nehemiah 's day , Israelite men were marrying foreign women .
Bara Nahimiyaatti Israa 'eloonni dubartoota biyya ormaa fuudhanii turan .
With everlasting life in view , we will surely see and understand ever more facets of God 's love .
Barabaraaf yeroo jiraannu sanatti , bifawwan jaalala Waaqayyoo dabalataa caalaatti ilaalaafi hubachaa adeemna .
What challenge do some Bible students face , and how can we assist them ?
Barattoonni Macaafa Qulqulluu tokko tokko qorumsa akkamiitu isaan mudata ?
Mingling with fellow students from 16 different countries broadened my view .
Barattoota biyyoota 16 keessaa dhufanii wajjin walitti makamuun keenya ilaalchakoo naaf balʼiseera .
As you seek it , strive to remain humble and strong in faith . - w16.08 , pp .
Barbaaduu keessan yommuu itti fuftan , kan gad of qabdanii fi amantii cimaa kan qabdan taatanii jiraachuuf carraaqxu . - w16.08 ful .
What are some tools that " the faithful and discreet slave " has provided in order to help people understand why Jehovah God permits suffering ?
Barreeffamoonni " hojjetaan amanamaanii fi ogeessi " namoonni Yihowaan rakkinni akka jiraatu kan heyyame maaliif akka ta 'e akka hubatan gargaaruuf qopheesse tokko tokko kamfa 'i ?
" Do not cast me off in my old age ; do not abandon me when my strength fails , " the inspired writer of Psalm 71 : 9 implored God .
Barreessaan Faarfannaa 71 : 9 , " Bara dullumaatti ana hin gatin , yeroo humni koo dhumus ana hin dhiisin ! " jechuudhaan Waaqayyoon kadhateera .
Judaism focuses more on the present life than on the afterlife , says Rabbi Bentzion Kravitz .
Barsiisaan Yihudii Beentizoon Kiraaviitis jedhaman amantiin Yihudii jireenya duʼa booda jiru irratti utuu hin taʼin , jireenya isa ammaa irratti caalaatti akka xiyyeeffatu dubbataniiru .
Many people thus have an entirely wrong impression of Jehovah , thinking that he is uncaring and hard - hearted .
Barumsi sobaa kunis namoonni hedduun Yihowaan waa 'ee namootaa kan hin yaanneefi gara jabeessadha jedhanii akka yaadan godheera .
Experts told parents : ' Avoid using negative words such as no and bad . '
Beektonni warraan , ' Jechoota kan akka lakki ykn gadhee jedhanitti hin fayyadaminaa . '
What Is Bethel ?
Betʼel Maalidha ?
The voice at the other end said , " Robby , this is Katie .
Bilbilaan sagalee , " Roobii , ana Kaatii dha .
Please see the brochures Spirits of the Dead - Can They Help You or Harm You ?
Birooshuroota Ekeraan Namoota Duʼanii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhuu Dandaʼuu ?
The brochure was written to provide information on a variety of ways that gifts may be made either now or through a bequest at death .
Birooshurri kun namoonni kennaa kennuuf ykn yeroo du 'anitti dhaamsa dhaalaa karaawwan addaddaa gochuuf isaan dandeessisu jiran ilaalchisee ragaa kennuuf yaadamee kan qophaa 'edha .
In most parts of the world , communities are close - knit .
Biyyoota hedduu keessatti hawaasni baayʼee walitti dhihaata .
Secretary - General Ban Ki - moon stated : " There are many valuable treaties and tools - as well as a comprehensive global framework - to prevent and eradicate racism , racial discrimination , xenophobia and related intolerance .
Biyyoota jibbiinsa qomoofi jibbiinsa garaagaraa hirʼisuurratti hamma tokko fooyyaʼiinsa argisiisan keessattillee , gaaffiiwwan armaan gadii deebii hin arganne : Jijjiiramni argame kun miira namoota keessa jiru balleesseraa ?
The captivity parallels the time when the symbolic weeds would grow together with the wheatlike " sons of the Kingdom . "
Boojuun kun yeroo inkirdaadni , " ilmaan mootummichaa " sanyiitti fakkeeffamanii wajjin wal faana itti guddatee wajjin tokko dha .
Certain chapters were changed to poetic format , and clarifying footnotes were added to the regular edition .
Boqonnaawwan tokko tokko gara walalootti kan jijjiiraman siʼa taʼan , miiljaleewwan ibsi dabalataa irratti kennamanis itti dabalamaniiru .
How was the foretold rulership of the Messiah fulfilled ?
Bulchiinsa Masiihichaa ilaalchisee wanti raajiidhaan dubbatame maalidha ?
Municipalities provided land for some of those projects .
Bulchiinsi magaalattis lafa ijaarsawwan akkasiitiif taʼu muraasa kenneera .
The Scriptures actually speak of a glory that God confers on humans .
Caaffanni Qulqullaaʼoon , Waaqayyo namootaaf ulfina akka kennu dubbatu .
The Christian Greek Scriptures generally refer to events occurring at the third , sixth , or ninth hour - often meaning about that time .
Caaffata Qulqullaaʼoo afaan Giriikii keessatti wantoonni akkuma walii galaatti saʼaatii sadaffaatti , saʼaatii jaʼaffaatti ykn salgaffaatti akka raawwataman ibsaman , yeroo baayʼee naannoo saʼaatii sanaatti raawwataman jechuudha .
The first is Revelation 12 : 10 , 11 , which says that the Devil is conquered not only by the word of our witnessing but also by the blood of the Lamb .
Caqasni inni jalqabaa Mulʼata 12 : 10 , 11 isa Diiyaabilos kan moʼamu dubbii dhugaa baanuun qofa utuu hin taʼin dhiiga Hoolichaatinis akka taʼe dubbatu dha .
I also explained Bible texts to her , and she accepted the Bible Teach book .
Caqasoota Kitaaba Qulqulluu tokko tokkos kanan ishiidhaaf ibse siʼa taʼu , ishiinis kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu fudhatte .
There , Jesus makes eight references to his " coming , " or arrival .
Caqasoota kanarratti Yesus , ' dhufaatii ' ykn deebiisaa al saddeet ibseera .
Because try as we may , none of us can fully understand the growth process , let alone control it .
Carraaqqii akkamiiyyuu yoo goone , eenyuyyuu akkaataa guddina hafuuraa nama tokkoo to 'achuu haa hafuutii akkamitti akka guddatullee guutummaatti hubachuu hin danda 'u .
A sinner must be repentant if he is to receive mercy .
Cubbamaan tokko dhiifama argachuuf yaada geddarachuu qaba .
Confessing sin to God can bring relief , and the aid of Christian elders will also help to restore an erring person 's spiritual health . - Prov .
Cubbuu ofii Waaqayyotti himachuun boqonnaa namaaf argamsiisuu danda 'a ; gargaarsi jaarsoliin kennanis namni cubbuu raawwate sun Yihowaa wajjin deebisee hariiroo gaarii akka qabaatu isa gargaara . - Fak .
What lesson regarding wrongdoing can be learned from Proverbs 6 : 30 - 35 ?
Cubbuu raawwachuu ilaalchisee Fakkeenya 6 : 30 - 35rraa barumsa akkami arganna ?
It symbolizes your dedication - a solemn promise you make to Jehovah that you will serve him forever by putting his will above everything else in your life .
Cuuphamuun , of murteessuu kee , jechuunis waan hunda irra fedha Yihowaatiif dursa kennuudhaan bara baraaf isa tajaajiluuf waadaa guddaa galuu kee kan argisiisu dha .
And have I actually made an unreserved dedication to Jehovah in prayer ? '
Daangaa tokko malee Yihowaadhaaf of murteessuukoo kadhannaadhaan ibseeraa ? '
Anthony : Precisely .
Daaniʼel : Eeyyee .
David wrote : " You [ Jehovah ] will not leave my soul in Sheol . "
Daawit , " Ati [ Yihowaan ] iddoo lafa jalaattii ana hin laattu [ " hindhiiftu , " hiika bara 1899 ] " jedhee barreesseera . ( Far .
It may have been at this time that David composed the heartfelt psalm in which he appealed to Jehovah : " Do put my tears in your skin bottle . "
Daawit : " Imimmaan koo qodaa safaraa keetti walitti qabi ! " jechuudhaan kadhannaafi faarfannaa garaadhaa madde kana kan qindeesse yeroo kanatti utuu hin ta 'in hin oolu .
Because David 's sin had been forgiven , he could ask that God would comfort and support him and that the physical resources of his body might enable him to recover .
Daawit cubbuun isaa waan isaaf dhiifameef , Waaqayyo akka isa jajjabeessuu fi akka isa deggeru , akkasumas dandeettiin qaamni isaa qabu fayyuuf akka isa gargaaru kadhachuu dandaʼa . ( Far .
That was the attitude of the psalmist David , who sang : " One thing I have asked from Jehovah - it is what I will look for - that I may dwell in the house of Jehovah all the days of my life , to gaze upon the pleasantness of Jehovah and to look with appreciation upon his temple . "
Daawit faarfatichi ilaalcha akkasii waan qabuuf akkas jedhee faarfateera : " Ani Waaqayyoon waan tokkicha nan kadhadha , isas argachuu nan barbaada ; innis , bara jireenya koo hundumaa mana Waaqayyoo keessa jiraachuu , gaarummaa Waaqayyo hojjetu ilaaluu , mana qulqullummaa isaa keessattis isa yaadachuu dha . " ( Far .
Damaris has now been a pioneer for 20 years .
Damaaris waggoota 20f qajeelchaa taatee tajaajilaa jirti .
Will you use that ability to look for the good in your teenager ?
Dandeettii kanatti waan gaarii garaa ijoollee keessanii keessa jiru ilaaluuf itti fayyadamtuu ?
To prepare your adolescent for adulthood , you need to help him develop his " power of reason " so that he will be able to make sound decisions on his own .
Dargaggeessi tokko gara ga 'eessummaatti akka darbu gochuu yoo barbaaddan , ' hubannaansaa ' akka guddatu gochuudhaan , ofumasaatii murtoo gaarii akka godhu gargaaruun isin barbaachisa .
We see the answer in Paul 's mention of " a declaring of [ men of all kinds ] righteous for life . " - Rom .
Deebii kanaa yaada Phaawulos , " qajeelummaa argachiisee [ sanyii namoota hundumaa ] in jiraachisa " jechuudhaan dubbaterraa arganna . - Rom .
Her answer contained an important lesson : Our heavenly Father takes care of his servants and strengthens them .
Deebiinshee barumsa guddaa kan qabate ture : Abbaan keenya inni samii tajaajiltootasaa ni kunuunsa ; akkasumas ni jajjabeessa .
It will encourage all baptized men to realize that training is needed in order for them to share the workload .
Dhiironni cuuphaman hundi hojii gumii keessa jiru irratti hirmaachuuf leenjiʼuun kan isaan barbaachisu taʼuu isaa akka hubatan gargaara .
When discussing challenging issues , learn to attack the problem - not your husband 's character .
Dhimmawwan rakkisaa taʼanirratti ennaa mariʼattan , amala abbaa manaa keerratti utuu hin taʼin rakkinicharratti xiyyeeffachuu baradhu .
The issue is , not whether you think you show respect , but whether your mate feels respected .
Dhimmi kun , hiriyaan gaaʼelaa kee akka ati ishii kabajja jirtu waan yaaddeef utuu hin taʼin , akka ishii kabajju yoo ishiitti dhagaʼame dha .
5 Anxiety , No .
Dhiphina , Lakk .
In addition to sign - language publications , Jehovah 's Witnesses have organized congregations where meetings are conducted entirely in sign language .
Dhugaa Baatonni Yihowaa afaan mallattootiin barreeffamoota qopheessuu malees , gumiiwwan guutummaatti afaan mallattootiin geggeeffaman gurmeessaniiru .
We invite you to ask Jehovah 's Witnesses , who brought you this magazine , for more information about God 's Kingdom and the blessings it will bring . - Luke 4 : 43 .
Dhugaa Baatota Yihowaa warra baruu kana sii fidan , waaʼee Mootummaa Waaqayyoofi waaʼee eebba Mootummaan kun fiduu odeeffannoo dabalataa akka siif kennan akka isaan gaafattu si afeerra . - Luqaas 4 : 43 .
We know from the Bible that there have been times when Jehovah did not directly intervene to protect his servants .
Dhugaa dha , Yihowaan yeroo hunda kallattiidhaan tajaajiltoota isaa akka hin eegne Kitaabni Qulqulluun ni ibsa .
Of course , more is needed than merely reading Bible texts to those we are conversing with .
Dhugaa dha , namoota haasofsiisnuuf caqasa Kitaaba Qulqulluu dubbisuun qofti gaʼaa miti .
Speaking truth does not mean that we should be blunt , tactless .
Dhugaa dubbanna jechuun of eeggannoo tokko utuu hin godhin waanuma afaanitti nu dhufe dubbanna jechuu miti .
Indeed , having affection for our brothers impels us to serve wholeheartedly as stewards of God 's undeserved kindness .
Dhugumayyuu jaalalli obboloota keenyaaf qabnu , garaa guutuudhaan hojii adeemsiftuu kennaa ayyaana Waaqayyoo taanee akka tajaajillu nu dirqisiisa .
Indeed , Jehovah is the one who makes it grow . - 1 Cor .
Dhugumayyuu kan guddisu Yihowaadha . - 1 Qor .
The instinctive wisdom of birds is certainly impressive .
Dhugumayyuu ogummaan simbirroonni uumamaan argatan kan nama ajaa 'ibsiisudha .
To a sick person who desperately seeks relief or a way to stay alive longer , these " cures " may seem appealing .
Dhukkubsataa boqonnaa barbaaduuf ykn karaa itti umurii isaa dheereffatu barbaaduuf , " qorichi " akkasii gaarii itti fakkaachuu dandaʼa .
By the end of 1,000 years of beneficial service , the royal priesthood will have elevated its earthly subjects to human perfection .
Dhuma waggaa 1,000tti luboonni mana mootummaa ilmaan namootaa isaaniif bitaman guutummaatti mudaa kan hin qabne akka taʼan gargaaru .
He is referred to at Psalm 91 : 3 as " the birdcatcher . "
Diinni kun Faarfannaa 91 : 3rratti " adamsaa " jedhameera .
These miracles were performed not in secret but openly , often in front of eyewitnesses .
Dinqiiwwan kun dhoksaadhaan utuu hin ta 'in , yeroo baay 'ee bakka namoonni argamanitti ifatti raawwataman .
Should not heartfelt appreciation for the wondrous creation make us want to serve him ?
Dinqisiifannaan uumamawwansaa warra ajaa 'ibsiisaa ta 'aniif qabnu , akka isa tajaajillu nu kakaasuu hin qabuu ?
They were willing to point out the shortcomings of their own people , even their kings .
Dogoggora saba isaanii , akkasumas kan mootota isaanii illee barreessuuf fedhii qabu turan .
It is not like getting on a bus that simply carries those on board to victory .
Dorgommiin kun bakka moʼichaa sana gaʼuuf otoobisii yaabbatanii deemuu wajjin tokko miti .
We should be diligent students of God 's Word , the Bible , and apply what we learn from it .
Dubbii Waaqayyoo kan ta 'e Macaafa Qulqulluu dhimminee qayyabachuufi wanta isarraa baranne hojiirra oolchuu qabna .
If God 's Word is to have an effect on us , we need to read it regularly - daily if possible .
Dubbiin Waaqayyoo akka nu jijjiiruuf yeroo hunda , yoo dandaʼame immoo guyyaa guyyaadhaan dubbisuu nu barbaachisa . ( Iya .
What blessings from Jehovah can help us to be happy ?
Eebbawwan Yihowaarraa arganneefi gammadoo akka taanu nu gargaaran kamfaʼi ?
He looked to the Great Shepherd , Jehovah , for protection and guidance .
Eegumsaafi qajeelfama Yihowaa isa Tiksee Guddaa ta 'e argachuuf carraaqa ture .
Upon completing high school , Essly was offered a university scholarship .
Eesleen barumsa sadarkaa lammaffaa erga xumurtee booda carraa biyya alaa deemtee barachuu argatte .
Yes , he can use imperfect humans to do great works despite their weaknesses .
Eeyyee , Yihowaan ilmaan namootaa cubbamoo ta 'an dadhabina qabaataniyyuu , hojiiwwan gurguddaa raawwachuuf isaanitti fayyadamuu danda 'a .
Yes , we need to " listen and get the sense " of what we hear in order to progress in our understanding of the pure language . - Matt .
Eeyyee , qooqa qulqulluu kana barachuurratti guddina argisiisuu yoo barbaanne , wanta jedhamu ' dhaggeeffachuufi hubachuu ' qabna . - Mat .
When Elijah entreated Him , Jehovah brought the child back to life .
Eliyaas yommuu isa kadhatu , Yihowaan mucaan sun deebiʼee akka jiraatu godheera .
Since then , 24 years have passed , 23 of which I have spent in the full - time service .
Erga kun taʼee waggaan 24 kan darbe siʼa taʼu , kana keessaa waggaa 23 tajaajila yeroo guutuurrattan dabarse .
More adjustments become necessary when the baby arrives .
Erga mucaan dhalatee booda immoo sirreeffamni dabalataa ni barbaachisa .
To introduce the Bible 's message , we used phonographs .
Ergaa Kitaaba Qulqulluu namootatti himuuf fonoogiraafiitti fayyadamna turre .
They announced his birth and resurrection and ministered to him when he was on earth .
Ergamoonni dhalachuufi du 'aa ka 'uu Yesus labsuu dabalatee , yommuu inni lafarra ture isa gargaaraniiru .
In Eritrea , 55 servants of Jehovah are imprisoned , some over 60 years of age .
Ertiraatti tajaajiltoonni Yihowaa 55 kan hidhaman yeroo taʼu isaan keessaa tokko tokko umriinsaanii waggaa 60 ol taʼa .
Euodia and Syntyche , two Christian sisters in ancient Philippi , apparently had some difficulty in resolving a problem that arose between them .
Ewodiyaafi Sinxiikeen obboleettota Filiphisiiyus durii turan , wal dhabiinsa isaan gidduutti uumame hiikuun waan isaan rakkisee ture fakkaata .